Daftee deemuu hin yaalin; sirrii deemuu kee irratti xiyyeeffadhu.β βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in Telegram
Inspire Oromia
Jechoota Onnachiisoo, Miira namaa kakaasan. JECHOOTA Abdii namatti Horan. Jechamoota argachuuf Join Godhaaπ―π―
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 10, 2026 | 6,740 |
| Nov 14, 2026 | 910 |
Most viewed this month
- 01Views12KForwardsβReactions14Commentsβ
- 02Views1.48KForwardsβReactions15Commentsβ
- 03Views910ForwardsβReactions19Commentsβ
Latest posts
Sammuun kee meeshaa guddaa ati qabdu dha. βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramYaada kee qulqulleessi; murtoo kee ni fooyyessa. βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramKaayyoo ifa taβe, mulβata ifa taβe kan ittiin galma gaβuuf qabdu, yeroo xumuraa ifa taβe qabaadhu; sana booda, tasuma jireenyi kee fooyyaβaa deemuu jalqaba. βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramβOfiif kabajaan qabdu, fedhii jaallatamuu barbaaddu caalaa guddaa haa taβu. Nama tokko akka si jaallatuuf, kabaja ofii kee gonkumaa hin gurgurin.β π―π₯ βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramSammuun adda hirame, eessaayyuu hin gahu. βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramEeguun dogongora. Gadi Ba'ii waantoonni akka ta'u godhi. βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
SAMMUU CIMAA TA'E QABAACHUUF:- 1. Yeroo kophaa taatu hin sodaatin. 2. Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. 3. Addunyaan liqii akka taate sitti hin dhaga'amin. 4. Risky fudhachuu hin sodaatin. 5. Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. 6. Ofitti gadditee yeroo hin gubin. 7. Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin. 8. Namoonni biroo miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin. 9. Milkaa'ina namoota biroo irratti hin aarin. 10. Itti gaafatamummaa irraati hin qaana'in. 11. Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. 12. Bu'aa hatattamaa hin eegin. βββββββββββ π@Jechamootaβ οΈ
Open in TelegramImalli hamma cimaa ta'e badhaasni isaa guddaa ta'a - itti fufi ! βββββββββββ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramConnections
Similar channels
α΅αα³απ£@tiztaweQuotes3.72K
αα
αΆα€α α¨αα»ααα΅ αα
π@noahtoaels_ideaQuotes3.45K
Shamil N Mohammed Officials@sammuukeefQuotes6.51K
ππππππππ πππππππππβ’...@jechahayyoota7Quotes2.82K
α α₯ααα₯α₯@nuenanbibQuotes7.35K
α αα αα₯α@ria_famQuotes2.53K
Odaa Finfinnee N2@jaalalaafwalalooQuotes2.27K
α¨α' αα΅α³αα» ..π§@poethaymiQuotes2.1K