
JECHOOTA HAYYOOTAA
Above 34,000 FOLLOWERS JOIN US👊👊💯 👉 Jechamoota Hayyootaa biyya alaa FI keessaa 👉 Love Diary 👉 Saayikoolojii 👉 Seenaa HAYYOOTAA 👉 Taateewwan dinqisiisoo ⚡ Beekumsa Walii Galaa 🎗️ GORSA adda addaa https://telega.io/c/Jechamoota @Jechamoota
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 19, 2026 | 9,090 |
| Nov 20, 2026 | 9,370 |
| Nov 21, 2026 | 8,470 |
| Nov 22, 2026 | 4,940 |
| Nov 23, 2026 | 2,735 |
| Nov 24, 2026 | 5,116 |
| Nov 25, 2026 | 4,077 |
| Nov 26, 2026 | 2,170 |
Most viewed this month
- 01Views9.37KForwards—Reactions52Comments—
- 02Views9.21KForwards—Reactions53Comments—
- 03Views8.97KForwards—Reactions60Comments—
- 04Views8.47KForwards—Reactions53Comments—
Latest posts
Waan hamaa keessa waan gaarii barbaadi; gadda kee keessa gammachuu argadhu; dhukkubbii kee keessa bu’aa argadhu; waan si aarsu osoo hin taane, waan akka galata galchitu si taasisu irratti xiyyeeffadhu.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram“Aduun guyyaa hundumaa dukkana keessaa deebi’anii ka’uun akka danda’amu nu yaadachiisa. Nutis ifa mataa keenyaa ifsuun addunyaa keenyaaf ifa ta’uu ni dandeenya.” ✨ — S. Ajna ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram“Wanti jireenya kee keessatti si mudatu hundi sababaa fi kaayyoo mataa isaa qaba.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram“Jireenya kee keessatti wantoota sadii qofa to’achuu dandeessa: yaada ati yaaddu, suuraa sammuu kee keessatti uumtu, fi tarkaanfiiwwan ati fudhattu.” — Jack Canfield ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramNamoota amanamummaan isaanii shakkii keessa na hin galchine qofaaf amanamaa ta’uuf dirqama qaba.” ❤️🔥 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramYoo gaaddidduu tokkollee hin qabaanne, ati ifa keessa hin jirtu jechuudha.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramUrjiilee samii keessa jiran ni dinqisiifanna; garuu dukkana isaan akka mul’atan taasise sana ni daganna. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram🚶 YAADANNOO ISANIIF HAA TA’U Namni jireenya kee keessa seenu hundi bara baraan si wajjin jiraachuuf hin dhufu. Namoonni tokko tokko barumsa jireenyaa si barsiisuuf qofa dhufu; barumsa yeroo baay’ee nama dhukkubsu, garuu si cimsu. Namoonni tokko tokko yaadannoo ta’uuf malee, ba’aa jireenyaa kee ta’anii si wajjin turuuf hin uumamne. Kanaaf, akka isaan yaadannoo ta’an hayyami. Nagaa sammuu kee filadhu; waan darbe sanaan osoo hin hidhamin fuulduratti tarkaanfadhu. Namni hundi jireenya kee keessatti bakka dhaabbataa qabaachuu hin qabu. Namoota tokko tokkoof galata galchi, barumsa isaanii fudhadhu, achiis nagaan geggeessi. Yeroo tokko tokko namoota dhiisuun kufaatii miti; of kabajuu fi nagaa kee eeguu dha. ❤️ ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
Open in TelegramConnections
Similar channels
Jechoota Psychology@saayikooloojiPsychology20.5K
MIIRA JECHOOTA@miira_jechootaQuotes38K
ከፍልስፍና ዓለም™@philosophyofworld1Quotes26.7K
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸@a4mulaa_jireenyaaQuotes19.4K
Jaalala♡Qulqulluu💖@jaalala_qulqulluuQuotes11.4K
𓆩 sᴀᴍ ǫᴜᴏᴛᴇ 𓆪@sam_quotesQuotes10.7K
አማርኛ አባባሎች@ababalochQuotes8.97K
ኑ እናንብብ@nuenanbibQuotes7.35K
Mentioned by
Jechoota Psychology@saayikoolooji15 mentions, 18 repostsLatest post