Daftee deemuu hin yaalin; sirrii deemuu kee irratti xiyyeeffadhu.” ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramPosts of Inspire Oromia
Sammuun kee meeshaa guddaa ati qabdu dha. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramYaada kee qulqulleessi; murtoo kee ni fooyyessa. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramKaayyoo ifa ta’e, mul’ata ifa ta’e kan ittiin galma ga’uuf qabdu, yeroo xumuraa ifa ta’e qabaadhu; sana booda, tasuma jireenyi kee fooyya’aa deemuu jalqaba. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in Telegram“Ofiif kabajaan qabdu, fedhii jaallatamuu barbaaddu caalaa guddaa haa ta’u. Nama tokko akka si jaallatuuf, kabaja ofii kee gonkumaa hin gurgurin.” 💯🔥 ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramSammuun adda hirame, eessaayyuu hin gahu. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramEeguun dogongora. Gadi Ba'ii waantoonni akka ta'u godhi. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
SAMMUU CIMAA TA'E QABAACHUUF:- 1. Yeroo kophaa taatu hin sodaatin. 2. Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. 3. Addunyaan liqii akka taate sitti hin dhaga'amin. 4. Risky fudhachuu hin sodaatin. 5. Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. 6. Ofitti gadditee yeroo hin gubin. 7. Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin. 8. Namoonni biroo miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin. 9. Milkaa'ina namoota biroo irratti hin aarin. 10. Itti gaafatamummaa irraati hin qaana'in. 11. Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. 12. Bu'aa hatattamaa hin eegin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramImalli hamma cimaa ta'e badhaasni isaa guddaa ta'a - itti fufi ! ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Seenaa jireenya keetii yoo barreessitu, gonkumaa namni biraa akka qalama qabatu hin godhin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramBARUMSA JIREENYAA DHIIRONNI BAAY’EEN BOODDETTI HAFANII BARATAN! - ALBERT EINSTEIN - VIDEO GUUTUU ISAA https://youtu.be/-5F2pud5Pwo https://youtu.be/-5F2pud5Pwo
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Wantoota Duubatti si harkisan Hundaa of irraa ciri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Barnoota Jireenyaa Wanti hojjetame hojjetame, wanti bade badeera. Jireenya keessatti barumsa gaarii ta'e keessaa tokko akkamitti akka gadhiisnee itti fufnu barachuudha. Yaadannoo kee of duuba ilaaluun homaa miti garuu wanti darbe gonkumaa gara fuulduraatti akka hin deemne si hin dhowwiin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa malee, Waltajjiitti, Nama duratti dubbachuuf Qabxiilee 10 Video kana keessatti eeraman faayyadamuun of irraa balleessi... https://youtu.be/WblrUy0eQYI https://youtu.be/WblrUy0eQYI https://youtu.be/WblrUy0eQYI
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Jalqabni xiqqaan, xumura guddaa qaba. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Ofitti amani. Yeroon kee ni dhufa.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Ispoortii kee namni biraa akka siif hojjatuuf qacaruu hin dandeessu. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram