Daftee deemuu hin yaalin; sirrii deemuu kee irratti xiyyeeffadhu.” ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramПосты канала Inspire Oromia
Sammuun kee meeshaa guddaa ati qabdu dha. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramYaada kee qulqulleessi; murtoo kee ni fooyyessa. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramKaayyoo ifa ta’e, mul’ata ifa ta’e kan ittiin galma ga’uuf qabdu, yeroo xumuraa ifa ta’e qabaadhu; sana booda, tasuma jireenyi kee fooyya’aa deemuu jalqaba. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в Telegram“Ofiif kabajaan qabdu, fedhii jaallatamuu barbaaddu caalaa guddaa haa ta’u. Nama tokko akka si jaallatuuf, kabaja ofii kee gonkumaa hin gurgurin.” 💯🔥 ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramSammuun adda hirame, eessaayyuu hin gahu. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramEeguun dogongora. Gadi Ba'ii waantoonni akka ta'u godhi. ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
SAMMUU CIMAA TA'E QABAACHUUF:- 1. Yeroo kophaa taatu hin sodaatin. 2. Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. 3. Addunyaan liqii akka taate sitti hin dhaga'amin. 4. Risky fudhachuu hin sodaatin. 5. Nama hunda gammachiisuuf hin yaadda'in. 6. Ofitti gadditee yeroo hin gubin. 7. Wantoota to'achuu hin dandeenye irratti humna hin qisaasessin. 8. Namoonni biroo miira kee irratti dhiibbaa akka geessisan hin godhin. 9. Milkaa'ina namoota biroo irratti hin aarin. 10. Itti gaafatamummaa irraati hin qaana'in. 11. Kufaatii jalqabaa booda abdii hin kutatin. 12. Bu'aa hatattamaa hin eegin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramImalli hamma cimaa ta'e badhaasni isaa guddaa ta'a - itti fufi ! ━━━━━━━━━━━ @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia @Inspire_Oromia
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Seenaa jireenya keetii yoo barreessitu, gonkumaa namni biraa akka qalama qabatu hin godhin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramBARUMSA JIREENYAA DHIIRONNI BAAY’EEN BOODDETTI HAFANII BARATAN! - ALBERT EINSTEIN - VIDEO GUUTUU ISAA https://youtu.be/-5F2pud5Pwo https://youtu.be/-5F2pud5Pwo
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Wantoota Duubatti si harkisan Hundaa of irraa ciri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Barnoota Jireenyaa Wanti hojjetame hojjetame, wanti bade badeera. Jireenya keessatti barumsa gaarii ta'e keessaa tokko akkamitti akka gadhiisnee itti fufnu barachuudha. Yaadannoo kee of duuba ilaaluun homaa miti garuu wanti darbe gonkumaa gara fuulduraatti akka hin deemne si hin dhowwiin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa malee, Waltajjiitti, Nama duratti dubbachuuf Qabxiilee 10 Video kana keessatti eeraman faayyadamuun of irraa balleessi... https://youtu.be/WblrUy0eQYI https://youtu.be/WblrUy0eQYI https://youtu.be/WblrUy0eQYI
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Jalqabni xiqqaan, xumura guddaa qaba. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
“Ofitti amani. Yeroon kee ni dhufa.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Ispoortii kee namni biraa akka siif hojjatuuf qacaruu hin dandeessu. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в Telegram