Hubadhu Namni harโa si tuffatu bor milkaaโina kee seenaa godhee dubbata Sanyii harโa facaasi gaaddisa isaa bor argatta.๐ฑ๐ฏ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in Telegram
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐โข...
Channel kana baanuf kanaan murtesse dhalli nama jireenya Isa guutuu waan gaarii hojjete itti gamadu Caalaa waan tokkole hojjechu akka hin dandenye waanan hubadhefii! CEO>> @Gold_5g
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 23, 2026 | 498 |
| Nov 27, 2026 | 204 |
Latest posts
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ Humni homaa miti, yoo of to'achuu hin dandeenye. Waan hundumaaf deebii kennuun kee goota ta'uu kee hin agarsiisu; waan tokko tokko callisanii dhiisuun kee immoo dadhabaa ta'uu kee hin agarsiisu. Waraana hundumaa keessatti loluun injifataa si hin taasisu. Yeroo tokko tokko, nagaa qabaachuun sirrii ta'uu caalaa wayya. Namni tokko akka yeroo hunda callistu si dirqisiisuuf si hin doorsisin; garuu yeroo jecha dhabdu, callisuun filadhu. Namoonni gaaffii gowwummaa si gaafatan, deebii kennuu yoo hin barbaanne, isaanitti seeqiitii irraa deemi. Yeroo tokko tokko, callisuun dha'aa caalaa nama miidha.๐ค ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramHubadhu Amanamummaan haaromfamuu danda'a, garuu gonkumaa akka duraatti hin ta'u.๐โจ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramHordoftoota chaanaalii keenya โค๏ธ Duraan dursee dhiifama gaafachuu barbaada. Ji'oota hedduu irraa badee turuu koo nan beeka โ kun sirrii hin turre ๐๐ค Amma qulqullina fooyya'aadhaan gara keessanitti deebi'eera โจ๐ Odeeffannoo fi barumsa gaarii qabannee isiniif dhiyaanna ๐๐ข Nu waliin ta'uu keessaniif galatoomaa ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in Telegram๐ธ ุชูุจู ุงููู ู ูุง ูู ููู ุตุงูุญ ุงูุฃุนู ุงู ไบบย โ * ใ โข ห* ห ๐ .ย (_ _๏ผ * Eid * โ . โๅฃโ *ย ย ย ย mubarkย ย ย ย * . โๅฃโโ *ย ย ***.ย ย ย .ย *หโข . โๅฃโโ ย ย * โขโ ใโขหหห* . โๅฃโ โขหหห*ย ย ไบบย โขหหย *ย ย ย ย ย ย ย . โๅฃโย ย ย ย .-:'''"''''"''.-.ย ย ย ย ย . โๅฃโย (_(_(_()_)_)_)ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย โๅฃโ_โโฉโฉโฉโฉโฉโฉโ . โ.ย ย โ_โโฉโฉโฉโฉโฉโฉโ .ย ไธ_ไธไธไธไธไธ โข ๐๐ฎ๐ด๐ฎ ๐๐ฎ๐น๐ฎ ๐ฏ๐๐น๐๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐ด๐ฎ ๐๐ถ๐ฑ ๐๐น-๐๐ฑ๐ต๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ 1446 ๐๐๐๐ถ๐ถ๐ป ๐๐๐ถ๐ป ๐๐ฎ๐ต๐ฒ๐ฒ, ๐ช๐ฎ๐ฟ๐ฟ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ฎ ๐ธ๐ฎ๐ป ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฎ ๐ต๐ฒ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ ๐ป๐๐๐ป ๐ต๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐. โก ใ คย ย ย ย โใ คย ย ย ย ย ย โใ คย ย โฒย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย หกแถฆแตแตย ย ย แถแตแตแตแตโฟแตย ย ย หขแตแตแตย ย ย ย หขสฐแตสณแต ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramHubadhu Namni gonkumaa hin dogoggorre nama gonkumaa homaa hin hojjenne qofa. ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramBaga Geessan!โค๏ธ Eid Al Faxir guyyaa boruu Sanbata Guddaa Ni Kabajama. Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu ni kabajama. Maatii Channel keenyaa kanneen Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwina!โค๏ธ Isin Jaallanna! Ayyaana Gaarii! EID MUBAARAK!!! ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramHubadhu "๐ฒ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐'๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐'' ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramHubadhu ๐ฅยฐโข๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐. ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐ฑ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โโโโโโโโโโโโโโ ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 ๐๐๐๐๐: @Jechahayyoota7 โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
Open in TelegramConnections
Similar channels
แ แญแญ แแฅแ@ria_famQuotes2.53K
แแ
แถแคแ แจแแปแแแต แแ
๐@noahtoaels_ideaQuotes3.45K
Odaa Finfinnee N2@jaalalaafwalalooQuotes2.27K
แตแแณแ๐ฃ@tiztaweQuotes3.72K
แจแ' แแตแณแแป ..๐ง@poethaymiQuotes2.1K
Inspire Oromia@inspire_oromiaQuotes4.32K
Imaltuu Guddinaa@imaltuuguddinaaQuotes1.49K
JAARRAA ABBAA GADAA@dedroroQuotes1.43K