Кабинет
WALALOOHAFUURAA

WALALOOHAFUURAA

Kaayyoon karaan (channel) kun banameef ;-1 Wangeela Mootummaa Waaqayyoo Labsuu 2, 𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨 𝑯𝒂𝒇𝒖𝒖𝒓𝒂𝒂 3,Faarfannaa durii fi ammaa affeeruu fi beeksisuu 4, 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐣𝐣𝐚𝐛𝐢𝐧𝐚 𝐟𝐢 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑛𝑦a @Spritual_poem @Ergaa_WalalooHafuuraaf

Юзернейм
@walaloo_hafuuraa
Категория
Религия
Страна
ЭфиопияЭфиопия
Подписчики1 660
Просмотров на пост, 7 дн.—за 7 дней
ERR22,95 %в среднем за 30 дней

Новые посты

#1234Фото
Просмотры858+125%к среднему
Пересылки—
Реакции4
Комментарии—
#1230Текст

#Amala_Jibbisiisa_Waldaa_Keessatti_Mul_atan_Balaleeffadhu 👇Dubbistu malee hin darbin si fayyada 1. Mana waaqa keessa tee'anii "facebook" fayyadamuu. 2. Barfatanii dhufanii nama kadhata jiru jeequu Yookiin tuttuqaanii na dabarsi jechuu. 3.Wangeelli Osoo lallabamaa jiruu dhiisanii waldaa kiristiyaanaa keessa deemu 4. Namoonni teessoo mana waaqayyoo akka teessoo konkolaatatti bakka waliif qabuu 5.Mana Qulqulluummaa keessaatti Tee'anii maastikaa alanffachuu. 6. Sagantaa osoo hin xumuriin fiiganii bahuu. 7. Sagaleen Waaqayyoo yoo barsiifamu nama biraatti gaggaragalanii oduu odeessuu. 8.Mantaarboo ykn maayikii hamma gurri namaa dhagahuu dhabutti namarratti iyyisiisuu. 9. Waldaa keessaa kudhan bahanii kudhan ol deebi'uu. 10. Bilbila Silent osoo hin taasisin waldaa keessaa seenanii nama jeequ. 11. Sooftii fayyadamanii waldaa kiristiyaanaa keessatti gatuu. 12. Surree mudhiirraa gad-buusanii babargaanfataa adeemuu (dhiirotaaf). 13. Gurdii jilbaa olii (qaamni walakkaan qullaa), lippistikii hidhiirraa mana ibsu dibachuu 14. Shamarraan uffata Gabaaba fi qaama isi mul'isu uffatani iddoo aarsaa bahu. 15.Dhiirotni keenya rifeensa keenya gabaabsaachuu dhisuu 16ffaa Raajota sobduuf iddoo kennuu 17ffaa Barsisoota sobduu fi Faarfatoota sobduuf wajjin machaa'uu. 18ffaa Mana Waaqayyoo Mana Sirbaa Gochuu 19ffaa Wangeela fi Ajaandaa dhisaanii waldaatti bilbila irraa fayyadamu 20ffaa Saba dhiiga Yesuusin bitame tuffaachu 21ffaa Tajaajiltoonnis kiristoosiin lallabuu dhisaanii, yeroo nyaachuu, qarshiidhaan nama luqqisuu , gosa amantootaa adda baasuu dadhabuu keessaa jirra 22ffaa Softi afaan namaa keessa kaa'anii nyaadhu naman jechuu 23ffaa Mataa nama irra Milla mitii,Harka iyyuu seeran haala namarra kaa'uu dhisuu 24ffaa Akka nama taaksii qabatuu,Teessoo walii qabuu kun doggogora ta'uu isaa hubaachuu 25ffaa Mana Waaqayyoo Mana Nagadaa Gochuu 26ffaa Abbootaa Fi Haadhoota Keenya Kabaju Dhisuu 27 ffaa Lafa Keessummeessitootni Nama teesisan ta'uu diduu 28ffaa Osoo sagaleen waaqayyoo lallabamuu kolfuu 29ffaa Hafuurri Qulqulluu Fakkeessanii Teessoo caccabsu

Открыть в Telegram
Просмотры1 500+294%к среднему
Пересылки—
Реакции16
Комментарии—

Все посты

Связи