
WALALOOHAFUURAA
Kaayyoon karaan (channel) kun banameef ;-1 Wangeela Mootummaa Waaqayyoo Labsuu 2, ๐๐๐ฅ๐๐ฅ๐จ๐จ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ 3,Faarfannaa durii fi ammaa affeeruu fi beeksisuu 4, ๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฃ๐ฃ๐๐๐ข๐ง๐ ๐๐ข ๐ฝ๐๐๐๐๐ฆa @Spritual_poem @Ergaa_WalalooHafuuraaf
Latest posts
โ QULLAA QULLAA DHOKSE! "Ta'eera ani qajeelaa Jiruu fannoon bilisoomeera Qullaa'eera ani dhiiga keeni Yesus si'iin adii uffadheera Fayyeera ayyaana keeni Hojiin kan kee na fayyiseera โ Uffadheera uffata cidhaa Qullaan kee qullaa koo dhokseera... " faarfanicha keessaa kan fudhatame! Ayyaanni Waaqayyoo karaa ilma isaa Yesus Kristos siniif haa baay'atu akkam jirtu! Yeroo dhihootti kan gadhiifamu faarfannaa mata dureen isaa "Qullaa Qullaa Dhokse" jedhu, obboloota W.W.W.M.Y Fallaamoo Sireetti" GRACE TRIO CHOIR" dhaan kan qophaa'e yeroo dhiyootti akka nu eegdan dhaamsa keenya! Via: Amanuel Adam
Open in Telegram#Amala_Jibbisiisa_Waldaa_Keessatti_Mul_atan_Balaleeffadhu ๐Dubbistu malee hin darbin si fayyada 1. Mana waaqa keessa tee'anii "facebook" fayyadamuu. 2. Barfatanii dhufanii nama kadhata jiru jeequu Yookiin tuttuqaanii na dabarsi jechuu. 3.Wangeelli Osoo lallabamaa jiruu dhiisanii waldaa kiristiyaanaa keessa deemu 4. Namoonni teessoo mana waaqayyoo akka teessoo konkolaatatti bakka waliif qabuu 5.Mana Qulqulluummaa keessaatti Tee'anii maastikaa alanffachuu. 6. Sagantaa osoo hin xumuriin fiiganii bahuu. 7. Sagaleen Waaqayyoo yoo barsiifamu nama biraatti gaggaragalanii oduu odeessuu. 8.Mantaarboo ykn maayikii hamma gurri namaa dhagahuu dhabutti namarratti iyyisiisuu. 9. Waldaa keessaa kudhan bahanii kudhan ol deebi'uu. 10. Bilbila Silent osoo hin taasisin waldaa keessaa seenanii nama jeequ. 11. Sooftii fayyadamanii waldaa kiristiyaanaa keessatti gatuu. 12. Surree mudhiirraa gad-buusanii babargaanfataa adeemuu (dhiirotaaf). 13. Gurdii jilbaa olii (qaamni walakkaan qullaa), lippistikii hidhiirraa mana ibsu dibachuu 14. Shamarraan uffata Gabaaba fi qaama isi mul'isu uffatani iddoo aarsaa bahu. 15.Dhiirotni keenya rifeensa keenya gabaabsaachuu dhisuu 16ffaa Raajota sobduuf iddoo kennuu 17ffaa Barsisoota sobduu fi Faarfatoota sobduuf wajjin machaa'uu. 18ffaa Mana Waaqayyoo Mana Sirbaa Gochuu 19ffaa Wangeela fi Ajaandaa dhisaanii waldaatti bilbila irraa fayyadamu 20ffaa Saba dhiiga Yesuusin bitame tuffaachu 21ffaa Tajaajiltoonnis kiristoosiin lallabuu dhisaanii, yeroo nyaachuu, qarshiidhaan nama luqqisuu , gosa amantootaa adda baasuu dadhabuu keessaa jirra 22ffaa Softi afaan namaa keessa kaa'anii nyaadhu naman jechuu 23ffaa Mataa nama irra Milla mitii,Harka iyyuu seeran haala namarra kaa'uu dhisuu 24ffaa Akka nama taaksii qabatuu,Teessoo walii qabuu kun doggogora ta'uu isaa hubaachuu 25ffaa Mana Waaqayyoo Mana Nagadaa Gochuu 26ffaa Abbootaa Fi Haadhoota Keenya Kabaju Dhisuu 27 ffaa Lafa Keessummeessitootni Nama teesisan ta'uu diduu 28ffaa Osoo sagaleen waaqayyoo lallabamuu kolfuu 29ffaa Hafuurri Qulqulluu Fakkeessanii Teessoo caccabsu
Open in TelegramConnections
Similar channels
AMU แแข แแฃแค แคแฐ-แแ
แแแต@gebigubae_libraryReligion1.65K- Nesiha Atlanta แแฒแ แตแฑแฒแฎ แ แตแแแณ (แกแตแณแ แแดแ แแณ) แฆแแบแซแ แปแแ@nasihaastudioatlantaReligion1.7K
๐แฒแฅแซแ ๐ แจแฐแแซแฉ แณแแแแฝ แจแแฐแแแแ แต แปแแ!@tibyaan54Religion1.62K
แแแแณแ แตแจแซแ แ แซแญแญ แ
แแแฝ@recordingytReligion1.6K
Ibn Yahya Ahmed@ibnyahya777Religion1.72K- ๐บ แแตแฌแณแ แคแฐแฐแฅ ๐บ@nesiha_ouseryaReligion1.76K
- แแแณ แฉแแจแญแฒแฒ แชแแซแ แแข แแข แแฃแค (OFFICIAL)@referal_gibiReligion1.56K
- GCME | Great Commission Ministry Ethiopia@gcmeetReligion1.55K