Account

Posts of WALALOOHAFUURAA

newest first

#1234Photo
Views858+125%vs avg
Forwards—
Reactions4
Comments—
#1230Text

#Amala_Jibbisiisa_Waldaa_Keessatti_Mul_atan_Balaleeffadhu 👇Dubbistu malee hin darbin si fayyada 1. Mana waaqa keessa tee'anii "facebook" fayyadamuu. 2. Barfatanii dhufanii nama kadhata jiru jeequu Yookiin tuttuqaanii na dabarsi jechuu. 3.Wangeelli Osoo lallabamaa jiruu dhiisanii waldaa kiristiyaanaa keessa deemu 4. Namoonni teessoo mana waaqayyoo akka teessoo konkolaatatti bakka waliif qabuu 5.Mana Qulqulluummaa keessaatti Tee'anii maastikaa alanffachuu. 6. Sagantaa osoo hin xumuriin fiiganii bahuu. 7. Sagaleen Waaqayyoo yoo barsiifamu nama biraatti gaggaragalanii oduu odeessuu. 8.Mantaarboo ykn maayikii hamma gurri namaa dhagahuu dhabutti namarratti iyyisiisuu. 9. Waldaa keessaa kudhan bahanii kudhan ol deebi'uu. 10. Bilbila Silent osoo hin taasisin waldaa keessaa seenanii nama jeequ. 11. Sooftii fayyadamanii waldaa kiristiyaanaa keessatti gatuu. 12. Surree mudhiirraa gad-buusanii babargaanfataa adeemuu (dhiirotaaf). 13. Gurdii jilbaa olii (qaamni walakkaan qullaa), lippistikii hidhiirraa mana ibsu dibachuu 14. Shamarraan uffata Gabaaba fi qaama isi mul'isu uffatani iddoo aarsaa bahu. 15.Dhiirotni keenya rifeensa keenya gabaabsaachuu dhisuu 16ffaa Raajota sobduuf iddoo kennuu 17ffaa Barsisoota sobduu fi Faarfatoota sobduuf wajjin machaa'uu. 18ffaa Mana Waaqayyoo Mana Sirbaa Gochuu 19ffaa Wangeela fi Ajaandaa dhisaanii waldaatti bilbila irraa fayyadamu 20ffaa Saba dhiiga Yesuusin bitame tuffaachu 21ffaa Tajaajiltoonnis kiristoosiin lallabuu dhisaanii, yeroo nyaachuu, qarshiidhaan nama luqqisuu , gosa amantootaa adda baasuu dadhabuu keessaa jirra 22ffaa Softi afaan namaa keessa kaa'anii nyaadhu naman jechuu 23ffaa Mataa nama irra Milla mitii,Harka iyyuu seeran haala namarra kaa'uu dhisuu 24ffaa Akka nama taaksii qabatuu,Teessoo walii qabuu kun doggogora ta'uu isaa hubaachuu 25ffaa Mana Waaqayyoo Mana Nagadaa Gochuu 26ffaa Abbootaa Fi Haadhoota Keenya Kabaju Dhisuu 27 ffaa Lafa Keessummeessitootni Nama teesisan ta'uu diduu 28ffaa Osoo sagaleen waaqayyoo lallabamuu kolfuu 29ffaa Hafuurri Qulqulluu Fakkeessanii Teessoo caccabsu

Open in Telegram
Views1,500+294%vs avg
Forwards—
Reactions16
Comments—
#1226Text

🌿🌿🌿WAAMICHA ARIIFACHIISAA WALDAA PIROTESTAANTIIF🌿🌿🌿 ========================= 👉 Waldaan pirotestaantii qabxiilee, Marthin Luuter mormuun kun sirraachuu qaba jedhee waldaa kaatoliikii keessatti qabxiilee hedduu inni tarreesse hordofuun waldolee hundeeffamaniidha. 🌹Dhugaa dubbachuuf waldaa, hojjechuun harka Waaqayyoo keessatti hojjetu, Dhugaan Wangeelaa keessatti dubbatamu, wangeelaaf jecha aarsaa ta'u ta'uun ishee ifa galaadha. Haa ta'uyyuu malee yeroo ammaa kana Bifa waldummaa gadhiisuun gara hojii fooniitti deebi'aa jiraachuun isaa nama hin mamsiisu. kunis akka sirratuuf waamichi an isaaniif godhu! •••••••••••••🌿🌿🌿•••••••••••••••••• 1. Wangeela beekamtii dhuunfaaf lallabuu dhiisaa 2. Wangeela faayidaa dhuunfaa ykn ( business) dhuunfaatiif godhachuu dhiisaa 3. Walitti Bu'iinsa xiqqoof waldaa gargar caccabsuu dhiisaa. •••••••••••••🌿🌿🌿•••••••••••••••••• 4. Konfiransiif tajaajiltootni afferamtan dursii qarshii kuma hammana galchi jechuu dhiisaa, kessumattuu f/ttootni. 5.Muudama Paasterummaa ykn Wangeelawwii ta'uuf garee ijaarratanii waldaa hin burjaajessinaa. 6. Geggeessitoonni mana sooressaa qofa osoo hin taane mana hiyyeessas dhaqaa. ••••••••••••••🌿🌿🌿••••••••••••••••• 7. Uffannaa Aadaafi safuu hawaasaa eege uffachuun iddoo aarsaarra dhaabbadhaa malee manni waaqayyoo mana bunaa miti kana sirreessaa. 8. Labsii wangeela daqiiqaa hammana, farfannaa immoo daqiiqaa hammana faarsi jedhu kun ka'uu qaba. 9. Raajii waan aduudhaa gadiitiin uummata burjaajessu, adaba itti nuuf godhaa! Raajiin raajamuu qabu dhufaatii kristoosiin nutti agarsiisuu qofa ta'uu qaba. Waan aduudhaa gadii hojjenneeyyuu argachuu waan dandeenyuuf. ••••••••••••••🌿🌿🌿••••••••••••••••• 10. Fannoof wangeela da'oo godhatanii warra qumaara taphatan ugguruu qabdu. 11. Sanyummaan wal balaaleffachuun dhaabbachuu qaba. 12. Faarfannaan sirnaan hafuura qulqulluu keessa ofiitti dhaggeeffachaa utuu ta'ee gaariidha, malee miira muuziqaa qofaan utaaluunis utuu sirratee gaariidha! ••••••••••••••🌿🌿🌿••••••••••••••••• 13. Harka kee mirgaa kiisii ( borsaa) keetti gadi galchii waan qabde akkuma qabdetti fidi kottu jechuun amantoota saamuun haa dhaabbatu. 14. Konfiransii yommuu qopheessitan lubbuu meeqatu fayya jedhaa karoorsaa malee miliyoona meeqa arganna jechuun hafuu qaba! 15. Faarfannaan dhiyaatu osoo Gitaara, kiraara, ululleefi masiinqoo ta'ee akka durii akkam gaariidha. 16. Waldaa keessaa tajaajilaa dhugaatii fi albaadhummaan dhaabbachuu qaba. ========================= WARROOTA CHANNELIIN TAJAAJILANIIF 1.Ganamaaf Galgala maallaqa jechuun haa dhaabbatu. 2.Geust House jedhamee siree kireessuun amantoota saamuun dhaabbachuu qaba. 3.Miracle money card ykn kaardii maallaqa Ajaa'ibsiisaa jedhu bitadhaa jechuun haa dhaabbatu. 4. Raajii sobaa itti raajuun haa dhaabbatu. •••••••••••••🌿🌿🌿•••••••••••••••••• 5. Zayita fi bishaan gurguruun haa dhaabbatu. yoo baay'ee barbaachise tola haa kennamuuf. 6.VIP jedhanii iddoo Ba'eessa qabuufiin haa dhaabbatu, namni hundinuu fuula Waaqayyootti wal qixa. 7.Kaffaltii kaffalchiisuun waldaatti ol galchuun kadhachuufiin haa dhaabbatu, tola ta'uu qaba. 8. Hanni ija-baasaan dhaabbachuu qaba. ========================= RAAJOTAAF TAJAAJILTOOTA ITIYOOPHIYAATIIN ALAA 1. Paasterootni gurdii dubartii kophee taakkoo uffachuun dhaabbachuu qaba. 2. Qorichaan, Hafuura seexanaatiin geggeeffamanii tajaajiluun dhaabbachuu qaba. 3. Waaqayyoo karaa toora media hawaasaa twitter natti haada'e, waliif text goona jedhanii amantoota burjaajessun dhaabbachuu qaba. ••••••••••••🌿🌿🌿🌿••••••••••••••• 4. Waaqayyoo summii yoo nyaattan hin duutanii naan jedhe jedhanii ummata summii nyaachisuun ajjeesuun dhaabbachuu qaba. 5. Amantootaan waaqayyootu na ajajee marga nyaadhaa jechuun amantoota oliiif gadi oofun haa dhaabbatu. 6. Baata Wangeelaa ykn Atronosii yaabbachuun haa dhaabbatu. ========================= ✍️ An Mahibere Tinsa'edha! Follow, share godhaa maatii ta'aa! Nagaaniif araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu

Open in Telegram
Views1,520+299%vs avg
Forwards—
Reactions13
Comments—
#1220Link preview

Forwarded from 💉L͎e͎el lisaå✊🏼 𝗗𝗮𝗮ʳ𝗴ē🩺🇪🇹🇺🇲

🫡💛🙏 1, Abdi Hope ✅️ 2, Walooma Wayya ✅️ 3, 4, Carroo Cri ✅️ 5, 6. Walooma Wayya ✅️ 7, Dawit T Wakjira ✅️ 8, 9, 10, 11, Wandime Iyale 12, 13, Negasa Gudina ✅️ 14, 15, 16, 17, Sidise Bulbula ✅️ 18, Yaad Essaa ✅️ 19, 20, Dandi Nagasa ✅️ 21, 22, Ålëxîs Õró Tåmë ✅️ 23, 24, 25, 26, 27, Jirex Oro Man ✅️ 28, 29, 30, Sidise Bulbula ✅️ 31, Kumarraa Jiidhaa ✅️ 32, Biftu Itafa ✅️ 33, 34, Ayyaantuu Guutaa Hordoofa ✅️ 35, 36, Biko West Oromia ✅️ 37, Sanyi Ebabtu✅️ 38, Gemechu Kejela ✅️ 39, 40, 41, 42, Yaaso Taye ✅️ 43, 44, Sidise Bulbula ✅️ 45, 46, Derartu Shifara ✅️ 47, 48, Firo Kasahun ✅️ 49, Firo Kasahun ✅️ 50, Firo Kasahun ✅️ 51, Firo Kasahun ✅️ 52, Firo Kasahun ✅️ 53, Dandi Nagasa ✅️ 54, Dame Mitiku✅️ 55, 56, Wabii Korsa ✅️ 57, Amazing Taye ✅️ 58, Ke'olit Mekonnen ✅️ 59, 60, Naafleet Birhaanuu ✅️ 61, 62, 63, 64, CL Ase ✅️ 65, 66, 67, Malkaamuu Ambasaddaricha Afrikaa ✅️ 68, 69, Abay Mulatu Werkh 70, 71, Hin Teenye Hamma Humnakoo 72, Yeroo O San 73, Nebiyi Arjo 74, 75, Waqawaya Boka 76, 77, Si Su 78, 79, Sidise Bulbula ✅️ 81, Dandi Nagasa 82. Obsa Etefa 83, Diriba Asefs 84, Dawit Wagari 85, Yaaso Taye [ Boni ] 86, 87, Yaaso Taye T Etana 88, Talile Malkamu 89, Malkaa Olani Naga 90, Dani Deksisa Kenea 91, 92, Gadan Fixa 93, 94, 95, Carroo Cri 96, 97, 98, 99, 100, Sayikoo Sabaafi Seenaa 101, 102, 103, Oliyad Getacho 104, Elili Bekele 105, 106, 107, Sidise Bulbula 108, 109, Dandi Nagasa 110, 111, Tola Mulatu 112, 113, Takkee Tamasgen 114, 115, 116, 117, Freedom Berhanu 118, 119, Dinka Bulti Miressa 120, 121, 122, 123, Diriba Asefs 124, 125, 126, Soli Brand 127, Tafee Ilma Abbaa Xiiqii 128, 129, 130, Dawit T Wakjira 131, 132, 133, Te Kea 134, Sidise Bulbula 135, 136, Yaaso Taye 137, 138, Yeroon Fikadu 139, 140, 141, 142, 143, Dandi Nagasa 144, 145, Lelisa Gudina Leta 146, 147, 148, 149, Leel lisa by [Yaaso Taye🙏🏿) 150, Debela K Firrisa 󱢏 ✅️🙏 Galatoomaa! Kanneen hafe namoonni qabachu feetan keessan koottaa...🤝 Telegram group: https://t.me/+imASUT59iUo3ZmI0 !

Open in Telegram
Views2,000+425%vs avg
Forwards—
Reactions5
Comments—