Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Открыть в TelegramGalmee Seenaa Qulqulloota!
" Dhagaadhaan in rukutaman, billaadhaan in ajjeefaman, gogaa hoolotaa yookiis re'ootaa uffatanii asii fi achi in deddeebifaman, waan isaan barbaachisu in dhaban, in rakkifaman, in miidhaman." Ibr 11: 37 https://youtube.com/@belinamelaku12 @Baliye
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 3 нояб. 2026 г. | 1 250 |
| 26 нояб. 2026 г. | 11 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры1,25 тыс.Пересылки—Реакции8Комментарии—
- 02Просмотры21Пересылки—Реакции—Комментарии—
- 03Просмотры16Пересылки—Реакции—Комментарии—
- 04Просмотры7Пересылки—Реакции—Комментарии—
Новые посты
🙏Ijoollen ortodoksi qofa✅ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽 As Tuqaa 👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
Открыть в TelegramFilmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Открыть в Telegram✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Открыть в TelegramIjollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Открыть в TelegramDargaggoonni Baay'een ♤ Waa'ee Jireenya Isaanii Boruu ♤ Waa'ee Hojii isaanii ♤ Waa'ee Jireenya Isaanii Gara Fuulduraa Dhiphachuudhaan Nageenya Isaanii Har'aa ni dhabu. Haa ta'u Malee, Waa'ee Boruuf hin Yaadda'iina, Guyyaan Boruu ofiif ni yaadda'a jedhamee akka barreeffame, guyyaan boruu kan waaqayyooti. Gaheen kan kee Itti gaafatamummaa fi Hojii si harka jiru kutannoo fi ciminaan hojjechuudha. Boru waaqayyootti Adaraa kenni. Itti gaafatamummaa kee har'aa Ogummaadhaan Bahi". Qul. Yohaannis Afaan Warqee.
Открыть в Telegram"Even if you speak the truth, if you speak without love, you speak in vain" — St. John Chrysostom እውነትን እንኳ ብትናገር፣ ያለ ፍቅር የምትናገር ከሆነ በከንቱ ትናገራለህ።» — ቅዱስ ዮሐንስ አፈወርቅ «Dhugaa dubbattu illee, jaalala malee yoo dubbattu, Waaqa biratti bu'aa hin qabu / gatii hin qabu.» — Qulqulluu Yohaannis Af-Warqii
Открыть в TelegramDuuti qulqullootaa Waaqayyo duratti ulfina qabeessadha” (Faar. 116:15). Baga geessan 🥰🤌 Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Abbaa-Tekle-Haayimaanoot-08-29
Открыть в Telegram"Ollaa kee akka ofii keetii jaallachuu jechuun gammachuu isaa akka gammachuu ofii keetii, gidiraan isaa akka gidiraa ofii keetii ilaaluu jechuudha. Wanti ollaa kee mudatu kamiyyuu akka si mudatu yoo hin ilaalle jaalalli kee ammallee guutuu miti. Ollaan kee kutaa kee isa biraa kan ati keessa jiraattu waan ta'eef.'' Qulqulluu Yohaannis @Qulqulloota @Qulqulloota @Qulqulloota @Qulqulloota
Открыть в Telegram“Bor hin jedhinaa!” Diyaabiloos jecha abdii fakkaatu “bor” jedhuun har’a keenya nu jalaa fudhata. Har’a yoo hin fayyadamne, borus akkuma kanaa qisaasamaan darba. Mala Seexanaa inni guddaan, waan gaarii yeroo amma gochuu qabnu gara fuulduraatti akka tursiifnu nu gochuu dha. Sababni isaa, hojii gaarii tokko “bor nan godha” jennee yoo dabarsine, bor yeroo ga’u immoo “bor biraa” jennee irra deebiin akka tursiifnu barbaada. Akkasitti umurii keenya guutuu waadaa fi tursiisa duwwaa keessatti akka fixnu barbaada. Kanaaf, ogummaan dhugaan yeroo har’a harka keenya jiru hojii gaarii hojjechuuf, Waaqayyotti deebi’uuf, qalbii jijjiirrachuu gaabbii galuun itti fayyadamuudha. “Qulqulluun Yohaannis Afaan Warqee” Waaqni qulqullootaa hundi keenya yeroo har’aa akka gaariitti itti fayyadamnuuf qalbii hubataa fi ogummaa nuuf haa kennu! 🥺🙏
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
Isaiah 48 Apologetics@thetriuneРелигия7,19 тыс.- አዶናይ@thedayofpentecostРелигия7,1 тыс.
✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸@seyfal_islaamРелигия7,35 тыс.
"ቃለ እግዚአብሔር "@kaleegziabeherРелигия6,83 тыс.
ኢስላማዊ ግጥም@abdul_fettahРелигия7,57 тыс.
Daily Injera@dailyinjeraofficialРелигия7,81 тыс.
ራዕይ ዮሐንስ 20 በልዩ ልዩ የዓለም ቋንቋዎች መልዕክቱን የሚያገኙበት@rayyohanes20Религия6,49 тыс.
ቅዱሳት መጻሕፍት@holy_scripturesРелигия8,06 тыс.