Переслано из Quality Button Bot
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Открыть в Telegram
"Addunyaan hunduu ni darba; fedhiin fooniis ni bada; seera Waaqayyoo kan raawwatu garuu bara baraaf ni jiraata!" Yaadaa fi gaaffiif @lamtesh irratti nuuf ergaa! *Godoliyaas-Waaqayyo Guddaadha*
По дню публикации
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 28 окт. 2026 г. | 1 380 |
| 29 окт. 2026 г. | 1 115 |
| 31 окт. 2026 г. | 1 650 |
| 6 нояб. 2026 г. | 1 360 |
| 14 нояб. 2026 г. | 1 080 |
| 20 нояб. 2026 г. | 595 |
| 21 нояб. 2026 г. | 645 |
| 22 нояб. 2026 г. | 432 |
| 23 нояб. 2026 г. | 635 |
| 26 нояб. 2026 г. | 15 |
Переслано из Quality Button Bot
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Открыть в TelegramПереслано из Quality Button Bot
🙏Ijoollen ortodoksi qofa✅ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽 As Tuqaa 👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
Открыть в TelegramПереслано из Quality Button Bot
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Открыть в TelegramПереслано из 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Открыть в TelegramПереслано из Promotion
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Открыть в Telegram⚜️ Sooma Raajotaafi Kiristaanummaa ⚜️ ➠Qulqulloonni Raajonni dhalachuu Ilma Waaqayyoo fi abdii fayyina ilma namaa raajii isaaniin arganii guyyaa isaa eeggachuurra osoo jiranii yeroo garaagaraatti soomaa turaniiru. ➠Eebbi isaanii har'as nu qaqqabee, akka isaanii guyyaa dhalachuu Ilma Waaqayyoo sana fulduratti arguuf osoo hin taane, abdii isaanii kan ture Ilmi Abbaa Ilmi Dubroo Maariyaam Kiristoos inni addunyaa hunda fayyisuuf dhalatee nu gidduu deddeebi'e sun, dhugumatti jireenya tokko tokkoo keenya keessatti akka dhalatuuf (dhalachuu isaatti amanuutti akka cimnuuf), akkasuma eebbi Qulqulloota Raajotaas akka nu qaqqabuuf har'as kakuu haaraatti ni soomna; sooma kana manni kiristaanaa 'Sooma Raajotaa' jetti! Jireenya tokko tokkoo keenya keessatti dhuguma Kiristoos yoo dhalate, jechuunis unuuf jedhee bifa garbicha isaan mul'achuu isaa yoo amanne, cuuphaadhaan mucaa isaa taaana; barumsa inni barsiisetti jiraanna; akka inni nuuf du'es amanna; nuuf du'uu isaa yoo amanne Foonii fi Dhiiga isaa isa dhugaatti amanna; yeros ni fudhanna; Kiristoos waliin tokko taana! Isa waliin tokko yoo taane du'aa ka'umsa inni hangafa nuuf ta'ee ka'e sanaan ni kaana; mootummaa isaa keessa bara baraan ni jiraanna! Kiristaanummaan kanumadha! Sooma Eebba nuuf haa taasisu!🙏 ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ @Kalabhiyahu @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Открыть в Telegram⚜️Baga Geessan⚜️ #Hub: Soomni raajotaa yeroo hunda #sadaasa 15 eegala! ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ @Kalabhiyahu @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Открыть в Telegram⚜️Kattaan Sun Kiristoos Ture⚜️ 👉Guyyaa kana (Sadaasa 12)tti, ergamaan Waaqayyoo Qulqulluu Mikaa'el Israa'eloota gaggeessee gara biyya isaaniitti akka isaan galchetu yaadatama; mee deemsa Israa'elootni yeroo sana taasisaniin walqabsiisee waan qulqulluun Phaawuloos Israa'elota kakuu haaraa warra taane nuyi kiristaanotatti waan dubbate tokko waliin haa dubbisnu. 1Qor. 10:1-11👇 "Yaa obboloota koo! Abboonni keenya hundinuu (Israa'eloonni), [utubaa] duumessaa sana jala akka turan, hundumti isaaniis galaanicha akka ce'an akka beektan nan barbaada. Hundumti isaaniis kan Musee ta'uudhaaf duumessichaa fi galaanicha keessatti cuuphamaniiru; hundumti isaanii nyaata afuuraa isa tokkicha sana nyaataniiru; hundumti isaanii dhugaatii hafuuraa isa tokkicha sana dhuganiiru; isaan kattaa hafuuraa isa guddicha, isa isaanii wajjin adeemaa turettii dhuganiiru; kattaan guddichi sun immoo Kiristoos ture. Haa ta'u iyyuu malee, Waaqayyo isaan keessaa namoota baay'eetti waan hin gammadiniif, lafa duwwaatti (gammoojjiitti) in gataman. Wanti kun hundinuu immoo, nus (Israa'elonni kakuu haaraa) akkuma isaan sanaa waan hamaa akka hin hawwineef of nu eeggachiisu. ►Isaan keessaa kaan waaqayyolii tolfamaniif akka sagadan, isin warra waaqayyolii tolfaman waaqessan hin ta'iinaa! Akkuma caafame, “Jarri gar-malee nyaachuu fi dhuguuf taa'anii, gar-malee sirbuuf immoo ka'an” jedhe. ►Isaan keessaa kaan gaalamootummaatti (ejjatti)gad of dhiisanii, guyyaa tokkotti namoonni kumni digdamii sadii akka dhuman, kottaa nu immoo gaalamootummaatti gad of hin dhiifnu! Isaan keessaa kaan aangoo gooftichaa qoranii, bofni akka isaan balleesse, nu immoo aangoo gooftichaa qoruun nuuf hin ta'u. ►Isaan keessaa kaan gungumanii, ergamaa isa nama balleessuun akka balleeffaman, isinis hin gungumiinaa! 👉Wanti kun hundinuu warra kaan qoqqobachuudhaaf isaanitti dhufe, nuyi warra dhumni barichaa irra ga'eef immoo barumsa akka nuuf ta'uuf caafame" Mana isaa keessa nu dhaabee nama waggaa nu haa taasisu. Ameen!🙏 ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ @Kalabhiyahu @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Открыть в Telegram✝️Mikaa'el✝️ "Yeroo sanatti Mikaa'el ergamaa inni guddichi ijoollee saba keef dhaabatu in ka'a..." Dan. 12:1 "Kana booddees samii keessatti lolli in ka'e. Mikaa'el, ergamoota isaa wajjin bineensa akka jawwee sana in lole; bineensichi akka jawwee sunis ergamoota isaa wajjin deebisee isa in lole. Bineensichi mirga hin arganne, deebi'ees isaaf ergamoota isaatiif samii keessatti iddoon hin argamneef" -Mul. 12:7-6 Isa nuuf dhaabbatu, Isa diina keenya irra immoo dhaabbatu ergamaa guddicha Mikaa'el! Baga guyyaa kabaja ayyaana yaadannoo Isaa kan waggaa geessan!🙏 Eegumsi Ergamichaa nurraa adda hin bahiin! Ameen! ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ @Kalabhiyahu @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Открыть в Telegram🙏 Baga Geessan🙏 ✔️Maariyaamii Qusquwaam✔️ "Ati yaa Sulaamaaxiis, deebi'i; deebi'i; akka si ilaalluuf deebi'i...." Weedduu 6:13 "Yaa Dubroo sitti boonya. Diinni si'ii fi Jaalatamaa Ilma kee arii'ate yammuu du'etti Qulqulluun Gabrii'eel akka Iyyerusaalemitti deebitu sitti himee ture. Har'a garuu, gara ijoollee kee jal'inni laphee keenyaa Heroodsi nutti ta'ee jireenya keenya keessaa si fi Ilma kee godaansisnetti deebi'uuf hamma Qulqulluun Gabri'eel sitti himutti nu jalaa hin turiin. Sababni isaa Heroodsi kan nutti ta'e jal'inni laphee keenyaa du'uu didee kunoo hamma har'aatti nu rakkisaa jira waan ta'eef Yaa Sulaamaaxiis godaansi si'i gaha; jaalatamaa ilma kee wajjin gara keenyatti, gara biyya keenyaatti nuuf deebi'i. Ilmi kee xaa'ootiiwwan Gibtsi akkuma burkuteesse hawwii lafa kanarraa isa xaa'otii nutti ta'ee jiru nuuf burkuteessuun isaaf ni danda'ama waan ta'eef" 🙏 Ayyaana Gaarii🙏 ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ @Kalabhiyahu @Kalabhiyahu ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Открыть в Telegram
አስ-ሱናህ ቴቪ | As-Sunnah TV@assunnahtvofficialРелигия10,7 тыс.
ABX@muhammedseidabxРелигия11,3 тыс.
አቤኔዘር ዘተዋሕዶ ገፅ@abizeeotcРелигия11,5 тыс.
ዳኒያ ኢስላማዊ ቻናል@dania_islamicРелигия10,3 тыс.
እውነት ለሁሉ ewnetlehulu.net@ewnetlehuluРелигия10,2 тыс.
ፍቁረ እግዚእ ሚዲያ Fikure Egzi Media – FEM@fikureegzi4Религия10,2 тыс.
ISLAMIC SCHOOL@islam_and_scienceРелигия10,2 тыс.