
Waldaa Duuka Bu'ootaa
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 18, 2026 | 963 |
| Nov 19, 2026 | 1,090 |
| Nov 20, 2026 | 886 |
| Nov 26, 2026 | 382 |
Most viewed this month
- 01Views1.09KForwards—Reactions—Comments—
- 02Views963Forwards—Reactions—Comments—
- 03Views886Forwards—Reactions—Comments—
- 04Views384Forwards—Reactions—Comments—
Latest posts
Forwarded from Solomon Begna
https://t.me/+Kz-OJDY-gpE2ZTQ8 Join this group app kitaaba argachuuf
Open in TelegramDIRREE DAWAA WAAMICHA MISEENSUMMAA Waldaan Duuka Bu’ootaa wiirtuun magaalaa Dirree Dawaa baga hundeeffama WDB waggaa 15ffaan isin gahe jechaa, jiraattonni magaalaa Dirree Dawaa amantaa ortodooksii hordoftan kan tajaajila Afaan Oromoo keessatti hirmaachuudhan tajaajila argachuu fi kennuu barbaaddan hundumaan gara waldaa keenyatti akka dabalaamtan waamicha isinii dhiyeessina, Obboloota miseensa keenya ta’uudhan tajaajila Afaan Oromoo keessatti hirmaachuu barbaaddaniif foormii (guca) kanaa gadii guutuudhan yoo nuuf ergitan deebisnee kan isin quunnamnu ta’a. Yoo barbaachisaa ta’es bilbila keessan gama inbox tiin ykn ammoo komentii jalatti yoo nuuf barreessitan isin quunnamnee iddoo, sa’aatii fi haala sagantichaa kan isin beeksifnu ta’a. https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdpiQy1zlKZcRA3LX4Hw22RWg72PlQJKM_L_UB2XzOdQDdkKw/viewform
Open in TelegramOnkololessa 14. Baga guyyaa hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa geessan. Waggoota 15 arjummaa Isaatiin kan nu eega Waaqayyoof galatni haa ta'u. Abbootni fi obbolootni karaa gara garaatiin gumaacha gama yaadaan, kadhannaatiin, humnaan, qarshiidhaan, yeroodhaan fi karaa Waaqayyo beeku hundumaan tajaajila waldaa kanaa tumsaa turtan hundumti galatoomaa. Waaqayyo galma keenya xumuraa kan Duuka Bu'ootni argataniif nu haa kaadhimatu!
Open in TelegramBarattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan. TV Sagalee Dhugaa, Onkoloolessa 13,2019 B.A. Akkuma Kitaabni Qulqulluun, “Obboloonni gamtaan yoo taa’an kunoo gaariidha, kunoo kan bareeduudhasi.”( Faar.133:1) jedhu, barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan. Haaluma kanaan yaa’iin dhaabbileen barnoota ol’aano yuunivarsiitii Wallaggaa fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Naqamtee, Yuunivarsiitii Amboo fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Amboo akkasumas Yuunivarsiittiwwanii fi Koolleejjiwwan dhuunfaa magaalota gara keessa jiran gidduutti marii koree fi miseensota waliin taasifameen, tokkummaa tajaajiluuf walii galameera. Waldaan Duuka Bu’ootaa bara 2005 irraa eegalee barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo keessa jiran filannoo isaaniitiin mirga bakka barbaadanitti barachuu akka qabaatan yaaduudhaan dhiibbawwan yaa’ii mooraa keessa turan hambisuu keessatti qaamota gara garaa waliin gaheesaa bahachaa tureera. Waldaan Duuka Bu’otaa imaammata barnoota qindaa’aa (kaarikulamii) yaa’ii Dhaabbilee Barnoota ol’aanoo sadarkaasaa eeggate of harkaa qabu fayyadamuun, haala wal fakkaataa qulqullina koorsii fi tajaajila dhaabbilee barnoota eegsisuu danda’auun barsiisaa jira. Bu’uuruma kanaan barattoonni yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo keessa jiran koorsii Waldaa Duuka Bu’ootaan kennamu itti fufiinsaan hordofaa jiru. Caasaan bulchiinsa mana kiristaanaas deggarsa nuuf taasisaa turtan daran jabeessuun akka itti fuftan gaafaachaa Waldaan Duuka Bu’ootaa ergama manni kiristaanaa kenniteef bahachuuf yoomiyyuu ciminaan kan dhaabbatuufi gara fuulduraattis qaamolee fedhii tokkummaan qulqulleettii mana kiristaanaa keenya tajaajiluu qaban waliin hojjechuuf qophii ta’uu ni ibsa. Xumurarrattis hariiroon tokkummaan tajaajiluu kun fedhii fi hawwii kiristaanotaa, abbootaa fi tajaajiltootaa yeroo dheeraa kan ture yoo ta’u, tokkummaan kun akka milkaa’uuf dadhabaa kan turtan hunda keessaniif Waldaan Duuka Bu’ootaa galata qaba. Wiirtuu Muummetti Qindeessaa Yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Waldaa Duuka Bu’ootaa
Open in TelegramConnections
Similar channels
HAppy Mûslimah@heppymuslim29Religion5.41K- ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ / Orthodox ✝️@ei_du2Religion5.46K
Ethiopian Orthodoxs Daily@ethiopianorthodoxsReligion5.13K
ነገረ ወንጌላውያን@negere_evangelicalReligion5.13K
መዓዛ ሃይማኖት በጎ አድራጎትና ጉዞ ማህበር@meazahaymanotReligion5.59K
የኦርቶዶክስ ተዋሕዶ መዝሙር 🇪🇹@ortodox_27Religion5.06K
ኦርቶዶክሳዊ ቅዱሳት ሥዕላት: Ethio Icons@ethioiconsReligion5.04K
ፉርቃን ኦንላይን ቁርኣን ማዕከል@yeilmkaznaReligion4.95K