
β ππππ ππ₯-πππππ π΅πΈ
Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 6, 2026 | 1,160 |
| Nov 10, 2026 | 819 |
| Nov 11, 2026 | 1,169 |
| Nov 12, 2026 | 4,470 |
| Nov 14, 2026 | 787 |
| Nov 19, 2026 | 3,990 |
| Nov 22, 2026 | 1,990 |
| Nov 26, 2026 | 310 |
Most viewed this month
- 01Views4.47KForwardsβReactions17Commentsβ
- 02Views3.99KForwardsβReactions13Commentsβ
- 03Views3.15KForwardsβReactions8Commentsβ
- 04Views2.02KForwardsβReactions7Commentsβ
Latest posts
β Namni bilisummaa dhugaa kan argatu yeroo gabrummaa fedhii ofii, maallaqaa fi humna namaa jalaa ba'ee dhugaa qofaaf jiraatuudha. @seyfal_islaam
Open in Telegramβ α₯ααα°α ααα΅ααα½αα΅ α αα α₯α α α¦α³ α ααα°ααα’ @seyfal_islaam
Open in Telegramβ Dhaloonni ammaa barreeffama dheeraa hin dubbisu; ergaan kee sekondii muraasa keessatti "Message" isaa dabarsuu Danda'uu qaba. @seyfal_islaam
Open in Telegramβ Namoonni yeroo Muslimni dhimma biyyaa, siyaasaa, dinagdee fi dhimmoota hawaasummaa irratti dubbatuu fi shoora isaa bahatu, akkasumas dhimma biyyaa irratti lammiilee kaan waliin walqixa hirmaatu isin gubuu fi isin aarsu, waan tokko yaadadhaa: β βIslaamummaa abbootiin keenya dhalootaa dhalootatti dabarsaa nuun ga'an, nus gara sadarkaa itti aanuutti ceesisuuf boqonnaa fi hirriba dhabnee akka hojjannu Rabbiif waadaa seenneerra. Irra deddeebi'aa itti yaadaa. @seyfal_islaam
Open in Telegram~ ΩΨ§ ΨΩΨ²ΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ ΩΨ§ΩΩΩΨ±Ψ’ΩΩ ΩΩΨͺΩΩΩΩ ΩΨ₯ΩΩΩ Ψ΄ΩΨ¦ΩΨͺΩ ΩΨ§ΩΩΨ±ΩΨ£Ω : "Ψ·ΩΨ Ω ΩΨ§ Ψ£ΩΩΨ²ΩΩΩΩΩΨ§ ΨΉΩΩΩΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΨ±ΩΨ’ΩΩ ΩΩΨͺΩΨ΄ΩΩΩΩ" β€οΈ
Open in TelegramForwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
β ifaa koo dhaamseera, Na Arguu yoo Barbaadde Of Bobeessi! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramForwarded from IQRAA QURβAN ACADEMY
GUYYAA KEESSA SAβAATII 24 QABDAβ¦ π QURβAANAAF DAQIIQAA 30 QOFA KENNI! βQurβaana eessatti qaraβu?β βIjoollee koo eessatti barsiifadhu?β Jettee yaadaa jirtaa? β¨ Deebiin isaa as jira! π IQRAA QURβAN ACADEMY Bakka isin jirtanitti, guyyaa fi saβaatii isinitti mijatuun, ustaazota muuxannoo qaban irraa barnoota Qurβaanaa fi Islaamaa isiniif dhiheessa. π Qaβidah β’ Nazaraβ’ Tajwiidaa β’ Hifz β’ Siiraa β’ Tarbiyyaa Islaamaa π» Online Yeroo siif mijatutti π² Telegram: @IqraaAcademy1 π 0927214227 βDaqiiqaa 30 qofa Qurβaanaaf haa kenninu!β π IQRAA QURβAN ACADEMY @IqraaAcademy2
Open in TelegramConnections
Similar channels
ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ@a4mulaa_jireenyaaQuotes19.4K- Galmee Seenaa Qulqulloota!@qulqullootaReligion7.19K
Isaiah 48 Apologetics@thetriuneReligion7.19K
α’α΅ααα αα₯α@abdul_fettahReligion7.57K- α αΆαα@thedayofpentecostReligion7.1K
Daily Injera@dailyinjeraofficialReligion7.81K
"αα α₯ααα α₯αα "@kaleegziabeherReligion6.83K
α
α±α³α΅ αα»ααα΅@holy_scripturesReligion8.06K
Mentioned by
Mentions
ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ@a4mulaa_jireenyaa4Β mentions, 4Β reposts