Posts of β ππππ ππ₯-πππππ π΅πΈ
β Namni bilisummaa dhugaa kan argatu yeroo gabrummaa fedhii ofii, maallaqaa fi humna namaa jalaa ba'ee dhugaa qofaaf jiraatuudha. @seyfal_islaam
Open in Telegramβ α₯ααα°α ααα΅ααα½αα΅ α αα α₯α α α¦α³ α ααα°ααα’ @seyfal_islaam
Open in Telegramβ Dhaloonni ammaa barreeffama dheeraa hin dubbisu; ergaan kee sekondii muraasa keessatti "Message" isaa dabarsuu Danda'uu qaba. @seyfal_islaam
Open in Telegramβ Namoonni yeroo Muslimni dhimma biyyaa, siyaasaa, dinagdee fi dhimmoota hawaasummaa irratti dubbatuu fi shoora isaa bahatu, akkasumas dhimma biyyaa irratti lammiilee kaan waliin walqixa hirmaatu isin gubuu fi isin aarsu, waan tokko yaadadhaa: β βIslaamummaa abbootiin keenya dhalootaa dhalootatti dabarsaa nuun ga'an, nus gara sadarkaa itti aanuutti ceesisuuf boqonnaa fi hirriba dhabnee akka hojjannu Rabbiif waadaa seenneerra. Irra deddeebi'aa itti yaadaa. @seyfal_islaam
Open in Telegram~ ΩΨ§ ΨΩΨ²ΩΩΩ ΩΩΨ¨ΩΩΩΩ ΩΨ§ΩΩΩΨ±Ψ’ΩΩ ΩΩΨͺΩΩΩΩ ΩΨ₯ΩΩΩ Ψ΄ΩΨ¦ΩΨͺΩ ΩΨ§ΩΩΨ±ΩΨ£Ω : "Ψ·ΩΨ Ω ΩΨ§ Ψ£ΩΩΨ²ΩΩΩΩΩΨ§ ΨΉΩΩΩΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΨ±ΩΨ’ΩΩ ΩΩΨͺΩΨ΄ΩΩΩΩ" β€οΈ
Open in TelegramForwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
β ifaa koo dhaamseera, Na Arguu yoo Barbaadde Of Bobeessi! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramForwarded from IQRAA QURβAN ACADEMY
GUYYAA KEESSA SAβAATII 24 QABDAβ¦ π QURβAANAAF DAQIIQAA 30 QOFA KENNI! βQurβaana eessatti qaraβu?β βIjoollee koo eessatti barsiifadhu?β Jettee yaadaa jirtaa? β¨ Deebiin isaa as jira! π IQRAA QURβAN ACADEMY Bakka isin jirtanitti, guyyaa fi saβaatii isinitti mijatuun, ustaazota muuxannoo qaban irraa barnoota Qurβaanaa fi Islaamaa isiniif dhiheessa. π Qaβidah β’ Nazaraβ’ Tajwiidaa β’ Hifz β’ Siiraa β’ Tarbiyyaa Islaamaa π» Online Yeroo siif mijatutti π² Telegram: @IqraaAcademy1 π 0927214227 βDaqiiqaa 30 qofa Qurβaanaaf haa kenninu!β π IQRAA QURβAN ACADEMY @IqraaAcademy2
Open in TelegramForwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
β Rakkoon Addunyaa kanaa Bakka 2tti Qoodama:- 1- karaa Bahiinsaa kan qabu yoo ta'u Dawaan isaa Cinqamuudha. 2- Karaa bahiinsaa kan hin qabneedha, Dawaan isaa Obsa Qofa. @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegramβ α α£α΅α α¨αα΅ααααα αα α£α«α°αααα α α¨αα½ααα αα α α΅ααααα α‘α‘ @seyfal_islaam
Open in TelegramβΒ ααα α’αα α¨α αα° α¨α αα α¨α°α¨α α°α α΅αααα ααα α α α α₯α½αα‘α‘ :¨·.Β·Β¨: β Β `Β·. @Seyfalislam_official
Open in Telegramβ αα³α¬ ααα«α΅ α ααα½αα α΅ α°αα΅ αα€α α΅ααβ€οΈβπ©Ή @Seyfalislam_official
Open in TelegramForwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
β Gaafa Yaaduu Eegalte Abbaan kee maaliif Akka Baay'ee hin dubbanne siif gala! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramForwarded from ΝΝFoormulΙΙ JireenyΙΙ π΅πΈ
Habibi! β Yeroo ati dhalattu haati kee βMaal deesse?β jennaan βdhiiran daheβ jette. Kanaafuu #dhiira ta'i! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramSultaan Abdulhaamiid II imala Hajjii ummata isaatiif salphisuu fi tokkummaa Uummata Islaamaa (Pan-Islamism) jabeessuuf Sarara Baaburaa Hijaz (Hejaz Railway) ijaarsise. Garuu wanti nama gaddisiisu Naannoo waraana Addunyaa 1ffaa (1914-1918) Biyyoonji Awroophaa keessattuu Ingiliz Kilaafaa Islaamaa Dhabamsiisuuf jecha Araboota Gowwoomsanii itti bobbaasan, Sababuma kanaanis Baaburri Hujjaajota Qabatee ture sun Boonbidhan Barbadeeffame, Kusins seenaa islaamaa keessaatti Seenaa ta'ee Hafeera. @seyfal_islaam
Open in TelegramForwarded from Miiltoo production
Miiltoo 18 Sagantaan keenya Fakkeenya jaalalaa 3 haala hawwataafii miidhagaadhaan itti fufee jira αααΆ 18 α¨αα α α°αα³αα΅ αα¨α΅ α₯α α°αα α£α ααα³ α₯αα° αα α ααααα’
Open in Telegram