Посты канала ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
● Namni bilisummaa dhugaa kan argatu yeroo gabrummaa fedhii ofii, maallaqaa fi humna namaa jalaa ba'ee dhugaa qofaaf jiraatuudha. @seyfal_islaam
Открыть в Telegram● Dhaloonni ammaa barreeffama dheeraa hin dubbisu; ergaan kee sekondii muraasa keessatti "Message" isaa dabarsuu Danda'uu qaba. @seyfal_islaam
Открыть в Telegram● Namoonni yeroo Muslimni dhimma biyyaa, siyaasaa, dinagdee fi dhimmoota hawaasummaa irratti dubbatuu fi shoora isaa bahatu, akkasumas dhimma biyyaa irratti lammiilee kaan waliin walqixa hirmaatu isin gubuu fi isin aarsu, waan tokko yaadadhaa: ● Islaamummaa abbootiin keenya dhalootaa dhalootatti dabarsaa nuun ga'an, nus gara sadarkaa itti aanuutti ceesisuuf boqonnaa fi hirriba dhabnee akka hojjannu Rabbiif waadaa seenneerra. Irra deddeebi'aa itti yaadaa. @seyfal_islaam
Открыть в Telegram~ لا حُزْنٌ يَبْقَى والقُرآنُ يُتْلَى وإِنْ شِئْتَ فاقْرَأْ : "طه، مَا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْقُرْآنَ لِتَشْقَى" ❤️
Открыть в TelegramПереслано из ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
● ifaa koo dhaamseera, Na Arguu yoo Barbaadde Of Bobeessi! @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в TelegramПереслано из IQRAA QUR’AN ACADEMY
GUYYAA KEESSA SA’AATII 24 QABDA… 📖 QUR’AANAAF DAQIIQAA 30 QOFA KENNI! “Qur’aana eessatti qara’u?” “Ijoollee koo eessatti barsiifadhu?” Jettee yaadaa jirtaa? ✨ Deebiin isaa as jira! 📖 IQRAA QUR’AN ACADEMY Bakka isin jirtanitti, guyyaa fi sa’aatii isinitti mijatuun, ustaazota muuxannoo qaban irraa barnoota Qur’aanaa fi Islaamaa isiniif dhiheessa. 📚 Qa’idah • Nazara• Tajwiidaa • Hifz • Siiraa • Tarbiyyaa Islaamaa 💻 Online Yeroo siif mijatutti 📲 Telegram: @IqraaAcademy1 📞 0927214227 “Daqiiqaa 30 qofa Qur’aanaaf haa kenninu!” 📖 IQRAA QUR’AN ACADEMY @IqraaAcademy2
Открыть в TelegramGalmeen keenya Guutaa jira, Bakka nama Muraasaa qofa waan qabnuuf Itti Fayyadamaa.
Открыть в TelegramПереслано из ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
● Rakkoon Addunyaa kanaa Bakka 2tti Qoodama:- 1- karaa Bahiinsaa kan qabu yoo ta'u Dawaan isaa Cinqamuudha. 2- Karaa bahiinsaa kan hin qabneedha, Dawaan isaa Obsa Qofa. @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● ሁሌም ቢሆን ከአንተ የበለጠ የተከፋ ሰው ስለሚኖር ፈገግ በል አብሽር፡፡ :¨·.·¨: ❀ `·. @Seyfalislam_official
Открыть в TelegramПереслано из ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
● Gaafa Yaaduu Eegalte Abbaan kee maaliif Akka Baay'ee hin dubbanne siif gala! @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в TelegramПереслано из ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Habibi! ● Yeroo ati dhalattu haati kee “Maal deesse?” jennaan ”dhiiran dahe” jette. Kanaafuu #dhiira ta'i! @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в TelegramSultaan Abdulhaamiid II imala Hajjii ummata isaatiif salphisuu fi tokkummaa Uummata Islaamaa (Pan-Islamism) jabeessuuf Sarara Baaburaa Hijaz (Hejaz Railway) ijaarsise. Garuu wanti nama gaddisiisu Naannoo waraana Addunyaa 1ffaa (1914-1918) Biyyoonji Awroophaa keessattuu Ingiliz Kilaafaa Islaamaa Dhabamsiisuuf jecha Araboota Gowwoomsanii itti bobbaasan, Sababuma kanaanis Baaburri Hujjaajota Qabatee ture sun Boonbidhan Barbadeeffame, Kusins seenaa islaamaa keessaatti Seenaa ta'ee Hafeera. @seyfal_islaam
Открыть в TelegramПереслано из Miiltoo production
Miiltoo 18 Sagantaan keenya Fakkeenya jaalalaa 3 haala hawwataafii miidhagaadhaan itti fufee jira ሚልቶ 18 የፍቅር ተምሳሌት ለየት እና ደመቅ ባለ ሁኔታ እንደ ቀጠለ ይገኛል።
Открыть в Telegram