Account
KENNAA

KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Chaanaalii kana irraa๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰DA'AWAA ๐Ÿ‘‰ODEEYFANNOO ๐Ÿ‘‰WALALOO ๐Ÿ‘‰ASOOSAMA ๐Ÿ‘‰SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! โœyaadaaf๐Ÿ‘‡ @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!! Chaanaalii Youtube ๐Ÿ‘‰ https://youtube.com/@kennaatube3465?si=5ATT3Pd

Username
@kennaapost
Category
Religion
Country
EthiopiaEthiopia
Subscribers6,350
Avg views per post, 7dโ€”last 7 days
ERR8.87%30-day average

Average views per post by day

By publication day

Show as table
DateAvg views per post
Oct 30, 2026653
Oct 31, 2026536
Nov 1, 2026613
Nov 13, 2026452

Most viewed this month

  1. 01
    Views653
    Forwardsโ€”
    Reactions5
    Commentsโ€”
  2. 02
    Views613
    Forwardsโ€”
    Reactions2
    Commentsโ€”
  3. 03

    ๐™ฒ๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ด๐™ป ๐™ฑ๐™ฐ๐š๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐™ต๐™ธ ๐™ฑ๐™ฐ๐š‚๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ฐ๐™ฝ๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐šƒ๐™ฐ'๐™ฐ๐™ฝย  ๐™ฐ๐š๐™ถ๐™ฐ๐™ฒ๐™ท๐š„๐š„๐™ต ๐™ผ๐™ฐ๐™ป๐™ป๐™ฐ๐šƒ๐šƒ๐™พ๐™พ ๐™ผ๐™ฐ๐™ถ๐™ฐ๐š๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™ฐ๐™ฐ ๐™ฒ๐š„๐š€๐™ฐ๐™ฐ๐š‚๐š„๐š„๐™ณ๐™ท๐™ฐ๐™ฐ๐™ฝ ๐š‚๐™ด๐™ด๐™ฝ๐™ฐ๐™ฐ! ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย ย ย ย ย  ย ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฏ๐‘ถ๐‘ท๐‘ฌ ๐‘ท๐‘น๐‘ถ๐‘ด๐‘ถ๐‘ป๐‘ฐ๐‘ถ๐‘ต ย ย ย ย ย ย ย  ย ย ๐‘จ๐‘ซ๐‘ฝ๐‘ฌ๐‘น๐‘ป๐‘ฐ๐‘บ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฎ ๐‘ป๐‘ฌ๐‘ณ๐‘ฌ๐‘ฎ๐‘น๐‘จ๐‘ด ย ย ย ย ย ย  ย ย ย ย ย  ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ๐‘บ/๐‘ฎ๐‘น๐‘ถ๐‘ผ๐‘ท๐‘บ ย  ย ย ย ย ย ย  Add: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Rafiiqul_Islaam99 @Rafiqul_Islam_Promotion ย ย ย  โž• @Rafiqul_Islaamโž•

    Text
    Views536
    Forwardsโ€”
    Reactionsโ€”
    Commentsโ€”
  4. 04

    Guyyaa Qiyaamaa!!! โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก Guyyaan qiyaamaa guyyaa namni hundi jazaa(mimdaa) waancduniyaa irratti hojjetee Allaah harkaa itti fudhatudha. Jechi "Qiyaamaa" jedhu hiikni isaa dhaabbii jechuu yemmuu ta'u guyyaa sana uumamni hundi jalqabaa hanga dhumaa du'aa kaafamanii fuuldura Allaah dirree Ma'ashar irra dhaabbatu, kanumaaf guyyaa dhaabbii(qiyaamaa) jedhame. Guyyaan qiyaamaa maqaa gara garaatiin waamamee jira. Guyyaan Qiyaamaa yoomi? โ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–กโ–ก Waa'ee guyyaa qiyaamaa yoom akka ta'e Allaah tokkicha malee eenyunuu beekuu hin danda'u. Kana qofa miti beekumsi fuulduraa(ilmul-gheeybi) kan jedhamu hunda Allaah qofatu beeka. Kanaafuu guyyaan qiyaamaa guyyaa kana jedhanii himuun gonkumaa hin danda'amu. Eenyuyyuu beekus hin danda'u. Ambiyoonnii fi Malaaykonnis beekuu hin danda'an. Ergamaan keenya Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) hadiisa keessatti mallattoolee dhiyaachuu guyyichaa nuuf himan gurguddoo 10tu jiru. Mallattooleen kunniin dhiyaachuu guyyaa qiyaamaa akeeku malee exact date isaa hin himan. Kanaafuu guyyaan qiyaamaa guyyaa kana jechuun dhoorkaadha. Waan ragaa Hadiisaa fi Qurโ€™aanaa itti hin qabne dubbachuun dhoorkaa waan ta'eef. Garuu akka nama muslimaa tokkotti wanti nu yaachisuu qabu guyyaa qiyaamaa eeguu osoo hin taane guyyichaaf qophaa'uudha. Qiyaamaan guddoon hunda keenyatti dhufti , sana dura garuu qiyaamaan lubbuu hunda keenyaatti dhuftu ni jirti. Isiinis "DU'A". Hundi keenya akka duunu beeknus yoom akka ta'ee di eeysatti akka ta'e hin beeknu. Maal irratti akka duunu kan beeku Allaah qofa. Kanaafuu yeroo kamuu, haala kamuu keeysatti du'ackanaaf qophaa'uu, Rabbii keenya wajjiin hariiroo qabaachuu, ibaadaa teenya jabeeysuu, haqa Allaah fi kan uumama hundaa eeggachuu, dalagaawwan kheeyrii du'a booda nu fayyadan baay'isuu, dalagaawwan sharrii Allaah irraa nu fageeysan irraa fagaachuu..............fik k f. Guyyaa qiyaamaatiif qophaa'uutu gahee keenya, erga deemsi keenya hin oollee sinqii deemsaaf ta'u qopheeyfachuudha. Mallattoolee gurguddoo! โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ—โ— 1, Ergamuu Nabi Mohamed (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam 2, Dhufaatii Ya'ajuujii fi Ma'ajuuj 3, Dhufaatii Nabi Isaa(Alewyi Asalaam) 4, Aduun kara dhihaatiin bahuu 5, Aara gurraacha kallattii biyya Yamanii mul'atu 6, Dhufaatii Masiih-Addajjaal Mee isinis kam hafe itti guutaa! Rabbiin nama sinqii guutuun fuula isaa qunnamee, Harka mirgaatiin galmee fudhatu nu haa taasisu!!! Guyyaa Jumu'aa Kheeyrii qabaadhaa!!! @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

    Link preview
    Views452
    Forwardsโ€”
    Reactions6
    Commentsโ€”

Latest posts

#6902Link preview

Open in Telegram
Views452โˆ’20%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions6
Commentsโ€”
#6901Photo
Views613+9%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions2
Commentsโ€”
#6900Text

๐™ฒ๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ด๐™ป ๐™ฑ๐™ฐ๐š๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐™ต๐™ธ ๐™ฑ๐™ฐ๐š‚๐™ท๐™ฐ๐™ฝ๐™ฝ๐™ฐ๐™ฝ๐š‚๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™พ๐™พ ๐šƒ๐™ฐ'๐™ฐ๐™ฝย  ๐™ฐ๐š๐™ถ๐™ฐ๐™ฒ๐™ท๐š„๐š„๐™ต ๐™ผ๐™ฐ๐™ป๐™ป๐™ฐ๐šƒ๐šƒ๐™พ๐™พ ๐™ผ๐™ฐ๐™ถ๐™ฐ๐š๐™ธ๐™ธ๐š‚๐™ฐ๐™ฐ ๐™ฒ๐š„๐š€๐™ฐ๐™ฐ๐š‚๐š„๐š„๐™ณ๐™ท๐™ฐ๐™ฐ๐™ฝ ๐š‚๐™ด๐™ด๐™ฝ๐™ฐ๐™ฐ! ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย  ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ๐ŸŸฉ ย ย ย ย ย ย ย  ย ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฐ๐‘บ ๐‘ฏ๐‘ถ๐‘ท๐‘ฌ ๐‘ท๐‘น๐‘ถ๐‘ด๐‘ถ๐‘ป๐‘ฐ๐‘ถ๐‘ต ย ย ย ย ย ย ย  ย ย ๐‘จ๐‘ซ๐‘ฝ๐‘ฌ๐‘น๐‘ป๐‘ฐ๐‘บ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ฎ ๐‘ป๐‘ฌ๐‘ณ๐‘ฌ๐‘ฎ๐‘น๐‘จ๐‘ด ย ย ย ย ย ย  ย ย ย ย ย  ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ๐‘บ/๐‘ฎ๐‘น๐‘ถ๐‘ผ๐‘ท๐‘บ ย  ย ย ย ย ย ย  Add: ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Rafiiqul_Islaam99 @Rafiqul_Islam_Promotion ย ย ย  โž• @Rafiqul_Islaamโž•

Open in Telegram
Views536โˆ’5%vs avg
Forwardsโ€”
Reactionsโ€”
Commentsโ€”
#6873Photo

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu o๐Ÿ’•:ู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ โ™ฅ๏ธโค๏ธู…ูุญูŽู…ูŽุฏู๏ทบ. @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

Open in Telegram
Views1,420+152%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions3
Commentsโ€”
#6830Link preview

Araba keessatti โ€œMaraataa Leeylaa (ู…ุฌู†ูˆู† ู„ูŠู„ู‰)โ€ nama ja'amuutu ture. Maqaan isaa Qeeysi Bin Almulawwa ja'ama. Intala Leeylaa ja'amtu garmalee jaalate. Garuu isiin boodarra isa dhiiftee Kan biraa heerumte. Asirraa eegalee Akka Nama maraatuu tahe. Leeylaa malee waa cufa irraanfate. Kana maatiin isaa Yoo fayye ja'anii biyyoo Makkaa isa geeysan. Akka Leeylaa sidagachiisu Rabbi kadhu ja'aniin. Garuu inni ka'abaa jala dhaabbatee ุงู„ู„ู‡ู… ุฒุฏู†ูŠ ุญุจูƒ ูˆุฒุฏู†ูŠ- ูŠุง ุงู„ู„ู‡ - ุญุจ ู„ูŠู„ู‰ (yaa RABBI jaalala teetii fi tan Leeylaa illee naaf dabali) ja'ee kadhate. Osoo Leeylaa ja'uu Duniyaa irraa deeme. Kanaaf Araba guutuu biratti โ€œMaraataa Leeylaaโ€ ja'amee beekkama. Namni Kun mudannoo fi seenaa jaalalaa akkaan nama buhaarsitu hedduu qaba. Fakkeenyaaf guyyaa tokko osoo qaadhimaa isaa 'Leeylaa' barbaada deemuu Ummata salaataa ture wahii bira dabre. Bakka dhaqu dhaqee yoo deebi'u isaaniis salaata xumuranii taa'aa Turan. Hoggaa kana โ€œYaa Qeeysi reefu osoo salaatuutti jirruu Kan nuwajji hin salaatin maaf nubira dabarta?โ€Ja'anii gaafatan. Inniis โ€œWallaahi Ani eega yaada Leeylaa isin hin agarre. Akkaan Ani Leeylaa jaaladhu kanatti osoo Rabbi jaalattanii nahin agartanโ€ ja'ee deebiseef. Maraataan Leeylaa ajaa'iba qaba ๐Ÿ˜€ Jaalalti hamtuun dhiira goowwaa fi maraataa gooti! Hamza Abdulhakim tu barreesse waan dubbistaniif kooflaa! @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

Open in Telegram
Views2,100+273%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions11
Commentsโ€”
#6805Photo
Views1,650+193%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions9
Commentsโ€”
#6799Link preview

Namni Jalqaba Mowlida Jalqabe Eenyu? Mowlida Jechuun : Dhaloota: jechuudha, Garuu dhaloonni kuni kan (Nabi Muhammad ๏ทบ ) Jechuu itti baanan, Namni jalqaba mowlida kabajuu jalqabe hijraa irraa amata 500 lakkaawatee amata 600 keessa ykn amata 700 xummura irratti Gadaa Ummata (faaximiyyootaa) namticha Abuu sa'iid kowkabuurii je'amutu takka je'ee karaa mowlidaa bane, inni kan mootummaa tureedha, Akkuma Ibnu kasiir Kitaaba ๏บ๏ปŸ๏บ’๏บช๏บ๏ปณ๏บ” ๏ปญ๏บ๏ปŸ๏ปจ๏ปฌ๏บŽ๏ปณ๏บ” je'amu keessatti galmeessanitti , Akkasuma Ibnu Kalkaaniifii qorattootni seenaa nuuf himanitti, Abuu shaamaan akki je'an: Namni biyya mowsil keessatti qaawwa haflaa mowlidaa bane nama Sheekh Umar bin muhammad Al-malaa je'amuudha, Inni duraan nama gaarii ture , Sheekh Umar kanatti Abuu sa'iidiin sunis hidhate, Ibnu kasiir Kitaaba AL-BIDAAYATU WA-NIHAAYAA keessatti yoo waa'ee Abii sa'iid kowkabuurii addeessan akki je'an: Ji'a Rabii'ul Awwal keessa dhaloota Nabiyyii kabajamaa ulfeessuuf haflaa guddaa tokko qopheessa. Namni gaafa sana achi jiru nuuf odeessee jira. . Mataa horii kuma shan 5000 wadda. . Lukkuu kuma kudhan bilcheessa. . Saanii/qorii kudraaf mudraan guutamte kuma soddoma qopheessa . . . je'an. . Kanaafuu Mowlidni waan guyyaa keessa argame malee waan sahaabotaaf taabi'oonni akkasuma salafni gaariin hojjatanii miti, . . . Isa kabajuu dhiisii "Baga ittiin isin gahe " jaraan jechuun Dilii gurguddaadha. . Namni Bid'aa Jibbitan Share Godhi @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

Open in Telegram
Views1,510+168%vs avg
Forwardsโ€”
Reactions7
Commentsโ€”

All posts

Connections