Account

Posts of KENNAA

newest first

#6902Link preview

Guyyaa Qiyaamaa!!! ♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡ Guyyaan qiyaamaa guyyaa namni hundi jazaa(mimdaa) waancduniyaa irratti hojjetee Allaah harkaa itti fudhatudha. Jechi "Qiyaamaa" jedhu hiikni isaa dhaabbii jechuu yemmuu ta'u guyyaa sana uumamni hundi jalqabaa hanga dhumaa du'aa kaafamanii fuuldura Allaah dirree Ma'ashar irra dhaabbatu, kanumaaf guyyaa dhaabbii(qiyaamaa) jedhame. Guyyaan qiyaamaa maqaa gara garaatiin waamamee jira. Guyyaan Qiyaamaa yoomi? □□□□□□□□□□□□□□□□□ Waa'ee guyyaa qiyaamaa yoom akka ta'e Allaah tokkicha malee eenyunuu beekuu hin danda'u. Kana qofa miti beekumsi fuulduraa(ilmul-gheeybi) kan jedhamu hunda Allaah qofatu beeka. Kanaafuu guyyaan qiyaamaa guyyaa kana jedhanii himuun gonkumaa hin danda'amu. Eenyuyyuu beekus hin danda'u. Ambiyoonnii fi Malaaykonnis beekuu hin danda'an. Ergamaan keenya Nabi Muhammad (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam) hadiisa keessatti mallattoolee dhiyaachuu guyyichaa nuuf himan gurguddoo 10tu jiru. Mallattooleen kunniin dhiyaachuu guyyaa qiyaamaa akeeku malee exact date isaa hin himan. Kanaafuu guyyaan qiyaamaa guyyaa kana jechuun dhoorkaadha. Waan ragaa Hadiisaa fi Qur’aanaa itti hin qabne dubbachuun dhoorkaa waan ta'eef. Garuu akka nama muslimaa tokkotti wanti nu yaachisuu qabu guyyaa qiyaamaa eeguu osoo hin taane guyyichaaf qophaa'uudha. Qiyaamaan guddoon hunda keenyatti dhufti , sana dura garuu qiyaamaan lubbuu hunda keenyaatti dhuftu ni jirti. Isiinis "DU'A". Hundi keenya akka duunu beeknus yoom akka ta'ee di eeysatti akka ta'e hin beeknu. Maal irratti akka duunu kan beeku Allaah qofa. Kanaafuu yeroo kamuu, haala kamuu keeysatti du'ackanaaf qophaa'uu, Rabbii keenya wajjiin hariiroo qabaachuu, ibaadaa teenya jabeeysuu, haqa Allaah fi kan uumama hundaa eeggachuu, dalagaawwan kheeyrii du'a booda nu fayyadan baay'isuu, dalagaawwan sharrii Allaah irraa nu fageeysan irraa fagaachuu..............fik k f. Guyyaa qiyaamaatiif qophaa'uutu gahee keenya, erga deemsi keenya hin oollee sinqii deemsaaf ta'u qopheeyfachuudha. Mallattoolee gurguddoo! ●●●●●●●●●●●●●●●●●● 1, Ergamuu Nabi Mohamed (Sallallaahu Aleeyhi Wasallam 2, Dhufaatii Ya'ajuujii fi Ma'ajuuj 3, Dhufaatii Nabi Isaa(Alewyi Asalaam) 4, Aduun kara dhihaatiin bahuu 5, Aara gurraacha kallattii biyya Yamanii mul'atu 6, Dhufaatii Masiih-Addajjaal Mee isinis kam hafe itti guutaa! Rabbiin nama sinqii guutuun fuula isaa qunnamee, Harka mirgaatiin galmee fudhatu nu haa taasisu!!! Guyyaa Jumu'aa Kheeyrii qabaadhaa!!! @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

Open in Telegram
Views452−20%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
#6901Photo
Views613+9%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—
#6900Text
Views536−5%vs avg
Forwards—
Reactions—
Comments—
#6873Photo

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu o💕:مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ ♥️❤️مُحَمَدُﷺ. @Kennaapost. @Kennaapost T.me/Kennaapost

Open in Telegram
Views1,420+152%vs avg
Forwards—
Reactions3
Comments—
#6830Link preview
Views2,100+273%vs avg
Forwards—
Reactions11
Comments—
#6805Photo
Views1,650+193%vs avg
Forwards—
Reactions9
Comments—
#6799Link preview
Views1,510+168%vs avg
Forwards—
Reactions7
Comments—
#6790Photo
Views1,530+172%vs avg
Forwards—
Reactions8
Comments—
#6735Photo
Views1,770+214%vs avg
Forwards—
Reactions7
Comments—
#6734Photo
Views1,180+109%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—
#6690Photo
Views968+72%vs avg
Forwards—
Reactions7
Comments—
#6664Photo
Views981+74%vs avg
Forwards—
Reactions2
Comments—