Account
Hijra Bank

Hijra Bank

Verified

Journey to a bright future Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021

Username
@hijrabank
Category
Economics
Country
EthiopiaEthiopia
Subscribers21,566
Avg views per post, 7d2,549−41.8% vs prev 7d
ERR11.82%last 7 days

Average views per post by day

By publication day

Show as table
DateAvg views per post
Nov 17, 20264,465
Nov 18, 20264,600
Nov 20, 20264,190
Nov 21, 20264,140
Nov 23, 20263,317
Nov 24, 20262,910
Nov 25, 20262,410
Nov 26, 20262,270
Nov 27, 20261,845
Nov 28, 20261,270

Most viewed this month

  1. 01

    በሂሳብ ይሉኝታ የለም! Herreega Irratti Saalfiin hin Jiru! በዕለታዊ የዲጂታል ክፍያ ወቅት አስፈላጊውን ጥንቃቄ ያድርጉ!   የዲጂታል ግብይት ሥርዕት እያደገ በመጣበት በአሁኑ ስዓት የአጭበርባሪዎች ስልት እየረቀቀ የመጣ ሲሆን ማንኛዉንም ግብይት ሲያከናዉኑ የማረጋገጫ መልዕክት ሳይደርስዎ አለያም ቀሪ ሂሳበዎን ገብተው ሳያረጋግጡ በይሉኝታ ክፍያ ተፈጽሟል ብለው አይመኑ!   ሸሪዓዊ ዕሴትዎን ጠብቆ እርሶን ለማገልገል እየተጋ የሚገኘው ሂጅራ ባንክ ጋር በሚያደረጉት የብሩህ መንገድ ጉዞዎ ጥንቃቄዎ ጉልህ ሥፍራን ይይዛል። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ውድ ብሩህ ተስፋ! Yeroo kaffaltii dijitaalaa guyyaa guyyaa raawwattan of eeggannoo barbaachisu godhaa! Yeroo Sirni kaffaltii dijitaalaa guddachaa jiru kanatti Saamtonnis mala isaanii jijjiiraa waan jiraniif, Kaffaltii kamiyyuu yeroo isiniif raawwatamu ergaan mirkaneessaa osoo isin hin ga'in yookiin herreega keessan keessa seenun hamma qarshii keessanii osoo hin mirkaneeffatiin, qaanfiif jecha kaffaltiin raawwatameera jettanii hin amaninaa! Duudhaa Sharii'aa keessan eeguun isin tajaajiluuf kan tattaafachaa jiru Baankii Hijraa waliin imala gara egeree ifaatti gootan keesstti of eeggannoon keessan bakka guddaa qaba. Baankii Hijraa Imala gara eegeree Ifaa!

    Photo
    Views4.79K
    Forwards—
    Reactions16
    Comments—
  2. 02

    No text

    Photo
    Views4.59K
    Forwards—
    Reactions8
    Comments—
  3. 03
    Views4.53K
    Forwards—
    Reactions15
    Comments—
  4. 04
    Views4.41K
    Forwards—
    Reactions6
    Comments—

Latest posts

#5844Video
Views1,270−61%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
6 h934
13 h1,270
  1. After 6 hours934
  2. Total to date1,270
#5843Photo
Views1,920−40%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
13 h1,280
25 h1,920
  1. After 24 hours1,920
  2. Total to date1,920
#5842Photo
Views1,770−45%vs avg
Forwards—
Reactions14
Comments—
#5841Photo
Views2,220−31%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
#5840Photo
Views2,320−28%vs avg
Forwards—
Reactions8
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
47 h2,130
66 h2,320
  1. Total to date2,320
#5839Photo
Views2,410−25%vs avg
Forwards—
Reactions9
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
58 h2,290
70 h2,410
  1. Total to date2,410
#5838Photo
Views2,890−10%vs avg
Forwards—
Reactions28
Comments—
#5837Text

የህብረተሰባችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ፍላጎት ለማርካት፣ በሸሪዓ መርሆች ላይ የተመሠረተ ከወለድ ያልተነካካ የባንክ አገልግሎታችንን የማስፋፋት ጉዟችንን ቀጥለናል። በዚህም መሠረት ለአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪዎች የበለጠ ተደራሽና ምቹ አገልግሎት ለማቅረብ በቅርቡ የከፈትናቸውን አዳዲስ ቅርንጫፎችና አድራሻዎቻቸው፡- 1. ሳርቤት…… አባድር ቅርንጫፍ …... ቴምር ፕሮፐርቲ አጠገብ ሳካይላርክ ህንፃ 1ኛ ፎቅ 2. ጀሞ 1……ተውፊቅ ቅርንጫፍ …..ቴሌ ፊት ለፊት ከላላ ህንፃ ምድር 3. ለቡ…..ዓረፋ ቅርንጫፍ .....ቀበሌ መግቢያ ሲትራ ህንፃ 1ኛ ፎቅ እርስዎ ሰፈርዎ የት ነው የትኛው ቅርንጫፋችን ይቀርቦታል? ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Tajaajila baankii bu'uura irraa eegaluun qajeelfama shari’aa irratti hundaa'e fi dhala irraa bilisa ta’e hawaasa keenya biraan ga'uun, fedhii hawaasa keenyaa guutuuf imala jalqabne cimsinee itti fufneerra. bu’uuruma kanaan, jiraattota magaalaa Finfinneetiif tajaajila caalaatti dhiyaataa fi mijataa ta'e dhiyeessuuf, dameewwan baankii haaraa banamanii fi teessoo isaanii:- 1. Saar Beet ... Damee Abaadir ... Temir Piroopertii cinaa Gamoo Skaayilaark darbii 1ffaa 2. Jamoo 1.... Damee Tawfiiq…… Telee fuuldura Gamoo Kaalaa jala 3. Labuu……Damee Arafaa ... Seensa waajira gandaa Gamoo Sitraa darbii 1ffaa Isin naannoo kam jiraattu? Dameewwan keenya keessaa damee kamtu isinitti dhiyaata? Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #hijrabank #journeytoabrightfuture #branch #newbranch #financialinclusion

Open in Telegram
Views2,970−8%vs avg
Forwards—
Reactions22
Comments—
#5833Photo

ለሃጅ ክፍያዎ ሂጅራ ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ! Kaffaltii Hajjii keessaniif Baankii Hijraa filannoo taasifadhaa! ለዕርስዎ ወይም ለሚወዷቸው የቤተሰብ አባላት የሚያደርጉትን የሐጅ ጉዞ ክፍያ ሙሉ ለሙሉ ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎት የሚሰጠው ሂጅራ ባንክ የክፍያ ሂደቱንም ሆነ የውጭ ምንዛሬ ማግኘት ከምንጊዜውም በላይ ቀላል አድርጎታል። የሃጅ ምዝገባ እንዳጠናቀቁ የሚሰጥዎትን ኮድ በመጠቀም በኦምኒ ፕላስ (Omni Plus) የሞባይል ባንኪንግ መተግበሪያ አሊያም በአቅራቢያዎ ባሉ ቅርንጫፎቻችን ክፍያውን እንዲፈጽሙ አማራጮችን አቅርበንሎታል ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Imala Hajjii isin yookiin miseensonni maatii keessan jaallattan taasisaaniif kaffaltii Hajjii keessanii karaa baankii guutumaan guutuutti dhala irraa bilisa ta’een adeemsa kaffaltii Hajjii keessanii akkasumas sharafa alaa argachuuf Baankiin Hijraa yeroo kamiyyuu caalaa salphaa isiniif tasiseera. Galmee Hajjii keessan erga xumurtanii booda koodii isiniif kennamu fayyadamuun karaa Appilikeeshinii Baankii Mobaayilaa Omni Plus yookiin dameewwan baankii keenya dhihoo keessan jiranitti kaffaltii kessan raawwachuu akka dandeessan filannoowwan kaffaltii mijataa ta’an isiniif dhiyeessineerra Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!

Open in Telegram
Views3,410+6%vs avg
Forwards—
Reactions19
Comments—

All posts

Connections