Account

Posts of Hijra Bank

newest first

#5844Video
Views1,270−61%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
6 h934
13 h1,270
  1. After 6 hours934
  2. Total to date1,270
#5843Photo
Views1,920−40%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
13 h1,280
25 h1,920
  1. After 24 hours1,920
  2. Total to date1,920
#5842Photo
Views1,770−45%vs avg
Forwards—
Reactions14
Comments—
#5841Photo
Views2,220−31%vs avg
Forwards—
Reactions10
Comments—
#5840Photo
Views2,320−28%vs avg
Forwards—
Reactions8
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
47 h2,130
66 h2,320
  1. Total to date2,320
#5839Photo
Views2,410−25%vs avg
Forwards—
Reactions9
Comments—
Views growthHide views growth

Views growth

Hours after publication

Show as table
Hours after publicationViews
0 h0
58 h2,290
70 h2,410
  1. Total to date2,410
#5838Photo
Views2,890−10%vs avg
Forwards—
Reactions28
Comments—
#5837Text

የህብረተሰባችንን ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ፍላጎት ለማርካት፣ በሸሪዓ መርሆች ላይ የተመሠረተ ከወለድ ያልተነካካ የባንክ አገልግሎታችንን የማስፋፋት ጉዟችንን ቀጥለናል። በዚህም መሠረት ለአዲስ አበባ ከተማ ነዋሪዎች የበለጠ ተደራሽና ምቹ አገልግሎት ለማቅረብ በቅርቡ የከፈትናቸውን አዳዲስ ቅርንጫፎችና አድራሻዎቻቸው፡- 1. ሳርቤት…… አባድር ቅርንጫፍ …... ቴምር ፕሮፐርቲ አጠገብ ሳካይላርክ ህንፃ 1ኛ ፎቅ 2. ጀሞ 1……ተውፊቅ ቅርንጫፍ …..ቴሌ ፊት ለፊት ከላላ ህንፃ ምድር 3. ለቡ…..ዓረፋ ቅርንጫፍ .....ቀበሌ መግቢያ ሲትራ ህንፃ 1ኛ ፎቅ እርስዎ ሰፈርዎ የት ነው የትኛው ቅርንጫፋችን ይቀርቦታል? ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Tajaajila baankii bu'uura irraa eegaluun qajeelfama shari’aa irratti hundaa'e fi dhala irraa bilisa ta’e hawaasa keenya biraan ga'uun, fedhii hawaasa keenyaa guutuuf imala jalqabne cimsinee itti fufneerra. bu’uuruma kanaan, jiraattota magaalaa Finfinneetiif tajaajila caalaatti dhiyaataa fi mijataa ta'e dhiyeessuuf, dameewwan baankii haaraa banamanii fi teessoo isaanii:- 1. Saar Beet ... Damee Abaadir ... Temir Piroopertii cinaa Gamoo Skaayilaark darbii 1ffaa 2. Jamoo 1.... Damee Tawfiiq…… Telee fuuldura Gamoo Kaalaa jala 3. Labuu……Damee Arafaa ... Seensa waajira gandaa Gamoo Sitraa darbii 1ffaa Isin naannoo kam jiraattu? Dameewwan keenya keessaa damee kamtu isinitti dhiyaata? Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa! #hijrabank #journeytoabrightfuture #branch #newbranch #financialinclusion

Open in Telegram
Views2,970−8%vs avg
Forwards—
Reactions22
Comments—
#5833Photo

ለሃጅ ክፍያዎ ሂጅራ ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ! Kaffaltii Hajjii keessaniif Baankii Hijraa filannoo taasifadhaa! ለዕርስዎ ወይም ለሚወዷቸው የቤተሰብ አባላት የሚያደርጉትን የሐጅ ጉዞ ክፍያ ሙሉ ለሙሉ ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎት የሚሰጠው ሂጅራ ባንክ የክፍያ ሂደቱንም ሆነ የውጭ ምንዛሬ ማግኘት ከምንጊዜውም በላይ ቀላል አድርጎታል። የሃጅ ምዝገባ እንዳጠናቀቁ የሚሰጥዎትን ኮድ በመጠቀም በኦምኒ ፕላስ (Omni Plus) የሞባይል ባንኪንግ መተግበሪያ አሊያም በአቅራቢያዎ ባሉ ቅርንጫፎቻችን ክፍያውን እንዲፈጽሙ አማራጮችን አቅርበንሎታል ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Imala Hajjii isin yookiin miseensonni maatii keessan jaallattan taasisaaniif kaffaltii Hajjii keessanii karaa baankii guutumaan guutuutti dhala irraa bilisa ta’een adeemsa kaffaltii Hajjii keessanii akkasumas sharafa alaa argachuuf Baankiin Hijraa yeroo kamiyyuu caalaa salphaa isiniif tasiseera. Galmee Hajjii keessan erga xumurtanii booda koodii isiniif kennamu fayyadamuun karaa Appilikeeshinii Baankii Mobaayilaa Omni Plus yookiin dameewwan baankii keenya dhihoo keessan jiranitti kaffaltii kessan raawwachuu akka dandeessan filannoowwan kaffaltii mijataa ta’an isiniif dhiyeessineerra Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!

Open in Telegram
Views3,410+6%vs avg
Forwards—
Reactions19
Comments—
#5832Photo
Views3,2200%vs avg
Forwards—
Reactions11
Comments—
#5828Photo
Views4,530+41%vs avg
Forwards—
Reactions15
Comments—
#5827Photo
Views3,850+19%vs avg
Forwards—
Reactions18
Comments—
#5826Photo

በሂሳብ ይሉኝታ የለም! Herreega Irratti Saalfiin hin Jiru! በዕለታዊ የዲጂታል ክፍያ ወቅት አስፈላጊውን ጥንቃቄ ያድርጉ!   የዲጂታል ግብይት ሥርዕት እያደገ በመጣበት በአሁኑ ስዓት የአጭበርባሪዎች ስልት እየረቀቀ የመጣ ሲሆን ማንኛዉንም ግብይት ሲያከናዉኑ የማረጋገጫ መልዕክት ሳይደርስዎ አለያም ቀሪ ሂሳበዎን ገብተው ሳያረጋግጡ በይሉኝታ ክፍያ ተፈጽሟል ብለው አይመኑ!   ሸሪዓዊ ዕሴትዎን ጠብቆ እርሶን ለማገልገል እየተጋ የሚገኘው ሂጅራ ባንክ ጋር በሚያደረጉት የብሩህ መንገድ ጉዞዎ ጥንቃቄዎ ጉልህ ሥፍራን ይይዛል። ሂጅራ ባንክ ጉዞ ውድ ብሩህ ተስፋ! Yeroo kaffaltii dijitaalaa guyyaa guyyaa raawwattan of eeggannoo barbaachisu godhaa! Yeroo Sirni kaffaltii dijitaalaa guddachaa jiru kanatti Saamtonnis mala isaanii jijjiiraa waan jiraniif, Kaffaltii kamiyyuu yeroo isiniif raawwatamu ergaan mirkaneessaa osoo isin hin ga'in yookiin herreega keessan keessa seenun hamma qarshii keessanii osoo hin mirkaneeffatiin, qaanfiif jecha kaffaltiin raawwatameera jettanii hin amaninaa! Duudhaa Sharii'aa keessan eeguun isin tajaajiluuf kan tattaafachaa jiru Baankii Hijraa waliin imala gara egeree ifaatti gootan keesstti of eeggannoon keessan bakka guddaa qaba. Baankii Hijraa Imala gara eegeree Ifaa!

Open in Telegram
Views4,790+49%vs avg
Forwards—
Reactions16
Comments—
#5825Photo
Views4,410+37%vs avg
Forwards—
Reactions6
Comments—
#5824Link preview

ሂጅራ ባንክ ተደራሽነቱን ቀጥሎ ነገሌ አርሲ ደርሷል! Baankiin Hijraa tajaajila isaa babal'isuun Nageellee Arsii qaqqabeera! ሂጅራ ባንክ የሸሪዓ መርሆችን የጠበቀ፣ የተሟላና ከመሠረቱ ከወለድ ነፃ የሆነ የባንክ አገልግሎትን ይዞ፣ በታላቁ ዓሊም «ሃጂ ከድር ቦምባሶ» ስም የተሰየመውን ቅርንጫፍ በነገሌ አርሲ ከተማ በመክፈቱ ታላቅ ደስታ ይሰማዋል። ባንኩ በደቡብ ምስራቅ ኦሮሚያ ዞን ነገሌ አርሲ ከተማ ባካሄደው የምርቃት ሥነ-ስርዓቱ ላይ የባንኩ ከፍተኛ የሥራ ኃላፊወች፣ የደቡብ ዲስትሪክት የሥራ ሃላፊዎች፣ የደቡብ ምስራቅ ኦሮሚያ ዞንና የነገሌ አርሲ ከተማ መጅሊስ አመራሮች፣ ዑለሞች፣ የከተማው አስተዳደር ተወካዮች፣ የንግዱ ማህበረሰብ አባላት እንዲሁም የአካባቢው ነዋሪዎች እና ባለኃብቶች ተገኝተዋል። የ«ሃጂ ከድር ቦምባሶ» ቅርንጫፋችን እሴትዎን የጠበቀ ፍላጎትዎን የሚያሟላ አስተማማኝ አገልግሎት ለመስጠት ዝግጁ ሆኖ ይጠብቅዎታል! ስለሆነም መላው የነገሌ አርሲ ከተማ እና አካባቢዋ ነዋሪዎች ዛሬውኑ ወደ «ሃጂ ከድር ቦምባሶ» ቅርንጫፋችን ጎራ በማለት የባንክ ሂሳብዎን ይክፈቱ፤ የዲጂታል አገልግሎቶቻችንም ተጠቃሚ በመሆን የብሩህ ተስፋ ጉዟችን አካል ይሁኑ! Telegram| Linkedin  | X | Tiktok | YouTube ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ! Baankiin Hijraa tajaajila baankii bu'uura irraa jalqabee guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta'ee fi qajeelfama Shari'aa Islaamaa eeggate dhiyeessuun, damee isaa maqaa Aalima guddaa «Haaji Kadiir Boombaasoo» jedhuun moggaafame magaalaa Nageellee Arsii keessatti banuu isaatiin gammachuutu itti dhaga'ama. Sirna eebba damee isaa Godina Kibba Baha Oromiyaa magaalaa Nageellee Arsiitti baankichi gaggeesse kana irratti, hoggantoonni olaanoo baankichaa, hoggantoonni Distriiktii kibbaa, hoggantoonni Majlisa Godina kibba Bahaa Oromiyaa fi Majlisa magaalaa Nageellee Arsii, Ulamaa'oonni, bakka bu'oonni bulchiinsa magaalaa, miseensonni hawaasa daldalaa, akkasumas jiraattonni naannichaa fi abbootiin qabeenyaa argamaniiru. Dameen keenya «Haaji Kadiir Boombaasoo» fedhii keessan guutuuf duudhaa keessan eegee tajaajila amanamaa isiniif kennuuf qophaa'ee isin eega! Kanaafuu, jiraattonni magaalaa Nageellee Arsii fi naannawa ishee hundi har'auma gara damee keenya «Haaji Kadiir Boombaasoo» dhufuun herreega baankii keessanii banadhaa. Akkasumas tajaajiloota dijitaalaa keenya fayyadamuudhaan imala keenya gara egeree ifaatti taasifnu keessatti hirmaattota ta'aa! Baankii Hijraa Imala gara egeree ifaa!

Open in Telegram
Views4,340+35%vs avg
Forwards—
Reactions24
Comments—