Leenjii Loltummaa Dandeettii Hoggansa Olaanaa Cimsuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2019 (FMC) – Itoophiyaan hoggantoonni mootummaa leenjii loltummaa akka fudhatanii fi imaammata nageenyaa sirnaan akka hubataniif hojjechaa jirti. Qaama hojii kanaa kan ta’e leenjiin loltummaa qaamolee hoggansa olaanaa Federaalaaf tibbana kenname agarsiistuu tokkoo dha. Hoggantoonni siyaasaa sadarkaa federaalaa leenjii kana fudhachaa turan xumuranii gara hojii isaaniittis deebi’aniiru. Leenjiin loltummaa yeroo gabaabaa kun… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/leenjii-loltummaa-dandeettii-hoggansa-olaanaa-cimsuuf/
Open in Telegram
FBC Afaan Oromoo
Maddi : FBC AFAAN OROMOO Maxxansa Public FBC Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti, hubadhu. Sababaadhuma isaan Telegramaan odeeffannoo Maxxansaa hin turreef, Bara 2019 irraa hundeesse.
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Oct 29, 2026 | 2,473 |
| Nov 3, 2026 | 2,083 |
| Nov 6, 2026 | 1,980 |
Most viewed this month
- 01Views2.91KForwards—Reactions3Comments—
- 02Views2.57KForwards—Reactions—Comments—
- 03Views2.39KForwards—Reactions1Comments—
- 04Views2.17KForwards—Reactions13Comments—
Latest posts
Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa ilaalchisee miidiyaaleen Idil Addunyaa maal jedhan? Finfinnee, Onkololeessa 27, 2019 (FMC) –Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa diinagdee jabaa ijaaran shan keessaa tokko ta’uu ishee miidiyaaleen Idil Addunyaa adda addaa gabaasaa jiru. Mootummaan Ida’amuu guddina dinagdee biyyaalessaa saffisiisuuf, hanqinoota caasaa dinagdee sirreessuuf, akkasumas birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf hojiiwwan fooyya’iinsa dinagdee mandhalee hedduu raawwateera. Daandiin diinagdee mootummaan hordofaa jiru tumsa damee dhuunfaa fi mootummaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/guddina-diinagdee-itiyoophiyaa-ilaalchisee-miidiyaaleen-idil-addunyaa-maal-jedhan/
Open in TelegramFinfinnee Giddugala Tuurizimii Fayyaa Naannawichaa Taasisuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019(FMC)- Magaalaan Finfinnee yeroo ammaa dameewwan garaagaraan magaalaa jijjiirama olaanaa fidaa jirtudha. Magaalattiin wiirtuu dippiloomaasii Afrikaa tahuurra darbitee, wiirtuu dinagdee, tuurizimii, invastimantii fi waltajjiiwwan idil-addunyaa taasisuuf hojiileen misoomaa adda addaa hojjetamaaniiru; hojjetamaas jiru. Magaalattiin giddugala tuurizimii fayyaa naannawichaa akka taatuufis xiyyeeffannoon hojjetamaa jira. Magaalattiitti tajaajila fayyaa qulqullinaafi sadarkaa isaa eeggate kennuuf dhaabbilee… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinnee-giddugala-tuurizimii-fayyaa-naannawichaa-taasisuuf/
Open in TelegramKomishinar Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa Waliin Mari’atan Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019 (FMC) – Ajajaan Olaanaa Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa Komishinarri Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa (RECSA) Mistaara Jaan Piyeer waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii daddabarsa meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuu, hojiirra oolmaa Pirootokoolii Naayiroobii cimsuu fi itti gaafatamummaa RECSA guddisuu irratti kan xiyyeeffateedha. Komiishinar Jeneraal Dammaallaash yeroo kana… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/komishinar-jeneraal-dammaallaash-gabramikaael-barreessaa-olaanaa-giddugala-meeshaalee-waraanaa-xixiqqaa-baha-afrikaa-waliin-mariatan/
Open in TelegramGareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa argate Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi Naannawaa Afrikaatti garee siiviilii isa jalqabaa, akkasuma ulaagaa qophummaa hundaa guute 2ffaa ta’uun boqonnaa seenaa galmeessuu Ministirri Ministira Fayyaa Dooktar Maqdas… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gareen-yaala-hatattamaa-biyyaaleessa-itiyoophiyaa-beekamtii-idil-addunyaa-sadarkaa-1ffaa-argate/
Open in TelegramMagaalaa Shaggaritti facaasaan Qamadii Jallisii Bonee eegale Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti eegaluu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa https://www.fanamc.com/afaanoromoo/magaalaa-shaggaritti-facaasaan-qamadii-jallisii-bonee-eegale/
Open in TelegramGochichi akka hin dabalamne ni yaadanna – Giddugala Ajaja Daalol Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Gochi onkolooleessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa biyyaarratti gantootaan raawwatame yoomu akka irra hin deebine yaadatamaa kan turu ta’uu Giddu Galli Ajaja Daalool ibse. Guyyicha ilaalchisee sirni yaadannoo fi mariin paanaalii taasifameera. Gochii gantummaa Ajaja kaabaarratti raawwatame tuffii Itiyoophiyaanootaaf diinoonni qabanii fi ajajicha kan hin madaalle ta’uu giddu galichatti Ajajaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gochichi-akka-hin-dabalamne-ni-yaadanna-giddugala-ajaja-daalol/
Open in TelegramTelevizhiniin Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama argate Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhinii Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama kennuufi beeksiseera. Abbaan Taayitichaa, eeyyama tajaajila tamsaasaa dhaabbata duraan Ejensii Miidiyaa Tigraay jedhamee beekamu, guyyaa har’aa moggasa haaraa ‘Tigraay Miidiyaa Korporeeshinii” moggasa jedhuun haaromsuu ibseera. Abbaan Taayitichaa, Ejensiin Miidiyaa Tigraay duraan qabiyyee Labsii Miidiyaalee Lakkoofsa 1238/2013 faallessuun qabiiyyeewwan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/televizhiniin-tigraay-dhorkamee-ture-moggasa-haaraan-eeyyama-argate/
Open in TelegramNyaata ,Anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra- Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Nyaata,anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa Raashiyaa- Afrikaarratti haasawaa taasisaniiru. Dooktar Abiy haasawaa isaaniin, gama nyaataan kaayyoon keenya jalqabaa ummata keenyaa nyaachiisuu fi badhaadhina waaraa kan ta’u diinagdee qonnaa ijaaruunii jedhan. Haaluma kanaan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/nyaata-anniisaa-fi-beekumsa-irratti-invasti-gochaa-jirra-dooktar-abiy-ahimad/
Open in TelegramBaankiin Daldalaa Itioophiyaa haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2025/26 haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise jedhe. Haleellaa saayibarii gara kuma 14, akkasumas yaalii gowwoomsaa interneetii miiliyoona 2 ta’an ittisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee Saanoon himaniiru. Baankichi nageenya saayibarii cimsuuf balaa dursanii adda baasuu, Hubannoo Namtolchee fayyadamuun, haleellaa ittisuu fi sirna amantaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/baankiin-daldalaa-itioophiyaa-haleellaa-saayibarii-kuma-14-ol-ittise/
Open in TelegramConnections
Similar channels
FIDEL POST NEWS@tesfaget55News and media15.5K
The Reporter (Ethiopian Reporter English)@thereporterethiopiaNews and media17.2K
AHADU RADIO FM 94.3@ahaduradioNews and media17.4K
Ministry of innovation and technology (MinT)@mintethiopiaNews and media12.9K
GAMTAA SABAA@gamtaa_sabaaNews and media12.5K
Capitalethiopia@capitalethiopiaNews and media18.1K
Ethio Fm 107.8@ethiofm107dot8News and media18.4K
Addis Standard@addisstandardengNews and media19.2K