Leenjii Loltummaa Dandeettii Hoggansa Olaanaa Cimsuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2019 (FMC) – Itoophiyaan hoggantoonni mootummaa leenjii loltummaa akka fudhatanii fi imaammata nageenyaa sirnaan akka hubataniif hojjechaa jirti. Qaama hojii kanaa kan ta’e leenjiin loltummaa qaamolee hoggansa olaanaa Federaalaaf tibbana kenname agarsiistuu tokkoo dha. Hoggantoonni siyaasaa sadarkaa federaalaa leenjii kana fudhachaa turan xumuranii gara hojii isaaniittis deebi’aniiru. Leenjiin loltummaa yeroo gabaabaa kun… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/leenjii-loltummaa-dandeettii-hoggansa-olaanaa-cimsuuf/
Открыть в Telegram
FBC Afaan Oromoo
Maddi : FBC AFAAN OROMOO Maxxansa Public FBC Irraa kan odeffannedha malee kan studeo irraa darbuu miti, hubadhu. Sababaadhuma isaan Telegramaan odeeffannoo Maxxansaa hin turreef, Bara 2019 irraa hundeesse.
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 29 окт. 2026 г. | 2 473 |
| 3 нояб. 2026 г. | 2 083 |
| 6 нояб. 2026 г. | 1 980 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры2,91 тыс.Пересылки—Реакции3Комментарии—
- 02Просмотры2,57 тыс.Пересылки—Реакции—Комментарии—
- 03Просмотры2,39 тыс.Пересылки—Реакции1Комментарии—
- 04Просмотры2,17 тыс.Пересылки—Реакции13Комментарии—
Новые посты
Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa ilaalchisee miidiyaaleen Idil Addunyaa maal jedhan? Finfinnee, Onkololeessa 27, 2019 (FMC) –Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa diinagdee jabaa ijaaran shan keessaa tokko ta’uu ishee miidiyaaleen Idil Addunyaa adda addaa gabaasaa jiru. Mootummaan Ida’amuu guddina dinagdee biyyaalessaa saffisiisuuf, hanqinoota caasaa dinagdee sirreessuuf, akkasumas birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf hojiiwwan fooyya’iinsa dinagdee mandhalee hedduu raawwateera. Daandiin diinagdee mootummaan hordofaa jiru tumsa damee dhuunfaa fi mootummaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/guddina-diinagdee-itiyoophiyaa-ilaalchisee-miidiyaaleen-idil-addunyaa-maal-jedhan/
Открыть в TelegramFinfinnee Giddugala Tuurizimii Fayyaa Naannawichaa Taasisuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019(FMC)- Magaalaan Finfinnee yeroo ammaa dameewwan garaagaraan magaalaa jijjiirama olaanaa fidaa jirtudha. Magaalattiin wiirtuu dippiloomaasii Afrikaa tahuurra darbitee, wiirtuu dinagdee, tuurizimii, invastimantii fi waltajjiiwwan idil-addunyaa taasisuuf hojiileen misoomaa adda addaa hojjetamaaniiru; hojjetamaas jiru. Magaalattiin giddugala tuurizimii fayyaa naannawichaa akka taatuufis xiyyeeffannoon hojjetamaa jira. Magaalattiitti tajaajila fayyaa qulqullinaafi sadarkaa isaa eeggate kennuuf dhaabbilee… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinnee-giddugala-tuurizimii-fayyaa-naannawichaa-taasisuuf/
Открыть в TelegramKomishinar Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa Waliin Mari’atan Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019 (FMC) – Ajajaan Olaanaa Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa Komishinarri Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa (RECSA) Mistaara Jaan Piyeer waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii daddabarsa meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuu, hojiirra oolmaa Pirootokoolii Naayiroobii cimsuu fi itti gaafatamummaa RECSA guddisuu irratti kan xiyyeeffateedha. Komiishinar Jeneraal Dammaallaash yeroo kana… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/komishinar-jeneraal-dammaallaash-gabramikaael-barreessaa-olaanaa-giddugala-meeshaalee-waraanaa-xixiqqaa-baha-afrikaa-waliin-mariatan/
Открыть в TelegramGareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa argate Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi Naannawaa Afrikaatti garee siiviilii isa jalqabaa, akkasuma ulaagaa qophummaa hundaa guute 2ffaa ta’uun boqonnaa seenaa galmeessuu Ministirri Ministira Fayyaa Dooktar Maqdas… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gareen-yaala-hatattamaa-biyyaaleessa-itiyoophiyaa-beekamtii-idil-addunyaa-sadarkaa-1ffaa-argate/
Открыть в TelegramMagaalaa Shaggaritti facaasaan Qamadii Jallisii Bonee eegale Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti eegaluu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa https://www.fanamc.com/afaanoromoo/magaalaa-shaggaritti-facaasaan-qamadii-jallisii-bonee-eegale/
Открыть в TelegramGochichi akka hin dabalamne ni yaadanna – Giddugala Ajaja Daalol Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Gochi onkolooleessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa biyyaarratti gantootaan raawwatame yoomu akka irra hin deebine yaadatamaa kan turu ta’uu Giddu Galli Ajaja Daalool ibse. Guyyicha ilaalchisee sirni yaadannoo fi mariin paanaalii taasifameera. Gochii gantummaa Ajaja kaabaarratti raawwatame tuffii Itiyoophiyaanootaaf diinoonni qabanii fi ajajicha kan hin madaalle ta’uu giddu galichatti Ajajaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gochichi-akka-hin-dabalamne-ni-yaadanna-giddugala-ajaja-daalol/
Открыть в TelegramTelevizhiniin Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama argate Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhinii Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama kennuufi beeksiseera. Abbaan Taayitichaa, eeyyama tajaajila tamsaasaa dhaabbata duraan Ejensii Miidiyaa Tigraay jedhamee beekamu, guyyaa har’aa moggasa haaraa ‘Tigraay Miidiyaa Korporeeshinii” moggasa jedhuun haaromsuu ibseera. Abbaan Taayitichaa, Ejensiin Miidiyaa Tigraay duraan qabiyyee Labsii Miidiyaalee Lakkoofsa 1238/2013 faallessuun qabiiyyeewwan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/televizhiniin-tigraay-dhorkamee-ture-moggasa-haaraan-eeyyama-argate/
Открыть в TelegramNyaata ,Anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra- Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Nyaata,anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa Raashiyaa- Afrikaarratti haasawaa taasisaniiru. Dooktar Abiy haasawaa isaaniin, gama nyaataan kaayyoon keenya jalqabaa ummata keenyaa nyaachiisuu fi badhaadhina waaraa kan ta’u diinagdee qonnaa ijaaruunii jedhan. Haaluma kanaan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/nyaata-anniisaa-fi-beekumsa-irratti-invasti-gochaa-jirra-dooktar-abiy-ahimad/
Открыть в TelegramBaankiin Daldalaa Itioophiyaa haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2025/26 haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise jedhe. Haleellaa saayibarii gara kuma 14, akkasumas yaalii gowwoomsaa interneetii miiliyoona 2 ta’an ittisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee Saanoon himaniiru. Baankichi nageenya saayibarii cimsuuf balaa dursanii adda baasuu, Hubannoo Namtolchee fayyadamuun, haleellaa ittisuu fi sirna amantaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/baankiin-daldalaa-itioophiyaa-haleellaa-saayibarii-kuma-14-ol-ittise/
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
FIDEL POST NEWS@tesfaget55Новости и СМИ15,5 тыс.
The Reporter (Ethiopian Reporter English)@thereporterethiopiaНовости и СМИ17,2 тыс.
AHADU RADIO FM 94.3@ahaduradioНовости и СМИ17,4 тыс.
Ministry of innovation and technology (MinT)@mintethiopiaНовости и СМИ12,9 тыс.
GAMTAA SABAA@gamtaa_sabaaНовости и СМИ12,5 тыс.
Capitalethiopia@capitalethiopiaНовости и СМИ18,1 тыс.
Ethio Fm 107.8@ethiofm107dot8Новости и СМИ18,4 тыс.
Addis Standard@addisstandardengНовости и СМИ19,2 тыс.