Leenjii Loltummaa Dandeettii Hoggansa Olaanaa Cimsuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 27, 2019 (FMC) – Itoophiyaan hoggantoonni mootummaa leenjii loltummaa akka fudhatanii fi imaammata nageenyaa sirnaan akka hubataniif hojjechaa jirti. Qaama hojii kanaa kan ta’e leenjiin loltummaa qaamolee hoggansa olaanaa Federaalaaf tibbana kenname agarsiistuu tokkoo dha. Hoggantoonni siyaasaa sadarkaa federaalaa leenjii kana fudhachaa turan xumuranii gara hojii isaaniittis deebi’aniiru. Leenjiin loltummaa yeroo gabaabaa kun… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/leenjii-loltummaa-dandeettii-hoggansa-olaanaa-cimsuuf/
Открыть в TelegramПосты канала FBC Afaan Oromoo
Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa ilaalchisee miidiyaaleen Idil Addunyaa maal jedhan? Finfinnee, Onkololeessa 27, 2019 (FMC) –Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa diinagdee jabaa ijaaran shan keessaa tokko ta’uu ishee miidiyaaleen Idil Addunyaa adda addaa gabaasaa jiru. Mootummaan Ida’amuu guddina dinagdee biyyaalessaa saffisiisuuf, hanqinoota caasaa dinagdee sirreessuuf, akkasumas birmadummaa biyyaa mirkaneessuuf hojiiwwan fooyya’iinsa dinagdee mandhalee hedduu raawwateera. Daandiin diinagdee mootummaan hordofaa jiru tumsa damee dhuunfaa fi mootummaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/guddina-diinagdee-itiyoophiyaa-ilaalchisee-miidiyaaleen-idil-addunyaa-maal-jedhan/
Открыть в TelegramFinfinnee Giddugala Tuurizimii Fayyaa Naannawichaa Taasisuuf… Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019(FMC)- Magaalaan Finfinnee yeroo ammaa dameewwan garaagaraan magaalaa jijjiirama olaanaa fidaa jirtudha. Magaalattiin wiirtuu dippiloomaasii Afrikaa tahuurra darbitee, wiirtuu dinagdee, tuurizimii, invastimantii fi waltajjiiwwan idil-addunyaa taasisuuf hojiileen misoomaa adda addaa hojjetamaaniiru; hojjetamaas jiru. Magaalattiin giddugala tuurizimii fayyaa naannawichaa akka taatuufis xiyyeeffannoon hojjetamaa jira. Magaalattiitti tajaajila fayyaa qulqullinaafi sadarkaa isaa eeggate kennuuf dhaabbilee… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinnee-giddugala-tuurizimii-fayyaa-naannawichaa-taasisuuf/
Открыть в TelegramKomishinar Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa Waliin Mari’atan Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2019 (FMC) – Ajajaan Olaanaa Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa Komishinarri Jeneraal Dammaallaash Gabramikaa’el Barreessaa Olaanaa Giddugala Meeshaalee Waraanaa Xixiqqaa Baha Afrikaa (RECSA) Mistaara Jaan Piyeer waliin mari’ataniiru. Mariin isaanii daddabarsa meeshaalee waraanaa seeraan alaa ittisuu, hojiirra oolmaa Pirootokoolii Naayiroobii cimsuu fi itti gaafatamummaa RECSA guddisuu irratti kan xiyyeeffateedha. Komiishinar Jeneraal Dammaallaash yeroo kana… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/komishinar-jeneraal-dammaallaash-gabramikaael-barreessaa-olaanaa-giddugala-meeshaalee-waraanaa-xixiqqaa-baha-afrikaa-waliin-mariatan/
Открыть в TelegramGareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa argate Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Gareen Yaala hatattamaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa beekamtii idil addunyaa sadarkaa 1ffaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argateera. Yaa’iin Garee Yaala Hatattamaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa 7ffaan yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaatti gaggeeffamaa jira. Garichi Naannawaa Afrikaatti garee siiviilii isa jalqabaa, akkasuma ulaagaa qophummaa hundaa guute 2ffaa ta’uun boqonnaa seenaa galmeessuu Ministirri Ministira Fayyaa Dooktar Maqdas… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gareen-yaala-hatattamaa-biyyaaleessa-itiyoophiyaa-beekamtii-idil-addunyaa-sadarkaa-1ffaa-argate/
Открыть в TelegramMagaalaa Shaggaritti facaasaan Qamadii Jallisii Bonee eegale Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC) – Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii eegaleera. Kantibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi hoggantoonni biroo bakka argamanitti sagantaan facaasaa Qamadii jallisii bonee bara kanaa kutaa Magaalaa Galaan Aanaa Andoodeetti eegaluu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa. #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa https://www.fanamc.com/afaanoromoo/magaalaa-shaggaritti-facaasaan-qamadii-jallisii-bonee-eegale/
Открыть в TelegramGochichi akka hin dabalamne ni yaadanna – Giddugala Ajaja Daalol Finfinnee, Onkololeessa 24, 2019 (FMC)- Gochi onkolooleessa 24 bara 2013 Raayyaa Ittisa biyyaarratti gantootaan raawwatame yoomu akka irra hin deebine yaadatamaa kan turu ta’uu Giddu Galli Ajaja Daalool ibse. Guyyicha ilaalchisee sirni yaadannoo fi mariin paanaalii taasifameera. Gochii gantummaa Ajaja kaabaarratti raawwatame tuffii Itiyoophiyaanootaaf diinoonni qabanii fi ajajicha kan hin madaalle ta’uu giddu galichatti Ajajaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/gochichi-akka-hin-dabalamne-ni-yaadanna-giddugala-ajaja-daalol/
Открыть в TelegramTelevizhiniin Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama argate Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Televizhinii Tigraay dhorkamee ture moggasa haaraan eeyyama kennuufi beeksiseera. Abbaan Taayitichaa, eeyyama tajaajila tamsaasaa dhaabbata duraan Ejensii Miidiyaa Tigraay jedhamee beekamu, guyyaa har’aa moggasa haaraa ‘Tigraay Miidiyaa Korporeeshinii” moggasa jedhuun haaromsuu ibseera. Abbaan Taayitichaa, Ejensiin Miidiyaa Tigraay duraan qabiyyee Labsii Miidiyaalee Lakkoofsa 1238/2013 faallessuun qabiiyyeewwan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/televizhiniin-tigraay-dhorkamee-ture-moggasa-haaraan-eeyyama-argate/
Открыть в TelegramNyaata ,Anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra- Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Nyaata,anniisaa fi beekumsa irratti Invasti gochaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii 3ffaa Raashiyaa- Afrikaarratti haasawaa taasisaniiru. Dooktar Abiy haasawaa isaaniin, gama nyaataan kaayyoon keenya jalqabaa ummata keenyaa nyaachiisuu fi badhaadhina waaraa kan ta’u diinagdee qonnaa ijaaruunii jedhan. Haaluma kanaan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/nyaata-anniisaa-fi-beekumsa-irratti-invasti-gochaa-jirra-dooktar-abiy-ahimad/
Открыть в TelegramBaankiin Daldalaa Itioophiyaa haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise Finfinnee, Onkololeessa 19, 2019 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2025/26 haleellaa Saayibarii kuma 14 ol ittise jedhe. Haleellaa saayibarii gara kuma 14, akkasumas yaalii gowwoomsaa interneetii miiliyoona 2 ta’an ittisuu Pireezidaantiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee Saanoon himaniiru. Baankichi nageenya saayibarii cimsuuf balaa dursanii adda baasuu, Hubannoo Namtolchee fayyadamuun, haleellaa ittisuu fi sirna amantaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/baankiin-daldalaa-itioophiyaa-haleellaa-saayibarii-kuma-14-ol-ittise/
Открыть в TelegramNageenyaa fi guddina dinagdee mirkaneessuuf : Ulaa Galaanaa Finfinnee, Onkololeessa 17, 2019 (FMC) – Ulaa galaanaa qabaachuun dhimma dinagdee qofa osoo hintaane, dhimma birmadummaafi jiraachuu biyyaati. Gaaffiin Karra Galaanaa Itiyoophiyaa fayyadamummaa haqa qabeessa, seenaa, Teessuma lafaa fi Nageenya biyyaalessaa waliin kallattiin hidhata kan qabu ajandaa walooti. Mootummaa Ida’amuu gaaffii haqaa ulaa galaanaa karaa nagaa, marii dippilomaasii, bu’uura seeraa fi qajeeltoo faayidaa waloo irratti… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/nageenyaa-fi-guddina-dinagdee-mirkaneessuuf-ulaa-galaanaa/
Открыть в TelegramKantiibaa Adaanech Abeebeen misooma waaraa Finfinnee cimsuuf Sagantaa Quubsumaa Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee tumsaa mallatteessan Finfinnee, Onkoloolessa 16, 2019 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen misooma waaraa Finfinnee cimsuuf Sagantaa Quubsumaa Mootummoota Gamtoomanii waliin waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru. Waliigaltichi sassaabbiifi xiinxala odeeffannoo magaalaa, hordoffii bu’aalee misoomaa, qophii Pilaanii caaseffamaa 11ffaa, gatii madaalawaan dhiyeessii manneenii fi COP32 waliin walqabatee qophii magaalaa irratti akka xiyyeeffatu eerameera. Waliigalteen kun bulchiinsa magaalaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/kantiibaa-adaanech-abeebeen-misooma-waaraa-finfinnee-cimsuuf-sagantaa-quubsumaa-mootummoota-gamtoomanii-waliin-waliigaltee-tumsaa-mallatteessan/
Открыть в TelegramManni Marichaa yaadota murtoo garaagaraa qorachuun raggaasise Finfinnee, Onkololeessa 5, 2019 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaadota murtoo garaagaraa dhiyaatan qorachuun raggaasiseera. Manni Marichaa yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 7ffaa gaggeeseera. Manni Marichaa walga’ii isaan yaada murtoo koree miseensoota gorsitoota dhimma Mana Marichaa moggaasuuf dhiyaate qorachuun raggaasiseera. Akkasumas gurmaa’insaa fi hojmaata koree dhaabbii mana marichaa murteessuuf bahe qorachuun raggaasiseera.… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/manni-marichaa-yaadota-murtoo-garaagaraa-qorachuun-raggaasise/
Открыть в TelegramFinfinneen Agarsiisa Turizimii “MICE” Ameerikaatti Qophaa’e Irratti Hirmaachaa Jirti Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019 (FMC) — Magaalaan Finfinnee yeroo jalqabaaf Agarsiisa Turizimii MICE, “IMEX America 2026” Ameerikaa, Laas Veegaas, Naavaadaatti geggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa jirti. Kanaanis, Finfinneen carraawwan invastimantii turizimii magaalattii, qabeenyawwan turizimii akkasumas qophiiwwan bu’uuraalee misoomaa haaraa hawaasa idil-addunyaaf beeksisaa jirti. Ekspoo kana irratti dhaabbileen daldalaa biyyoota addunyaa 150 ol irraa walitti dhufan kumni… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinneen-agarsiisa-turizimii-mice-ameerikaatti-qophaae-irratti-hirmaachaa-jirti/
Открыть в TelegramFinfinneetti dhorkiin doqdoqqeerra ka’amee ture ka’e Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti Fulbaana 15, 2019 irraa eegalee dhorkiin doqdoqqeeratti taasifamee ture ka’eera jedhe Qajeelchi Poolisii Magaalichaa. Doqdoqqee fayydamuun meeshaalee hatuun bakka tokko irraa gara bakka biraatti geessuu, konkolaattota rukutanii miliquu, heelmeetii osoo hin godhatin konkolaachisuu, akkasumas lakkoofsa gabatee konkolaataa kan walitti makamee fi sirriitti hin mul’anne fayyadamuun dabalatee, seerota tiraafikaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/finfinneetti-dhorkiin-doqdoqqeerra-kaamee-ture-kae/
Открыть в TelegramIjipti, Itiyoophiyaan karra Galaanaa akka hin arganne dhorkuuf bu’uura seeraa hin qabdu – Tiiboor Naazyii Finfinnee, Onkololeessa 3, 2019 (FMC) – Ijipti, Itiyoophiyaan karra Galaanaa akka hin arganne dhorkuuf bu’uura seeraa hin qabdu jedhan Ministeera Alaatti Itti Aanaan duraanii Ameerikaa Dhimmoota Afrikaa Tiiboor Naazyiin. Itiyoophiyaan maree biyyaalessaa milkaa’aa gaggeessuun araara biyyaalessaa uumuun tokkummaa keessoo yoo cimsachuu dandeesse, biyya guddoo fi murteessituu Afrikaa ta’uu irra deebiin milkaneessiti jedhan Tiiboor Naazyiin. Itiyoophiyaan… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/ijipti-itiyoophiyaan-karra-galaanaa-akka-hin-arganne-dhorkuuf-buuura-seeraa-hin-qabdu-tiiboor-naazyii/
Открыть в TelegramItiyoophiyaafi Baankiin Addunyaa tumsa qaban cimsuuf mari’atan Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Bulchaa Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyiin durfamu Baankii Addunyaatti Pirezidaantii Ittaanaa Naannawaa Baha Afrikaa Niidiyaamee Diyoopi waliin mari’ateera. Jilichi walga’ii waggaa Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaafi Baankii Addunyaa Taayilaand Baankookitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jira. Qaamoleen lameen marii walga’icha cinaatti gaggeessaniin, tasgabbii diinagdee gooroo itti fufsiisuu dabalatee hammattoo… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaafi-baankiin-addunyaa-tumsa-qaban-cimsuuf-mariatan/
Открыть в TelegramDirree saayibarii nageenyummaan isaa eegame ijaaruun itti gaafatamummaa hundaati- Obbo Tamasgeen Xurunaa Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2019 (FMC) – Dirree saayibarii nageenyummaan isaa eegame ijaaruun itti gaafatamummaa lammii hundaati jedhan Ministirri Muummee Ittaanaan obbo Tamasgeen Xurunaan. Sirni baniinsa baatii nageenya saayibarii mata duree “ Lammii dammaqe biyya nageenyi ishee eegameef” jedhuun gaggeeffameera. Obbo Tamasgeen Xurunaa wayita kana Itiyoophiyaan dorgommii teeknooloojii yeroo ammaa jiruun boodatti akka hin… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/dirree-saayibarii-nageenyummaan-isaa-eegame-ijaaruun-itti-gaafatamummaa-hundaati-obbo-tamasgeen-xurunaa/
Открыть в TelegramObbo Geetaachoo Raddaan Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee ta’uun muudaman Finfinnee, Fulbaana 30,2019 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Geetaachoo Raddaa Fulbaana 30,2019 irraa eegalee Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa Ministira Muummee gochuun irra deebiin muudaniiru. https://www.fanamc.com/afaanoromoo/obbo-geetaachoo-raddaan-gorsaa-dhimmoota-baha-afrikaa-ministira-muummee-tauun-muudaman/
Открыть в TelegramMinistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru. 1. Obbo Adam Faaraah sadarkaa Itti aanaa Ministira Muummeetti Qindeessaa ijaarsa sirna Dimookiraasii, 2. Ambaasaaddar Batiree Mangistuu Itti Gaafatamaa Waajjira Muummee fi Ministira Dhimmoota Kaabinee 3. Aadde Innaataalem Mallas Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa, 4. Obbo Fiqaaduu Tasammaa Ministira Waamamaa Olaanaa Mootummaa taasisuun muudaniiru.
Открыть в Telegram