Account
Riyaad Raayyaa

Riyaad Raayyaa

@riyaadraayyaa Dabalatas lakk bilb;- 0937178516 Toora You Tube kiyyaa:- https://youtu.be/qqH5VJ-1b1c

Username
@dhangaa_walaloo
Category
Art
Country
EthiopiaEthiopia
Subscribers4,650
Avg views per post, 7d—last 7 days
ERR30.30%30-day average

Average views per post by day

By publication day

Show as table
DateAvg views per post
Oct 30, 20261,690
Nov 2, 20261,650
Nov 9, 20261,320
Nov 18, 2026694

Most viewed this month

  1. 01
    Views1.92K
    Forwards—
    Reactions45
    Comments—
  2. 02
    Views1.65K
    Forwards—
    Reactions2
    Comments—
  3. 03

    No text

    Photo
    Views1.46K
    Forwards—
    Reactions—
    Comments—
  4. 04
    Views1.32K
    Forwards—
    Reactions16
    Comments—

Latest posts

#1563Photo
Views694−51%vs avg
Forwards—
Reactions32
Comments—
#1558Text
Views1,920+36%vs avg
Forwards—
Reactions45
Comments—
#1554Text

Bullee barii argina Nuuf tola jennaan barri Nurra qubattee, nutti Albee qarattee jarri Har'allee nu woraante Warri Sumaalee Garrii Abdii egeree sabaa Dubree Diqqoo Jaatanii Kichuu dhala Oromoo Har'as xiqqoo nyaatani. Handhuuraa Boorantichaa Mooyaalee biyya Abbaasii Faajjii keenya mirmisuuf Fanniftee alaabaasii... Isheedhaa olkaasaa jirtuu Dahatanii eeganii Gootittii intala biyyaa Lubbuushii woreegani. Diqqoo diqqa nyaatamnee Dhabne qaalii akkakee Anaa nyaatu haadhookoo An haa du'u bakkakee. ... Godaannisni kaleessa Kumaatamaan yaasanii Ajjeesanii ari'aa Of keessaa nu baasani, Ammallee osoo nun qoorin Madaan buqqaatii sanaa Qe'eetti nu adamsuu? Har'as dhufanii mana... Mooyyaalee biyyi Oromoo Handhuurri ulaa kibbaa Dureettiin seenaan dheeraa Baroota kuma dhibbaa Araddaa warra hangafaa Oromoota Booranaa Seenaa fi seera kamiin Ormi dhaala boodana? ... Hallayyaan tulluu ta'ee Osoo diriiree tabbi Uumaatu nu badhaasee Hin cabu seerri Rabbii Lakki kuni hin ta'u Waa keenya'n dhaalu hambi Akka Finfinneef Dirree Akka Walloo'f Kiiramuu Gamtaan kaanee falmanna Lafti keenya'n ciramu Irratti dhumna malee Alagaaf hin hiramu! .... Eeyyee.... Kaabaafi Kibba'n qabu Oromoon Bahaa; Lixaa Hunduu qaama tokkicha Dhaanamu woliin citaa Diqqoo'f ari'ee qabee Gumaa baafata sirraa Malee 'kka durii'n taa'uu Siin dirmammaa'ee dirra Qomoo keenya Booranaa Mooyyaalee waliin jirraa...... Ilmaan Alaakee Guyyoo Ijoolleen Jaatanii Alii Biyyakee ormaa'n kennin Falmadhuu mirgaan gali! ✍️... Riyaad Raayyaa

Open in Telegram
Views2,130+51%vs avg
Forwards—
Reactions32
Comments—
#1552Text
Views1,960+39%vs avg
Forwards—
Reactions28
Comments—
#1551Text
Views2,180+55%vs avg
Forwards—
Reactions29
Comments—

All posts

Connections