Переслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo jijjiiruu dadhabde akkaataa itti yaaddu jijjiiri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в Telegram
. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan @Saayikoolooji
По дню публикации
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 19 нояб. 2026 г. | 3 035 |
| 20 нояб. 2026 г. | 3 020 |
| 21 нояб. 2026 г. | 2 760 |
| 22 нояб. 2026 г. | 2 000 |
| 23 нояб. 2026 г. | 1 370 |
| 24 нояб. 2026 г. | 1 730 |
| 25 нояб. 2026 г. | 1 370 |
| 26 нояб. 2026 г. | 716 |
Переслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo jijjiiruu dadhabde akkaataa itti yaaddu jijjiiri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Waan hamaa keessa waan gaarii barbaadi; gadda kee keessa gammachuu argadhu; dhukkubbii kee keessa bu’aa argadhu; waan si aarsu osoo hin taane, waan akka galata galchitu si taasisu irratti xiyyeeffadhu.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
“Aduun guyyaa hundumaa dukkana keessaa deebi’anii ka’uun akka danda’amu nu yaadachiisa. Nutis ifa mataa keenyaa ifsuun addunyaa keenyaaf ifa ta’uu ni dandeenya.” ✨ — S. Ajna ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
“Wanti jireenya kee keessatti si mudatu hundi sababaa fi kaayyoo mataa isaa qaba.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
“Jireenya kee keessatti wantoota sadii qofa to’achuu dandeessa: yaada ati yaaddu, suuraa sammuu kee keessatti uumtu, fi tarkaanfiiwwan ati fudhattu.” — Jack Canfield ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoota amanamummaan isaanii shakkii keessa na hin galchine qofaaf amanamaa ta’uuf dirqama qaba.” ❤️🔥 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo gaaddidduu tokkollee hin qabaanne, ati ifa keessa hin jirtu jechuudha.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Urjiilee samii keessa jiran ni dinqisiifanna; garuu dukkana isaan akka mul’atan taasise sana ni daganna. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
🚶 YAADANNOO ISANIIF HAA TA’U Namni jireenya kee keessa seenu hundi bara baraan si wajjin jiraachuuf hin dhufu. Namoonni tokko tokko barumsa jireenyaa si barsiisuuf qofa dhufu; barumsa yeroo baay’ee nama dhukkubsu, garuu si cimsu. Namoonni tokko tokko yaadannoo ta’uuf malee, ba’aa jireenyaa kee ta’anii si wajjin turuuf hin uumamne. Kanaaf, akka isaan yaadannoo ta’an hayyami. Nagaa sammuu kee filadhu; waan darbe sanaan osoo hin hidhamin fuulduratti tarkaanfadhu. Namni hundi jireenya kee keessatti bakka dhaabbataa qabaachuu hin qabu. Namoota tokko tokkoof galata galchi, barumsa isaanii fudhadhu, achiis nagaan geggeessi. Yeroo tokko tokko namoota dhiisuun kufaatii miti; of kabajuu fi nagaa kee eeguu dha. ❤️ ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Открыть в TelegramПереслано из JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
Открыть в Telegram
JECHOOTA HAYYOOTAA@jechamootaЦитаты34,1 тыс.
ናሁሰናይ ፀዳሉ አበራ 🤷♂@psychoetПсихология9,41 тыс.
ራስን መለወጥ@changeitwowПсихология9,16 тыс.
Psychology (ሥነ-ልቦና) Zone 🧠@melkam_enasebПсихология7,49 тыс.
ሳይኮሎጂ | Psychology@psychologycentralПсихология59,7 тыс.
የስብዕና ልህቀት@enlighten_ethiopiaПсихология59,8 тыс.
Daniel Wodajo@daniel_wodajoПсихология74,6 тыс.
Dr. Eyob Mamo@dreyobПсихология79 тыс.
JECHOOTA HAYYOOTAA@jechamoota15 упоминаний, 18 репостов