
ᴡᴀʟᴅᴀᴀ ᴏɢᴇᴇʏʏɪɪ ꜰᴀʏʏᴀᴀ ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀ
👁🗨#Dhukkuba, Maallattoo Dhukkubaa fii Yaala. 👉✓Biiroo Egumsaa Faayya Oromiyaa 👉✓Yaada fii Gafiilee Ogeessaa Faayya 👉✓Gaafii fii Baarnotaa Faayyan Wol Qabaatan ©Hakimota oromo!! https://t.me/Hakimotaoromo
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 29 окт. 2026 г. | 8 420 |
| 5 нояб. 2026 г. | 8 600 |
| 7 нояб. 2026 г. | 8 480 |
| 10 нояб. 2026 г. | 7 380 |
| 16 нояб. 2026 г. | 5 110 |
| 24 нояб. 2026 г. | 2 420 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры8,6 тыс.Пересылки—Реакции34Комментарии—
- 02Просмотры8,48 тыс.Пересылки—Реакции3Комментарии—
- 03Просмотры8,42 тыс.Пересылки—Реакции22Комментарии—
- 04Просмотры7,38 тыс.Пересылки—Реакции39Комментарии—
Новые посты
👁🗨#Obbo Muldhataa Barreettoo, ogeessa fayyaa Hospitaala Waliigala Adoolaa Woyyuu yoo ta'uu maashinii socho'aa oksijiinii oomishu kalaquun dorgommii kalaqaa biyyaalessaa marsaa 5ffaa irratti sadarkaa 2ffaa bahuun badhaasa qarshii 500,000 fi liqii hojii jalqabsiisuuf qarshii miiliyoona 10 argataniiru. Baga gammaddan! Milkaa'inni keessan milkaa'ina keenya.! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Hojiraa Olmaa Qajeelfama Kaffaltii Hojii Idileen Alaa Godina Lixa Oromiyaa.! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Hojiraa Olmaa Qajeelfama Kaffaltii Hojii Idileen Alaa (Duty fi On-Call) Biiroo Maalaqaa Oromiyaa.! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Kaadhimamtoota Carraa barnootaa BFO fi WOFO kennen Qormaata Seensaa Fudhachuun Milkooftan Hundaaf.! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Liistii ogeeyyii fayyaa Carraa barnootaa WOFO fi BFO kenneme argatanii maqaan isaanii godinaalee irraa gara biirootti ergame.! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Yaa’ii Marsaa 4ffaa Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaa.!! Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Onkoloolessa 7, 2019 ALI Magaalaa Adaamaatii yaa’ii marsaa 4ffaa gaggeesse jira. Yaa’ii kana irratti gabaasni hojii bara 2018, karooraa hojii bara 2019, gabaasni odiitii fi fooyya’iinsi dambii ittiin bulmaataa dhiyaatanii mariin irratti gaggeeffameera. Akkasumas, bakka bu’ootaafi dhaabbilee hojii miseensummaa keessatti gahee olaanaa bahataniif beekamtiin kennameera. Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) sagalee ogeeyyii fayyaa Oromiyaati, ogeeyyiin fayyaas immoo wabii fayyaa hawaasaati.!! @Haakimotaoromo
Открыть в Telegram👁🗨#Guyyaa Qormaata Carraa Barnootaa, Digrii 1ffaa fi 2ffaa Ogeeyyii fayyaa Miseensa Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa tahaniif Kennamef.!! 👉18/02/2019 @Haakimotaoromo
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
ሊያና ኬር Liyana Care 7755@ldhsethiopiaМедицина5,67 тыс.
Pharmacy COC Question's and General knowledge for pharmacist@cocpreparationforpharmacyМедицина7,27 тыс.
Yekatit 12 Hospital for Community@y12hmccМедицина4,39 тыс.
INFO HEALTH CENTER@jossiale2022Медицина8,42 тыс.
EMSA JIMMA@juemsaМедицина3,28 тыс.
DXN® sheger@dxn_shegerМедицина2,48 тыс.
Nitsbin Medical Center (NMC) -ንጽቢን@nitsbinteamМедицина21,1 тыс.
Hakimed: Medical Resources@hakimapps_guidelineМедицина34,3 тыс.