
ᴡᴀʟᴅᴀᴀ ᴏɢᴇᴇʏʏɪɪ ꜰᴀʏʏᴀᴀ ᴏʀᴏᴍɪʏᴀᴀ
👁🗨#Dhukkuba, Maallattoo Dhukkubaa fii Yaala. 👉✓Biiroo Egumsaa Faayya Oromiyaa 👉✓Yaada fii Gafiilee Ogeessaa Faayya 👉✓Gaafii fii Baarnotaa Faayyan Wol Qabaatan ©Hakimota oromo!! https://t.me/Hakimotaoromo
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Oct 29, 2026 | 8,420 |
| Nov 5, 2026 | 8,600 |
| Nov 7, 2026 | 8,480 |
| Nov 10, 2026 | 7,380 |
| Nov 16, 2026 | 5,110 |
| Nov 24, 2026 | 2,420 |
Most viewed this month
- 01Views8.6KForwards—Reactions34Comments—
- 02Views8.48KForwards—Reactions3Comments—
- 03Views8.42KForwards—Reactions22Comments—
- 04Views7.38KForwards—Reactions39Comments—
Latest posts
👁🗨#Obbo Muldhataa Barreettoo, ogeessa fayyaa Hospitaala Waliigala Adoolaa Woyyuu yoo ta'uu maashinii socho'aa oksijiinii oomishu kalaquun dorgommii kalaqaa biyyaalessaa marsaa 5ffaa irratti sadarkaa 2ffaa bahuun badhaasa qarshii 500,000 fi liqii hojii jalqabsiisuuf qarshii miiliyoona 10 argataniiru. Baga gammaddan! Milkaa'inni keessan milkaa'ina keenya.! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Hojiraa Olmaa Qajeelfama Kaffaltii Hojii Idileen Alaa Godina Lixa Oromiyaa.! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Hojiraa Olmaa Qajeelfama Kaffaltii Hojii Idileen Alaa (Duty fi On-Call) Biiroo Maalaqaa Oromiyaa.! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Kaadhimamtoota Carraa barnootaa BFO fi WOFO kennen Qormaata Seensaa Fudhachuun Milkooftan Hundaaf.! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Liistii ogeeyyii fayyaa Carraa barnootaa WOFO fi BFO kenneme argatanii maqaan isaanii godinaalee irraa gara biirootti ergame.! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Yaa’ii Marsaa 4ffaa Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa Magaalaa Adaamaa.!! Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) Onkoloolessa 7, 2019 ALI Magaalaa Adaamaatii yaa’ii marsaa 4ffaa gaggeesse jira. Yaa’ii kana irratti gabaasni hojii bara 2018, karooraa hojii bara 2019, gabaasni odiitii fi fooyya’iinsi dambii ittiin bulmaataa dhiyaatanii mariin irratti gaggeeffameera. Akkasumas, bakka bu’ootaafi dhaabbilee hojii miseensummaa keessatti gahee olaanaa bahataniif beekamtiin kennameera. Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa (WOFO) sagalee ogeeyyii fayyaa Oromiyaati, ogeeyyiin fayyaas immoo wabii fayyaa hawaasaati.!! @Haakimotaoromo
Open in Telegram👁🗨#Guyyaa Qormaata Carraa Barnootaa, Digrii 1ffaa fi 2ffaa Ogeeyyii fayyaa Miseensa Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa tahaniif Kennamef.!! 👉18/02/2019 @Haakimotaoromo
Open in TelegramConnections
Similar channels
ሊያና ኬር Liyana Care 7755@ldhsethiopiaMedicine5.67K
Pharmacy COC Question's and General knowledge for pharmacist@cocpreparationforpharmacyMedicine7.27K
Yekatit 12 Hospital for Community@y12hmccMedicine4.39K
INFO HEALTH CENTER@jossiale2022Medicine8.42K
EMSA JIMMA@juemsaMedicine3.28K
DXN® sheger@dxn_shegerMedicine2.48K
Nitsbin Medical Center (NMC) -ንጽቢን@nitsbinteamMedicine21.1K
Hakimed: Medical Resources@hakimapps_guidelineMedicine34.3K