Gamtaan siiviilii Sudaan fi mootummaan ce'uumsa RSF'n durfamu waamicha marii Abiy simachuu ibsan. Ibsi isaan baasan maal jedha? ⤵️⤵️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c84gnd6yqrzyo?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в Telegram
BBC News Afaan Oromoo
Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 7 нояб. 2026 г. | 9 860 |
| 8 нояб. 2026 г. | 10 800 |
| 9 нояб. 2026 г. | 11 100 |
| 11 нояб. 2026 г. | 8 520 |
| 12 нояб. 2026 г. | 8 375 |
| 13 нояб. 2026 г. | 8 535 |
| 14 нояб. 2026 г. | 9 350 |
| 16 нояб. 2026 г. | 7 540 |
| 18 нояб. 2026 г. | 8 450 |
| 25 нояб. 2026 г. | 3 080 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры11,1 тыс.Пересылки—Реакции25Комментарии—
- 02Просмотры10,9 тыс.Пересылки—Реакции21Комментарии—
- 03Просмотры10,8 тыс.Пересылки—Реакции26Комментарии—
- 04Просмотры9,36 тыс.Пересылки—Реакции10Комментарии—
Новые посты
Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek michuu Itoophiyaa kan taate UAE biyya isaanii qoqqoduun himatan. UAE'nis himata kanaaf deebii kenniteerti. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cq33g468zx8po?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramDirooniwaan irbaata siniif dhiheessuuf wal jala qaxxaamuru. Konkolaattonni shufeera maleeyyiin muuziqaa sinii bananii isin bashannansiisaa bakka feetaniin isn ga'u. Robootonni kaappuchuunoo qofa isiniif dhiyeessanii hin ta'aan... dinqiidha! https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cry86pqgen93o?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramNamni gariin waayee rakkoo gaa'elli isaa keessa jiruu hubannoo nam-tolchee (AI)tti hima. Kaan rakkoo fayyaa irratti gorsa barbaada. Hedduun karaa aappiiwwan nama waliin haasa'an akka chatGPT fi kaaniin odeeffannoo dhuunfaa akka malee qooda. Rakkoon guddoo inni fidee dhufu kunooti. 👇👇 https://bbc.in/4iKdJcW?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramBiyyoonni Awurooppaa godaantota gara biyya biraa sadaffaatti dabarsuuf murteessan shanan isaan kami? Maaliif kana murteessuu barbaadan? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c6rmgnk7dn79o?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramHuutii ulaa Galaana Diimaa to'adhee jedhe. Humnoonni gamtaa Sa'udii Arabiyaan deeggaraman ammoo ibsa baasaniiru Guutuun isaa kunooti⤵️⤵️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crd91xnwvwnpo?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramLolli baranaa akka durii miti. Akkitti lolanis jijjiiramaa jira. Fakkeenyaaf meeshaaleen waraanaa haaraa bahaa jiran kunneen afaan nama qabachiisu jedhu ogeeyyiin. https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/clyj46py56vo?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramAkkam bultan! Sagantaa BBC Afaan Oromoo har'a mammaaksa kanaan eegalleerra. 'Afaan balbalaa taa'aniif abbaa warraa hin ta'an'. - Hiikni mammaaksa kanaa isiniif maali? Gaaffiifi yaada qabdan nuuf qoodaa - dhiyaadhaa. https://bbc.in/4iGIoqs
Открыть в TelegramRaayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaas gara sanatti sochii taasisaa akka jiru namoonni ijaan argine jedhan BBC'tti himaniiru. Ertiraan ammoo ummmataaf waamicha taasisteetti. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c3n0lezr10glo?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramLolli Moyyaalee keessatti eegalame ji'a tokkoof dhiyaatus ammallee hin dhaabbanne. Dhukaasni itti fufuun jiraattotaa fi maatiiwwan qe'ee isaanii irraa buqqa'anii gara Keeniyaa baqatan rakkoo hamaa keessa galcheera. Hanga ammaatti mootummaan Itoophiyaa dhimma kana irratti ibsa ifa ta'e hin kennine. Amma maaltu ta'aa jira? Asuun daawwadhaa! 👇👇 https://www.youtube.com/watch?v=tQoLaXndx18?at_campaign=ws_whatsapp
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
ስፑትኒክ ኢትዮጵያ@sputnik_ethiopiaНовости и СМИ50,8 тыс.
4-3-3 World News@ethionews433Новости и СМИ49,8 тыс.
Zehabesha@zehabeshanewsНовости и СМИ53,5 тыс.
ሰሌዳ | Seleda@seledadotioНовости и СМИ53,6 тыс.
DW Amharic@dw_amharicНовости и СМИ56,8 тыс.
Muktarovich Ousmanova@muktarovichousmanovaНовости и СМИ59,5 тыс.
"ኡማ ቲቪ " Tv@ethioomahtvchannleНовости и СМИ44,3 тыс.
ዳጉ-ጆርናል/Dagu-Journal@zena24nowНовости и СМИ40,8 тыс.