👉Shan Bakka Tokkotti🤔 Godina Baha Oromiyaa Aanaa shanan Dhuuggoo Ganda Haqaan jiraataatti Hoolaan tokka ilmoolee Shan dhaluun dhagahame. Yeroo ammaa haatiis ilmooleen shananuu fayyaa gaarii qabaachuunis ibsameera. Gaafa nama badhaasu...👏 @sikkoomedia
Open in Telegram
SIKKOO MEDIA
Information is knowledge , knowledge is power
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 25, 2026 | 3,418 |
| Nov 26, 2026 | 3,060 |
| Nov 27, 2026 | 2,165 |
Most viewed this month
- 01Views3.7KForwards—Reactions13Comments—
- 02Views3.54KForwards—Reactions21Comments—
- 03Views3.45KForwards—Reactions6Comments—
- 04Views3.26KForwards—Reactions11Comments—
Latest posts
#Waliif_Qoodaa🙏 Biiroo Leenjii Teeknikaa Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Namoota:280 ol barbaada Muuxannoo:0 year https://www.aacapsjobs.gov.et/ @sikkoomedia
Open in TelegramBeeksisa Guddina Olee Abbaa Seeraa Mana Murtii Ol'aanaa Sadaasa 16,2019 MMWO Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gita hojii banaa Abbaa Seeraa Mana Murtii Ol’aanaa qabu irratti Ogeessota gahumsa,naamusa fakkeenyummaa qabu,kaka'umsa hojii, miira tajaajiltummaa ol’aanaa qabanii fi ulaagaa armaan gadii guutan guddina olee keessaatiin dogomsiisee muuchisuun hojjechiisuu barbaada.Waan ta'eefis Abbootiin Seeraa fedhii qabdanii fi ulaagaa guuttan akka galmooftan ni beeksifna. @sikkoomedia
Open in Telegram#Waliif_Qoodaa🙏 Biiroo Leenjii Teeknikaa Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Namoota:280 ol barbaada Muuxannoo:0 year @sikkoomedia
Open in Telegram#MOE Galmeen qormaata ba'umsaa irra deebii (Re-sit) eegalameera. Galmee: https://exam.ethernet.edu.et → Re-sit registration. Tartiiba hunda hordofuun galmee keessan xumuraa. Galmeen kun hanga Sadaasa 21/2019 A.L.I galgala sa'aatii 5:30 qofaatti tura. @sikkoomedia
Open in TelegramDigital Upper Arm Blood Pressure ✔️ Dhiibbaa dhiigaa ol’aanaa (SYS), gadi-aanaa (DIA) fi saffisa rukuttaa onnee (Pulse) safara. ✔️ Safartuu WHO – Haala dhiibbaa dhiigaa keessanii halluu adda addaatiin agarsiisa. ✔️ LCD guddaa – Bu’aa safartuu salphaatti dubbisuuf. ✔️ Itti fayyadamuuf baay’ee salphaadha. ✔️ Safartuu irree gubbaa (Upper Arm) – Bu’aa safartuu amanamaa ta’e kenna. ✔️ Baaterii fi chaarjariidhaan hojjechuu danda’a. ✔️ Kuusaa bu’aa (Memory) – Safartuuwwan duraan fudhataman ni kuusa; seenaa bu’aa keessanii ilaaluuf ni gargaara. 📍 Fayyaa keessan mana keessan keessatti salphaatti hordofaa! Nu qunnamaa 👇👇👇👇👇 0915409415 @sikkoomedia
Open in TelegramConnections
Similar channels
Dr. Ilillii Jemaal@ililliijemalBlogs36.5K
Development Bank of Ethiopia (DBE)@dbe1900Blogs21.9K
Crypto Clashers@cryptoclasherssBlogs20.4K
AAU NEWS@aaunews1Blogs19.8K
ተርጓሚ አሊ መህዲ Ali mehdi official😊@alimehdiofficialBlogs19.2K
Fuad Muna (Fuya)@fuadmuBlogs15.2K
😍 የኔ ፍቅር 😍@yena_fiker1Blogs14.7K
አርምሞ🧘🏽♂@armemo_officalBlogs12.3K