Account
Dr. Ilillii Jemaal

Dr. Ilillii Jemaal

Username
@ililliijemal
Category
Blogs
Country
EthiopiaEthiopia
Subscribers36,487
Avg views per post, 7d—last 7 days
ERR25.32%30-day average

Latest posts

#2558Photo
Views9,2400%vs avg
Forwards—
Reactions182
Comments—
#2557Photo
Views22,300+141%vs avg
Forwards—
Reactions209
Comments—
#2556Text
Views20,900+126%vs avg
Forwards—
Reactions266
Comments—
#2554Photo
Views26,900+191%vs avg
Forwards—
Reactions217
Comments—
#2553Text

MAALIIF NAMOONNI TOKKO TOKKO WALQUNNAMTII SAALAA HIN GAMMADNE? Walqunnamtiin saalaa gaa’ela keessatti qaama jaalalaa, walii dhiyoo fi gammachuu maatii keessaa isa tokko. Garuu yeroo tokko tokko namoonni hedduun walqunnamtii saalaa keessatti gammachuu dhabuu danda’u. Kun sababa malee ta'uu hin danda'u Sababoonni muraasni isaanii: JAALALA DHABUU Jaalalli miira walqunnamtii saalaa keessatti gahee guddaa qaba. Nama jaallattu waliin yeroo taatu qaamni fi sammuun kee ni boqota. Walqunnamtiin saalaa qaama qofa miti; walii dhiyenya fi miira wal hubannaati waan ta'eef. YAADA HEDDUU YAADUU Yeroo walqunnamtii saalaa yaada hojii, qarshii, rakkoo jireenyaa fi sodaa gara garaa keessa galuun gammachuu ni hir’isa. Sammuun boqonnaa yoo argate qaamnis ni gammada. WALBIRA QABUU Hariiroo kee kan namoota biroo waliin wal bira qabuu irraa of eegi. Walqunnamtiin saalaa nama hundaaf adda adda ta'us beeki. PORNOOGIRAAFII Filmiin walqunnamtii saalaa yeroo baay’ee yaada namaa ni jeeqa; nama akkaqta dhugaa hin taane akka eeguufi abdatu taasisa. Kunis walitti dhufeenya gaa’elaa keessatti rakkoo fiduu danda’a gammachuus hir’isu danda’a. NAMOOTA HEDDUU WAJJIIN CIISUU Hariiroo walqunnamtii saalaa jijjiiruun yeroo baay’ee sammuu fi miira namaa ni miidha. Amanamummaa fi waliif amanamummaan gammachuu ni dabala. SHAKKII Yoo hiriyaa kee irratti amanamummaa dhabde, qaamni kee of eeggannoo keessa gala. Kunis walqunnamtii saalaa irratti dhiibbaa qaba. WAL LOLUU FI WAL DHIIBUU Nama irratti dheekkamtetti gammaduun rakkisaadha. Rakkoo yeroo gabaabaa keessatti hiikuun barbaachisaadha. NAANNOO HIN MIJOOFNE Kutaan ciisichaa qulqulluu fi mijataa yoo ta’e miira gaarii uuma. Qulqullinni qaamaa fi uffannaanis murteessaadha. ARIITIIN HOJJACHUU Walqunnamtiin saalaa yeroo fi obsa barbaada. Walii hubachuuni fi yeroo kennuun gammachuu dabala.

Open in Telegram
Views19,100+107%vs avg
Forwards—
Reactions129
Comments—
#2549Photo
Views17,300+87%vs avg
Forwards—
Reactions108
Comments—
#2548Text
Views17,900+94%vs avg
Forwards—
Reactions57
Comments—
#2547Photo
Views16,600+80%vs avg
Forwards—
Reactions111
Comments—

All posts

Connections