Forwarded from đđđđąđȘđźđ„ đđŹđ„đđŠ đđ«đšđŠđšđđąđšđ§
đą đ¶đ«đđŒ đźđšđđŽđšđȘđŻđ°đ°đșđšđš! đą đŻđđđđđđ đšđđđđ đ±đđđđđ bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. đšđđđđđ đđđđđđđ! Amma immoo barnoota lafarratti baratamaa jiru kana bifa sagaleetiin (Audio) waraabuudhaan darsiiwwan garaa garaa Chammel kana irratti maxxansuu jalqabeera. đ đłđđđđđ đȘđđđđđđđ: https://t.me/+N8Z16msrdWhmYzJk https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
Open in Telegram






