Account
Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya!

Username
@biroobarnootaoromiyaa
Category
Education
Country
EthiopiaEthiopia
Subscribers25,287
Avg views per post, 7d864−75.7% vs prev 7d
ERR3.42%last 7 days

Average views per post by day

By publication day

Show as table
DateAvg views per post
Nov 6, 20268,190
Nov 19, 20263,560
Nov 26, 2026864

Most viewed this month

  1. 01
    Views8.19K
    Forwards—
    Reactions15
    Comments—
  2. 02
    Views3.56K
    Forwards—
    Reactions8
    Comments—
  3. 03
    Views864
    Forwards—
    Reactions—
    Comments—

Latest posts

#691Text
Views12,200+190%vs avg
Forwards—
Reactions31
Comments—
#686Text

Leenjiin Hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa 1,426 Irraa Dhufaniif Kennamu Har'a Eegalame. BBO - Onkololeessa 01/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa mootummaafi dhuunfaa dabalatee 1426 irraa walitti babahaniif leenjii ogummaa hogganummaa isaanii foyyessu irratti magaalaa Adaamaa Giddu Gala Abbaa Gadaatti guyyaa 3f kennu har'a jalqabeera. Leenjichi Mata dureewwan:- Maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa Baruu-Barsiisuu, Muuxannoon Milkaa'ina Hoggansa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa, Muuxannoo Milkaa'ina Baruu- Barsiisuu MBBAfi MBA Keessatti Gahee Barsiisotaafi Barattootaa, Haala Waliigalaa Itti Fayyadama Teeknooloojii Hoggansa Manneen Barnootaa ilaalchisee leenjin kennamuu eegaleera. Leenjichi bal'inaan maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa baruu - barsiisuu irratti barsiisota #Yunivarsiitii_Arsii Dr. Dajanee Dameefi #Yunivarsiitii_Amboo Dr. Makonnin Qajeelaan wayitiin bal'aan kan kennamu yoo ta'u, muuxannoo MBBAfi MBA hoggantoota Manneen Barnootaan kan dhihaatuufi haala itti fayyadama teeknooloojii ilaalchisee ogeessa ICT BBO obbo Fiqaaduu Dassaalanyiin kan dhihaatu ta'uun beekameera. Leenjicharratti argamuun #haasawaan_kan_banan Hog /I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaafi #Itti_Gaafatamaa_Damee_Imaammataa_Tarsiimoofi_Sirna_Barnootaa Obbo Shamsaddiin Ibraahim yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti kaayyoofi barbaachisummaa leenjichaa bal'inaan ibsuun, leenjiin dura bu'oota manneen barnootaa sad. 2ffaa kun humna bu'aa barachuu barattootaa fooyyessuu danda'u, hoggansa baruu-barsiisuu(#Instructional_Leadership) yeroon kan gaafatu waan ta'eef leenjiin kaka'umsaafi muuxannoowwan adda addaa kan irratti dhihaatan ta'uu dubbachuun barsiisotni keenya hoggansa mana barnootaa osoo hin taane hoggansa baruu-barsiisuu/Instructional Leader/ ta'uu qaban jechuun, I'nstuctional Leader' baruu barsiisuu kan hogganu, hoggansi mana barnootaas kan hammatu waan ta'eef leenjicha yaadaafi qalbiin hordofuun hoggansa baruu barsiisuu ta'uun bu'aa barachuu barattootaa dhugoomsuun qabatamaan akka agarsiisan dhaamsa dabarsuun leenjichi ifaan ifatti banamuu beeksisaniiru. Saganticha qindeessuufi haala mijeessuun BBOtti Daayirektara Daayirektoreetii Sagantaa Barnoota Sad. 2ffaa Doktara kaadhimamaa Mangistuu Lataafi Daayirektara Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa obbo Qaasim Gammadaa yoo ta'an, haala walii galaa barnoota Gochaafi Ogummaa, akkasumas haala walii galaa MBBAfi MBA Sad. 2ffaa irratti wal duraa duuban leenjitootaaf ibsaniiru. @Biroobarnootaoromiyaa

Open in Telegram
Views12,800+204%vs avg
Forwards—
Reactions41
Comments—
#676Text
Views62,200×15vs avg
Forwards—
Reactions741
Comments—

All posts

Connections