
Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)
Dhaloota Beekumsaan qaroome Omishuudha kaayyoon keenya!
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 6 нояб. 2026 г. | 8 190 |
| 19 нояб. 2026 г. | 3 560 |
| 26 нояб. 2026 г. | 864 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры8,19 тыс.Пересылки—Реакции15Комментарии—
- 02Просмотры3,56 тыс.Пересылки—Реакции8Комментарии—
- 03Просмотры864Пересылки—Реакции—Комментарии—
Новые посты
This video features a new Ethiopian musical piece titled AJAA'IBA, which incorporates four major languages of the region: Oromo, Amharic, Somali, and Tigringa. Key aspects of the content include: Multilingual Expression: The song serves as a cultural collaboration, blending these diverse linguistic traditions into a single composition (0:12 - 3:38). Thematic Focus: The lyrics and tone touch upon historical perspectives, the interconnectedness of people and cities (mentioning Addis Ababa and Asmara), and a call for justice and peaceful understanding (1:33 - 3:20). Production: The creator has indicated that this production utilizes AI technology to facilitate the multilingual music experience. https://youtu.be/HNO53iUeu3s?si=pj247qqRsoRlbrfU
Открыть в TelegramLeenjiin Hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa 1,426 Irraa Dhufaniif Kennamu Har'a Eegalame. BBO - Onkololeessa 01/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa mootummaafi dhuunfaa dabalatee 1426 irraa walitti babahaniif leenjii ogummaa hogganummaa isaanii foyyessu irratti magaalaa Adaamaa Giddu Gala Abbaa Gadaatti guyyaa 3f kennu har'a jalqabeera. Leenjichi Mata dureewwan:- Maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa Baruu-Barsiisuu, Muuxannoon Milkaa'ina Hoggansa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa, Muuxannoo Milkaa'ina Baruu- Barsiisuu MBBAfi MBA Keessatti Gahee Barsiisotaafi Barattootaa, Haala Waliigalaa Itti Fayyadama Teeknooloojii Hoggansa Manneen Barnootaa ilaalchisee leenjin kennamuu eegaleera. Leenjichi bal'inaan maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa baruu - barsiisuu irratti barsiisota #Yunivarsiitii_Arsii Dr. Dajanee Dameefi #Yunivarsiitii_Amboo Dr. Makonnin Qajeelaan wayitiin bal'aan kan kennamu yoo ta'u, muuxannoo MBBAfi MBA hoggantoota Manneen Barnootaan kan dhihaatuufi haala itti fayyadama teeknooloojii ilaalchisee ogeessa ICT BBO obbo Fiqaaduu Dassaalanyiin kan dhihaatu ta'uun beekameera. Leenjicharratti argamuun #haasawaan_kan_banan Hog /I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaafi #Itti_Gaafatamaa_Damee_Imaammataa_Tarsiimoofi_Sirna_Barnootaa Obbo Shamsaddiin Ibraahim yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti kaayyoofi barbaachisummaa leenjichaa bal'inaan ibsuun, leenjiin dura bu'oota manneen barnootaa sad. 2ffaa kun humna bu'aa barachuu barattootaa fooyyessuu danda'u, hoggansa baruu-barsiisuu(#Instructional_Leadership) yeroon kan gaafatu waan ta'eef leenjiin kaka'umsaafi muuxannoowwan adda addaa kan irratti dhihaatan ta'uu dubbachuun barsiisotni keenya hoggansa mana barnootaa osoo hin taane hoggansa baruu-barsiisuu/Instructional Leader/ ta'uu qaban jechuun, I'nstuctional Leader' baruu barsiisuu kan hogganu, hoggansi mana barnootaas kan hammatu waan ta'eef leenjicha yaadaafi qalbiin hordofuun hoggansa baruu barsiisuu ta'uun bu'aa barachuu barattootaa dhugoomsuun qabatamaan akka agarsiisan dhaamsa dabarsuun leenjichi ifaan ifatti banamuu beeksisaniiru. Saganticha qindeessuufi haala mijeessuun BBOtti Daayirektara Daayirektoreetii Sagantaa Barnoota Sad. 2ffaa Doktara kaadhimamaa Mangistuu Lataafi Daayirektara Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa obbo Qaasim Gammadaa yoo ta'an, haala walii galaa barnoota Gochaafi Ogummaa, akkasumas haala walii galaa MBBAfi MBA Sad. 2ffaa irratti wal duraa duuban leenjitootaaf ibsaniiru. @Biroobarnootaoromiyaa
Открыть в TelegramUmrii 18 gadiif Ilaaluun Dhorkaadha ! https://youtu.be/ElW3xY-jdEs?si=SEO35ZtXeL97PZvz
Открыть в TelegramSababa Kolidaraatiif Motummmaan USA dollaara $8538101836381916582 Motummaa Ithiyophiyaatiif arjoomuufi jedhan, kuni waan gaariidha Garuu Ati Lakkofsicha sirritti Hin dubbisnee callistee ilaalte bira darbite, qubeen ani Jidduu lakkoofsaatti barressellee hin argine, Lakki ani Qubee tokkollee Lakkofsa jiddutti hin barreessine garuu ati qubee barbaacha of duuba deebite ilaalte jirta.
Открыть в Telegram❗️BBO Kaalaandarii Kaalaandarii bara barnootaa 2019 kan Biiroon Barnoota Oromiyaa baase Odeeffannoo Kaalaandarii bara barnootaa 2019 kan Biiroon Barnoota Oromiyaa ifoomse file armaan oliin buusuun ilaalaa https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa
Открыть в TelegramSadarkaa Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa bara 2025 Yuunivarsiitiin keessan sadarkaa meeqaffaa irratti argama? 1 Addis Ababa University 2 University of Gondar 3 Bahir Dar University 4 Jimma University 5 Mekelle University 6 Hawassa University 7 Haramaya University 8 Adama Science and Technology University 9 Arba Minch University 10 Jigjiga University 11 Addis Ababa Science and Technology University 12 Ambo University 13 Dilla University 14 Unity University 15 Debre Berhan University 16 Wollo University 17 Debre Markos University 18 Wolaita Sodo University 19 Madda Walabu University 20 Worabe University 21 Wachamo University 22 Debre Tabor University 23 Wolkite University 24 Ethiopian Civil Service University 25 Arsi University 26 Samara University 27 Assosa University 28 Dire Dawa University 29 Wollega University 30 Mattu University 31 Mizan-Tepi University 32 Kotebe Education University 33 Adigrat University 34 Woldia University 35 Oromia State University 36 Bule Hora University 37 Aksum University 38 Bonga University 39 Rift Valley University 40 Oda Bultum University 41 Raya University 42 Injibara University 43 Selale University 44 Debark University 45 Kebri Dehar University 46 Gambella University 47 Mekdela Amba University 48 Dembi Dolo University 49 Jinka University 50 Borena University 51 Ethiopian Police University
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
- UNITY UNIVERSITY REGISTRAR OFFICIAL@unityregistrarОбразование25,2 тыс.
Free Education Ethiopia ︎@free_education_ethiopiaОбразование24 тыс.
Remedial HUB@remedial_hubОбразование27,4 тыс.
Bahir Dar University,Ethiopia@bahir_dar_universityОбразование23,2 тыс.
Amen Institute of Technology Official®@amenelectricaltechnologyОбразование23,2 тыс.
Bule Hora University@bulehorauniversityОбразование22,8 тыс.
Arba Minch University@arbaminch_universityОбразование28,5 тыс.
ALX Ethiopia@alxethiopiaofficialОбразование19,5 тыс.