Кабинет

Посты канала Biiroo Barnoota Oromiyaa(Oromia Education Bureau)

сначала новые

#691Текст
Просмотры12 200+190%к среднему
Пересылки—
Реакции31
Комментарии—
#686Текст

Leenjiin Hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa 1,426 Irraa Dhufaniif Kennamu Har'a Eegalame. BBO - Onkololeessa 01/2019 Biiroon Barnootaa Oromiyaa hoggantoota Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa mootummaafi dhuunfaa dabalatee 1426 irraa walitti babahaniif leenjii ogummaa hogganummaa isaanii foyyessu irratti magaalaa Adaamaa Giddu Gala Abbaa Gadaatti guyyaa 3f kennu har'a jalqabeera. Leenjichi Mata dureewwan:- Maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa Baruu-Barsiisuu, Muuxannoon Milkaa'ina Hoggansa Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa, Muuxannoo Milkaa'ina Baruu- Barsiisuu MBBAfi MBA Keessatti Gahee Barsiisotaafi Barattootaa, Haala Waliigalaa Itti Fayyadama Teeknooloojii Hoggansa Manneen Barnootaa ilaalchisee leenjin kennamuu eegaleera. Leenjichi bal'inaan maalummaa, barbaachisummaafi gahee hoggansa baruu - barsiisuu irratti barsiisota #Yunivarsiitii_Arsii Dr. Dajanee Dameefi #Yunivarsiitii_Amboo Dr. Makonnin Qajeelaan wayitiin bal'aan kan kennamu yoo ta'u, muuxannoo MBBAfi MBA hoggantoota Manneen Barnootaan kan dhihaatuufi haala itti fayyadama teeknooloojii ilaalchisee ogeessa ICT BBO obbo Fiqaaduu Dassaalanyiin kan dhihaatu ta'uun beekameera. Leenjicharratti argamuun #haasawaan_kan_banan Hog /I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaafi #Itti_Gaafatamaa_Damee_Imaammataa_Tarsiimoofi_Sirna_Barnootaa Obbo Shamsaddiin Ibraahim yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti kaayyoofi barbaachisummaa leenjichaa bal'inaan ibsuun, leenjiin dura bu'oota manneen barnootaa sad. 2ffaa kun humna bu'aa barachuu barattootaa fooyyessuu danda'u, hoggansa baruu-barsiisuu(#Instructional_Leadership) yeroon kan gaafatu waan ta'eef leenjiin kaka'umsaafi muuxannoowwan adda addaa kan irratti dhihaatan ta'uu dubbachuun barsiisotni keenya hoggansa mana barnootaa osoo hin taane hoggansa baruu-barsiisuu/Instructional Leader/ ta'uu qaban jechuun, I'nstuctional Leader' baruu barsiisuu kan hogganu, hoggansi mana barnootaas kan hammatu waan ta'eef leenjicha yaadaafi qalbiin hordofuun hoggansa baruu barsiisuu ta'uun bu'aa barachuu barattootaa dhugoomsuun qabatamaan akka agarsiisan dhaamsa dabarsuun leenjichi ifaan ifatti banamuu beeksisaniiru. Saganticha qindeessuufi haala mijeessuun BBOtti Daayirektara Daayirektoreetii Sagantaa Barnoota Sad. 2ffaa Doktara kaadhimamaa Mangistuu Lataafi Daayirektara Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa obbo Qaasim Gammadaa yoo ta'an, haala walii galaa barnoota Gochaafi Ogummaa, akkasumas haala walii galaa MBBAfi MBA Sad. 2ffaa irratti wal duraa duuban leenjitootaaf ibsaniiru. @Biroobarnootaoromiyaa

Открыть в Telegram
Просмотры12 800+204%к среднему
Пересылки—
Реакции41
Комментарии—
#681Текст
Просмотры31 300+644%к среднему
Пересылки—
Реакции298
Комментарии—
#676Текст
Просмотры62 200×15к среднему
Пересылки—
Реакции741
Комментарии—
#675Текст
Просмотры75 200×18к среднему
Пересылки—
Реакции603
Комментарии—
#655Текстреклама
Просмотры74 800×18к среднему
Пересылки—
Реакции307
Комментарии—
#653Превью ссылки
Просмотры67 600×16к среднему
Пересылки—
Реакции280
Комментарии—
#652Превью ссылки

▎Multiple-Choice Questions 1. What is the basic unit of life?    A) Tissue     B) Organ     C) Cell     D) Organism  2. Which of the following structures is found in plant cells but not in animal cells?    A) Mitochondria     B) Ribosomes     C) Cell wall     D) Nucleus  3. What is the main function of the ribosomes?    A) Energy production     B) Protein synthesis     C) DNA replication     D) Cell division  4. Which process converts glucose into energy in the presence of oxygen?    A) Fermentation     B) Photosynthesis     C) Cellular respiration     D) Glycolysis  5. In genetics, what does the term "phenotype" refer to?    A) The genetic makeup of an organism     B) The observable traits of an organism     C) The location of a gene on a chromosome     D) The mutation of a gene  6. What is the role of chlorophyll in photosynthesis?    A) Absorbs carbon dioxide     B) Absorbs sunlight     C) Transports water     D) Releases oxygen  7. Which of the following is a type of asexual reproduction?    A) Binary fission     B) Pollination     C) Fertilization     D) Meiosis  8. What is the main purpose of the circulatory system?    A) To break down food     B) To transport nutrients and oxygen     C) To protect against disease     D) To regulate body temperature  9. Which hormone is primarily responsible for regulating blood sugar levels?    A) Insulin     B) Adrenaline     C) Thyroxine     D) Estrogen  10. What is the primary function of the immune system?     A) To produce hormones      B) To circulate blood      C) To defend against pathogens      D) To facilitate digestion  ▎Answers: 1. C 2. C 3. B 4. C 5. B 6. B 7. A 8. B 9. A 10. C https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa Reward:- 👉 http://t.me/empirebot/game?startapp=hero353716037

Открыть в Telegram
Просмотры63 000×15к среднему
Пересылки—
Реакции261
Комментарии—
#647Текст

#AKKA_HIN_DAGATAMNE! 01/12/2016 #GALMEE_BARATTOOTA_KUTAA_9FFAA_M/B #BULTII_ADDAAFI #ADDAA Barachuu Barbaadan Hundaaf ------------- Guyyaan Galmee :- 06 - 10/12/2016 Iddoo Galmee:- - Waajjira Barnootaa Aanaalee hunda keessatti, #Magaalota_Finfinneefi_Shaggaritti - Waajjira Barnootaa Kutaalee magaalotaa keessatti waan gaggeeffamuuf galmaa'aa! ULAAGAALEE GALMEE ----------------- Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017 1) Ulaagaalee Galmee ➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle 2) Guyyaa Galmeefi Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu: Guyyaa Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a Iddoo Galmee: Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti ta'ee qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a. #Gosni_barnootaa_qormaatni_barreeffamaan_kennamu; 1-#Herrega 2-#Afaan_Oromoo 3-#Afaan_Ingilizii 4-#Keemistirii 5-#Fiiziksii 6-#Baayoolojii #Guyyaa_Qormaataa- Hagayya 24/2016 Waraqaa eenyummaa isaan ibsu qabachuun bufata qormaataatti argamuu qabu #Qabxii ittiin darbamu ➢ 80% Qabxii qormaata barreeffamaa ➢ 15% qabxii ministrii ➢ 5% qabxi Transkriiptii #Iddoo ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifna. https://t.me/hamster_kombaT_bot/start?startapp=kentId353716037

Открыть в Telegram
Просмотры61 600×15к среднему
Пересылки—
Реакции228
Комментарии—
#646Превью ссылки

Guyyaa _ 29/11/2016 #BEEKSISA #Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaafi_Manneen_Barnootaa_Addaa_Sad_2ffaa barattoota qormaata naannoo xumura kutaa 8ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisaniifi ulaagaalee qophaa'an guutan dorgomsiisee bara barnootaa 2017f fudhatanii barsiisuu barbaadu Kanaafuu, barattootni ulaagaa guuttan galmaa'aa; dorgomaa; darbaa; baradhaa! Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017 #1_Ulaagaalee_Galmee ➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80 ➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle #2_Guyyaa_Galmeefi_Bakki_Galmeen_Itti_Geggeeffamu: #Guyyaa_Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a #Iddoo_Galmee: Naannoo Oromiyaatti Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa hunda keessatti, akkasumas Waajjira Barnootaa Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti galmeen ni gaggeeffama. Qormaatni seensaa Hagayya 24/2016 barreeffamaan jiddu gala (buufata) 24 keessatti kennama qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a. Guyyaa Qormaataa- Hagayya 24/2016 #Barataa_Qormaata_Darbe_Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifnu. #Hubachiisa:- Odooffannoowwan hunda a isin biraan geenya. Fuula Telegram keenyaa hordofaa. https://t.me/major/start?startapp=1281417631-353716037 https://t.me/Biroobarnootaoromiyaa

Открыть в Telegram
Просмотры53 100×13к среднему
Пересылки—
Реакции185
Комментарии—
#640Текст
Просмотры70 400×17к среднему
Пересылки—
Реакции614
Комментарии—