#Update: Challenge'n kun naaf dabarfameera. Kanaafuu dorgomaan 1ffaa irra jiru (LIFE IS JESUS CHRIST jedhu) kana booda kan kooti waan ta'eef akka na moosiftan abdiin qaba. #Hub: Garaagarummaa Sa'aatii Tokkootiin yoo seentan qabxii 5 akkasumas garaagarummaa second 10 tiin yoo seentanii Ads ilaaltan qabxii 6 tu kennama. Akkasumas sponsored ads second 15f turu ilaaluun qabxii dabalataa argamsiisa. Nutti jabaadhaa family🙏 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Открыть в Telegram
Dirree Barnootaa
Buy ads: https://telega.io/c/dirreebarumsaa We provide: ✔️Video Tutorials for University students ✔️Funny facts ✔️ Legal advice ✔️Campus life advice ✔️Teaching materials ✔️Updated infos YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria
Средние просмотры поста по дням
По дню публикации
Показать таблицей
| Дата | Просмотров на пост |
|---|---|
| 28 окт. 2026 г. | 8 240 |
| 12 нояб. 2026 г. | 4 840 |
| 16 нояб. 2026 г. | 3 775 |
| 18 нояб. 2026 г. | 3 480 |
| 19 нояб. 2026 г. | 2 975 |
| 20 нояб. 2026 г. | 2 740 |
| 21 нояб. 2026 г. | 2 800 |
| 23 нояб. 2026 г. | 1 950 |
| 25 нояб. 2026 г. | 1 380 |
Самые просматриваемые за месяц
- 01Просмотры8,24 тыс.Пересылки—Реакции22Комментарии—
- 02Просмотры4,84 тыс.Пересылки—Реакции10Комментарии—
- 03Просмотры4,2 тыс.Пересылки—Реакции22Комментарии—
- 04Просмотры3,48 тыс.Пересылки—Реакции15Комментарии—
Новые посты
Wifi Router Model: Huawei E5785-320a 4G Device 31 connect gochuu danda'a. Price: 10k qofaan Market price: 18k dha. Iddoo: Finfinnee ykn Adaamaa Inbox: @OLIYADMEKURIA
Открыть в TelegramAkkaataan vote taasisuu jijjiirameera. Yeroo barbaaddanitti seentanii irra deddebbitani vote gochuudhaan nu deeggaruu dandeessu. Keessattuu Video (Ads) qabxii 6 qabu sana second 30 qofa obsaan ilaalaa xumuraa. Ni moona jabaadhaa👇 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Открыть в TelegramTechno pop 8 64GB RAM 4 Waggaa 1 kan qabatame, waan hundi fayyaa price: 12k Iddoo: Mattuu Invoc: @OLIYADMEKURIA
Открыть в TelegramDorgomaan 2ffaa irra jiru nutti dhiyaachaa jira jabaadhaa. #Hub: Al tokkicha qofa osoo hin taane guyyuma guyyaadhaan seentanii filuu ni dandeessu waan ta'eef nuuf rakkadhaa. Galatoomaa🙏 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Открыть в TelegramHp EliteBook, Generation 8 core i5 Storage 512GB SSD RAM 16GB No keyboard backlight Battery 5+ hours Condition: Slightly used, Everything genuine Price: 47k Iddoo: Finfinnee fi Adaamaa
Открыть в TelegramFamily, Challenge kana nu injifachiisaa. Step kanaan 👆Dorgomaa1ffaa irra jiru (Telegram'ni isaa LIFE IS JESUS CHRIST jedhu) filadhaa. Badhaasni Laptop dha, yoo injifate ani commission argadha. 👇 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Открыть в TelegramПереслано из 5GO
Warra jalqaba baratee qophaa'ee ta'a. | Don't miss out and look back with regret. Addunyaan saffisaan jijjiiramaa jirti. Ogummaan AI (Artificial Intelligence) fi Machine Learning boru osoo hin taane, har'uma jireenya keenya keessatti murteessaa ta'ee jira. Warra jalqaba baratee qophaa'ee dursa fudhatutu gara fuulduraatti injifataadha! Garaa garummaa guddaan "Don't be left behind and regret" (duubatti hafanii gaabbuu) fi dursa qophaa'uu jidduu jiru hubadhaa. Hir’isa Addaa (Early Bird Discount): Torban jalqabaa kanaaf qofa kan turu waan ta’eef, ammuma galmeen osoo hin cufamin carraa keessan bifa salphaan mirkaneeffadhaa! Galmaa'uuf linkii kana cuqaasaa: https://forms.gle/3ZjtnbVxDLf4YeWE8 Yeroon dursa qophaa'anii, dursanii argamu har'adha! Don't Forget to Subscribe: https://www.youtube.com/@itubtech?sub_confirmation=1
Открыть в TelegramHp EliteBook 8th generation ykn 6th generation warri barbaaddan inbox. Torbee kana keessa Finfinnee, Salaalee fi Adaamaatti delivery qabna. @OLIYADMEKURIA 📱 0919821181
Открыть в TelegramСвязи
Похожие каналы
St.Mary's University@st_marysuniversityОбразование18,6 тыс.
Unity University Students’ Union@uustudentsunionОбразование18,8 тыс.
ALX Ethiopia@alxethiopiaofficialОбразование19,5 тыс.
Freshman Materials@freshman_materialsОбразование16,4 тыс.
SAGE TRAINING INSTITUTE | ሴጅ ማሰልጠኛ ኢንስቲትዩት@sagetraininginstituteОбразование15,9 тыс.
DBU Daily News@dbu11Образование15,6 тыс.
Cisco Network Academy -Addis Ababa University@ciscoexamsОбразование15,6 тыс.
Remedial Class@remedial_2019batchОбразование15,5 тыс.