#Update: Challenge'n kun naaf dabarfameera. Kanaafuu dorgomaan 1ffaa irra jiru (LIFE IS JESUS CHRIST jedhu) kana booda kan kooti waan ta'eef akka na moosiftan abdiin qaba. #Hub: Garaagarummaa Sa'aatii Tokkootiin yoo seentan qabxii 5 akkasumas garaagarummaa second 10 tiin yoo seentanii Ads ilaaltan qabxii 6 tu kennama. Akkasumas sponsored ads second 15f turu ilaaluun qabxii dabalataa argamsiisa. Nutti jabaadhaa family🙏 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Open in Telegram
Dirree Barnootaa
Buy ads: https://telega.io/c/dirreebarumsaa We provide: ✔️Video Tutorials for University students ✔️Funny facts ✔️ Legal advice ✔️Campus life advice ✔️Teaching materials ✔️Updated infos YouTube: https://www.youtube.com/c/DirreeBarnootaaOlyadMekuria
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Oct 28, 2026 | 8,240 |
| Nov 12, 2026 | 4,840 |
| Nov 16, 2026 | 3,775 |
| Nov 18, 2026 | 3,480 |
| Nov 19, 2026 | 2,975 |
| Nov 20, 2026 | 2,740 |
| Nov 21, 2026 | 2,800 |
| Nov 23, 2026 | 1,950 |
| Nov 25, 2026 | 1,380 |
Most viewed this month
- 01Views8.24KForwards—Reactions22Comments—
- 02Views4.84KForwards—Reactions10Comments—
- 03Views4.2KForwards—Reactions22Comments—
- 04Views3.48KForwards—Reactions15Comments—
Latest posts
Wifi Router Model: Huawei E5785-320a 4G Device 31 connect gochuu danda'a. Price: 10k qofaan Market price: 18k dha. Iddoo: Finfinnee ykn Adaamaa Inbox: @OLIYADMEKURIA
Open in TelegramAkkaataan vote taasisuu jijjiirameera. Yeroo barbaaddanitti seentanii irra deddebbitani vote gochuudhaan nu deeggaruu dandeessu. Keessattuu Video (Ads) qabxii 6 qabu sana second 30 qofa obsaan ilaalaa xumuraa. Ni moona jabaadhaa👇 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Open in TelegramTechno pop 8 64GB RAM 4 Waggaa 1 kan qabatame, waan hundi fayyaa price: 12k Iddoo: Mattuu Invoc: @OLIYADMEKURIA
Open in TelegramDorgomaan 2ffaa irra jiru nutti dhiyaachaa jira jabaadhaa. #Hub: Al tokkicha qofa osoo hin taane guyyuma guyyaadhaan seentanii filuu ni dandeessu waan ta'eef nuuf rakkadhaa. Galatoomaa🙏 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Open in TelegramHp EliteBook, Generation 8 core i5 Storage 512GB SSD RAM 16GB No keyboard backlight Battery 5+ hours Condition: Slightly used, Everything genuine Price: 47k Iddoo: Finfinnee fi Adaamaa
Open in TelegramFamily, Challenge kana nu injifachiisaa. Step kanaan 👆Dorgomaa1ffaa irra jiru (Telegram'ni isaa LIFE IS JESUS CHRIST jedhu) filadhaa. Badhaasni Laptop dha, yoo injifate ani commission argadha. 👇 https://t.me/Asbeksbot/start https://t.me/Asbeksbot/start
Open in TelegramForwarded from 5GO
Warra jalqaba baratee qophaa'ee ta'a. | Don't miss out and look back with regret. Addunyaan saffisaan jijjiiramaa jirti. Ogummaan AI (Artificial Intelligence) fi Machine Learning boru osoo hin taane, har'uma jireenya keenya keessatti murteessaa ta'ee jira. Warra jalqaba baratee qophaa'ee dursa fudhatutu gara fuulduraatti injifataadha! Garaa garummaa guddaan "Don't be left behind and regret" (duubatti hafanii gaabbuu) fi dursa qophaa'uu jidduu jiru hubadhaa. Hir’isa Addaa (Early Bird Discount): Torban jalqabaa kanaaf qofa kan turu waan ta’eef, ammuma galmeen osoo hin cufamin carraa keessan bifa salphaan mirkaneeffadhaa! Galmaa'uuf linkii kana cuqaasaa: https://forms.gle/3ZjtnbVxDLf4YeWE8 Yeroon dursa qophaa'anii, dursanii argamu har'adha! Don't Forget to Subscribe: https://www.youtube.com/@itubtech?sub_confirmation=1
Open in TelegramHp EliteBook 8th generation ykn 6th generation warri barbaaddan inbox. Torbee kana keessa Finfinnee, Salaalee fi Adaamaatti delivery qabna. @OLIYADMEKURIA 📱 0919821181
Open in TelegramConnections
Similar channels
St.Mary's University@st_marysuniversityEducation18.6K
Unity University Students’ Union@uustudentsunionEducation18.8K
ALX Ethiopia@alxethiopiaofficialEducation19.4K
Freshman Materials@freshman_materialsEducation16.4K
SAGE TRAINING INSTITUTE | ሴጅ ማሰልጠኛ ኢንስቲትዩት@sagetraininginstituteEducation15.9K
DBU Daily News@dbu11Education15.6K
Cisco Network Academy -Addis Ababa University@ciscoexamsEducation15.5K
Remedial Class@remedial_2019batchEducation15.5K