Oduu Gammadaa!
Mana Barumsaa Woyyuu, Damee Me’ee Bokkoo
Manni Barumsaa Woyyuu, woggoota jahan darbaniif seenaa guddaa hojjataa kan ture, magaalota godina kibba Oromiyaa garagaraa keessatti damee isaa akka banuuf affeeramaa ture, kanaan walqabatee dameen keenna: lafa seenaa, biyya aadaa, ardaa woyyicha Magaalaa Me’ee Bokkoo dhaqqabee jira.
Wontoota mana barumsaa Woyyuu adda godhanu keessaa muraasi:
1. Barnoota qulqullinna qabu kennuu;
2. Barattooti teenna qormaata naannoo irratti irra deddeebiin qabxii olaanaa fiduu;
3. Barattoota teenna manneen Barnoota Bultii Addaa Oromiyaa, Federaalaafi manneen barnoota addaa garagaraa galchuu;
4. School System cimaa qulqullinna barnootaa cimsuu keessatti gahee olaanaa qabu fayyadamuu (Michu School Management System);
5. Barsiisota ciccimoo dandeettii olaanaa qabanu, biyya Keeniyaafi kutaalee biyya teennaa garagaraa irraa fiduu;
6. Barattoota teenna dandeettii sadarkaa barnoota isaanii madaalu horachiisuufi kkf.
Barnootaan Woyyooman!
www.woyyu.com