Sanbata Xiqqaa qophoofne isiin eega jirra. TikTok irrattis nu hordoofaa. 👇👇👇👇 https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa Galatoomaa
Open in Telegram
Daandii Dhalootaa
Melese Duressa Institute, a nonprofit organization. Follow us on: Tiktok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa Telegram: https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook: https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 14, 2026 | 478 |
| Nov 15, 2026 | 619 |
| Nov 17, 2026 | 531 |
| Nov 19, 2026 | 451 |
| Nov 20, 2026 | 404 |
| Nov 21, 2026 | 330 |
| Nov 23, 2026 | 260 |
| Nov 24, 2026 | 158 |
Most viewed this month
- 01Views694Forwards—Reactions3Comments—
- 02Views583Forwards—Reactions—Comments—
- 03Views581Forwards—Reactions2Comments—
- 04Views531Forwards—Reactions5Comments—
Latest posts
Ashama Akkam jirtu ? 📢 Leenjiin Entrepreneurship (Kalaqa Daldalaa) bilisaan Melessee Duressaa Institute keessatti kennamaa jiru itti fufee jira. Sagantaan Keenya torbe kanaa 📅 Guyyaa: Sanbata, Sadaasa 19/2019 🕑 Itoophiyaa (Finfinnee): Galgala sa'aatii 2:00 🕛 Washington DC: Waaree booda sa'aatii 12:00 📣 Hundi keessan kabajaan affeeramtaniirttu! Miidiyaalee hawaasaa keenya: 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa 📲 Telegram:https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:-https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v 🌟 Melese Duressa Institute – Madda Beekumsaa, Bu'uura Milkaa'inaa! Galatoomaa! 🙏
Open in TelegramYooyyaa! Har’a waajjira keenya Piyaassaa, Finfinnee keessatti Zinaash Olaani waliin yeroo gaarii fi adda ta’e dabarsineerra. Zinaash, yeroo kee nuuf kennitee nu daawwachuu, nu jajjabeessuu fi nu waliin yeroo dabarsuu keetiif garaa guutuudhaan galatoomni siin jenna. 🙏 Yeroo gaarii!
Open in Telegram🙏 Galatoomaa!!! 🙏 Leenjii keenya har’aa,mata dhure"Daldala keep maallaqaan deeggaruu ' Maddeen kaappitaalaa" jedhun hayyuu fi barsiisaa Endalkachew Birhanuttin kennamaa ture milkiin goolabameera. Hunda keessaniif: 🎤 Endalkachew Birhanu: Yeroo kee kennitee, dandeettii kee bilisaan nuuf qooddee waan nu barsiifteef heddu galatoomi. 🎤 Leenjifamtoonni👥: yeroo keessan kennitanii leenjii kana irratti waan hirmaateniif galatoomaa. Gaggeessitootaa fi Qindeessitoota: Leenjii kana guddaa galatoomaa! Hiyyummaa hundeen buqqisuuf, waliin taanee hojii keenya jabeessinee itti fufna! Galatoomaa! Melese Duressa Institute |Nonprofit Organization
Open in TelegramLeenjii itti fuufee jira. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramLeenjiin itti fuufee jira. Kun karaa Zoom kallattiin hordoofaa jiranii dha. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940
Open in TelegramLeenjiin eegale jira. Seenaa. Kun karaa telegram hordofaa jiranii dha. Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramLeenjiin eegalee jira. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramYooyyaa. Leenjiin eegaliuuf jedha. Seenaa. Hidhaan Zoom: 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh Galatoomaa!
Open in TelegramConnections
Similar channels
Sanyii Guddataa@segnigudetaEducation245K
Kibur College@kiburcollegeEducation3.47K
HuluLearn Testimonials@hululearn_testimonialsEducation2.26K
Mental Abacus Academy@mentalabacusacademyEducation4.16K- Full Stack Training - Addis Ababa University@aau_developerEducation4.23K
FRESHMAN ETHIOPIA@freshmanethiopianEducation2.08K
Excellence Tutors | ልህቀት አስጠኚዎች@excellenceeduhubEducation5.63K
BIRHAN COLLEGE, ETHIOPIA@birhancollegeEducation1.49K