Sanbata Xiqqaa qophoofne isiin eega jirra. TikTok irrattis nu hordoofaa. 👇👇👇👇 https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa Galatoomaa
Open in TelegramPosts of Daandii Dhalootaa
Ashama Akkam jirtu ? 📢 Leenjiin Entrepreneurship (Kalaqa Daldalaa) bilisaan Melessee Duressaa Institute keessatti kennamaa jiru itti fufee jira. Sagantaan Keenya torbe kanaa 📅 Guyyaa: Sanbata, Sadaasa 19/2019 🕑 Itoophiyaa (Finfinnee): Galgala sa'aatii 2:00 🕛 Washington DC: Waaree booda sa'aatii 12:00 📣 Hundi keessan kabajaan affeeramtaniirttu! Miidiyaalee hawaasaa keenya: 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa 📲 Telegram:https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:-https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v 🌟 Melese Duressa Institute – Madda Beekumsaa, Bu'uura Milkaa'inaa! Galatoomaa! 🙏
Open in TelegramYooyyaa! Har’a waajjira keenya Piyaassaa, Finfinnee keessatti Zinaash Olaani waliin yeroo gaarii fi adda ta’e dabarsineerra. Zinaash, yeroo kee nuuf kennitee nu daawwachuu, nu jajjabeessuu fi nu waliin yeroo dabarsuu keetiif garaa guutuudhaan galatoomni siin jenna. 🙏 Yeroo gaarii!
Open in Telegram🙏 Galatoomaa!!! 🙏 Leenjii keenya har’aa,mata dhure"Daldala keep maallaqaan deeggaruu ' Maddeen kaappitaalaa" jedhun hayyuu fi barsiisaa Endalkachew Birhanuttin kennamaa ture milkiin goolabameera. Hunda keessaniif: 🎤 Endalkachew Birhanu: Yeroo kee kennitee, dandeettii kee bilisaan nuuf qooddee waan nu barsiifteef heddu galatoomi. 🎤 Leenjifamtoonni👥: yeroo keessan kennitanii leenjii kana irratti waan hirmaateniif galatoomaa. Gaggeessitootaa fi Qindeessitoota: Leenjii kana guddaa galatoomaa! Hiyyummaa hundeen buqqisuuf, waliin taanee hojii keenya jabeessinee itti fufna! Galatoomaa! Melese Duressa Institute |Nonprofit Organization
Open in TelegramLeenjii itti fuufee jira. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramLeenjiin itti fuufee jira. Kun karaa Zoom kallattiin hordoofaa jiranii dha. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940
Open in TelegramLeenjiin eegale jira. Seenaa. Kun karaa telegram hordofaa jiranii dha. Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramLeenjiin eegalee jira. Seenaa!! 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh
Open in TelegramYooyyaa. Leenjiin eegaliuuf jedha. Seenaa. Hidhaan Zoom: 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh Galatoomaa!
Open in TelegramYaadachiisa!! Leenjii Marsaa 3ffaa kan dhaweessuummaa guyyaa 9ffaa har'aa itti fuufa. Hara'a galgala sa'aa 2:00ti akka Finfinneetti ykn akka Washington DC ammoo guyyaa waree booda sa'aa 12:00ti eegala. Eessatti: karaa Zoom fi chaanaalii Telegram kallattiin darba Hidhaan Zoom: 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh Galatoomaa!!
Open in TelegramGuyyaa 1qofa hafe Yoyya Akkam jirtu? 📢 Sagantaan Keenya torbe kanaa 📅 Guyyaa: Sanbata, Sadaasa 12/2019 🕑 Itoophiyaa (Finfinnee): Galgala sa'aatii 2:00 🕛 Washington DC: Waaree booda sa'aatii 12:00 ✨ Leenjii kana irratti hirmaachuun beekumsa haaraa argachuuf, dandeettii kalaqa daldalaa keessan guddisuuf, akkasumas egeree keessaniif bu'uura cimaa kaa'uuf carraa guddaa dha. 📣 Hundi keessan kabajaan affeeramtaniittu! ❗ Carraa kana hin darbiinaa! Irra hin hafiinaa! Miidiyaalee hawaasaa keenya: 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa 📲 Telegram:https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:-https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v 🌟 Melese Duressa Institute – Madda Beekumsaa, Bu'uura Milkaa'inaa! Galatoomaa! 🙏
Open in TelegramGuyyaa 2 qofa hafe Yoyya Akkam jirtu? 📢 Leenjiin Entrepreneurship (Kalaqa Daldalaa) bilisaan Melessee Duressaa Institute keessatti kennamaa jiru itti fufee jira. Sagantaan Keenya torbe kanaa 📅 Guyyaa: Sanbata, Sadaasa 12/2019 🕑 Itoophiyaa (Finfinnee): Galgala sa'aatii 2:00 🕛 Washington DC: Waaree booda sa'aatii 12:00 ✨ Leenjii kana irratti hirmaachuun beekumsa haaraa argachuuf, dandeettii kalaqa daldalaa keessan guddisuuf, akkasumas egeree keessaniif bu'uura cimaa kaa'uuf carraa guddaa dha. 📣 Hundi keessan kabajaan affeeramtaniittu! ❗ Carraa kana hin darbiinaa! Irra hin hafiinaa! Miidiyaalee hawaasaa keenya: 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa 📲 Telegram:https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:-https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v 🌟 Melese Duressa Institute – Madda Beekumsaa, Bu'uura Milkaa'inaa! Galatoomaa! 🙏
Open in TelegramAkkam jirtu obboloota keenya? 📢 Leenjiin Entrepreneurship (Kalaqa Daldalaa) bilisaan Melessee Duressaa Institute keessatti kennamaa jiru itti fufee jira. Sagantaan Keenya torbe kanaa 📅 Guyyaa: Sanbata, Sadaasa 12/2019 🕑 Itoophiyaa (Finfinnee): Galgala sa'aatii 2:00 🕛 Washington DC: Waaree booda sa'aatii 12:00 ✨ Leenjii kana irratti hirmaachuun beekumsa haaraa argachuuf, dandeettii kalaqa daldalaa keessan guddisuuf, akkasumas egeree keessaniif bu'uura cimaa kaa'uuf carraa guddaa dha. 📣 Hundi keessan kabajaan affeeramtaniittu! ❗ Carraa kana hin darbiinaa! Irra hin hafiinaa! Miidiyaalee hawaasaa keenya: 🎵 TikTok: https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa 📲 Telegram:https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:-https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v 🌟 Melese Duressa Institute – Madda Beekumsaa, Bu'uura Milkaa'inaa! Galatoomaa! 🙏
Open in TelegramLEENJIIN KEENYA HAR'AA RAKKOO NEETWOORKIIN KA’E YEROO BIRAATTI DARBEE JIRA. Dhiifama guddaa. Leenjiisaan keenya rakkoo neetwoorkiin ka’e leenjiin har’aa yeroo biraaf darbee jira. Guyyaa fi sa’aa isa isiin beeksiisna. Galatoomaa.
Open in TelegramYooyyaa. Leenjiin eegaliuuf jedha. Seenaa. Hidhaan Zoom: 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh Galatoomaa!
Open in TelegramYaadachiisa!! Leenjii Marsaa 3ffaa kan dhaweessuummaa guyyaa 8ffaa har'aa itti fuufa. Hara'a galgala sa'aa 2:00ti akka Finfinneetti ykn akka Washington DC ammoo guyyaa waree booda sa'aa 12:00ti eegala. Eessatti: karaa Zoom fi chaanaalii Telegram kallattiin darba Hidhaan Zoom: 👇👇👇👇 https://us06web.zoom.us/j/83807806940?pwd=XfHM69Gp0jf027wrSqMZT6oV9EKZPg.1 Meeting ID: 838 0780 6940 Passcode: 281641 Hidhaan Telegram: 👇👇👇 https://t.me/+7nqIeszSFxpmNGVh Galatoomaa!!
Open in Telegram🙏 Galatoomaa!!! 🙏 Leenjii keenya har’aa, hayyuu fi barsiisaa Behailu Chufattin kennamaa ture milkiin goolabameera. Hunda keessaniif: 🎤 Behailu Chufa: Yeroo kee kennitee, dandeettii kee bilisaan nuuf qooddee waan nu barsiifteef heddu galatoomi. 🎤 Leenjifamtoonni👥: yeroo keessan kennitanii leenjii kana irratti waan hirmaateniif guddaa galatoomaa. Gaggeessitootaa fi Qindeessitoota: Leenjii kana haala gaariin gaggeessuu keessaniif guddaa galatoomaa! ⏱ Boru mata duree biraa fi leenjisaa biraa waliin wal geenya. Hiyyummaa hundeen buqqisuuf, waliin taanee hojii keenya jabeessinee itti fufna! Galatoomaa! Melese Duressa Institute |Nonprofit Organization
Open in Telegram🕰 Boru galgala Sagantaan keenya torbe kanaa Dilbata Sadaasa 06/2019 akka Finfinneeti galgala sa"aa 2:00ti | akka Washington DC ammoo waaree booda sa'aa 12:00ti eegala. Hundi keessan afeeramtani jirtu. Irra hin hafiinaa!!! Galatoomaa!! TikTok:- https://www.tiktok.com/@daandiidhalootaa Telegram:- https://t.me/DaandiiDhalootaa Facebook:- https://www.facebook.com/MeleseDuressaInstitute/v
Open in Telegram