Account

Posts of Walaloon Jaalala

newest first

#6451Text
Views930−69%vs avg
Forwards—
Reactions12
Comments—
#6448Photo
Views1,750−42%vs avg
Forwards—
Reactions13
Comments—
#6447Text
Views2,100−31%vs avg
Forwards—
Reactions26
Comments—
#6445Text
Views2,560−16%vs avg
Forwards—
Reactions14
Comments—
#6442Text
Views3,420+13%vs avg
Forwards—
Reactions31
Comments—
#6439Text
Views3,720+23%vs avg
Forwards—
Reactions19
Comments—
#6438Text
Views3,980+31%vs avg
Forwards—
Reactions19
Comments—
#6436Text
Views4,130+36%vs avg
Forwards—
Reactions14
Comments—
#6435Text

An argera.. Si’ii saakumee kee waliin ciisuu Galbiitti utuu'nni gudeeda kan kee jijiisuu… An argeera… hoodaaf yeelloon ati facaafte yennaa margu Kanaaf…ilmoo saakumee hin guddisu utuun beekuu, utuun arguu…! Ammoo… Salphina kan kee odeessee sin hammeessu Hamma jechaa naaf hin geessu Gita namaa naaf hin teessu Garuu...an hin jaallannes Teepha gogaa siif maruu koo Miidhama keetti baruu koo hin jaallanne… Gubaa kan kee mararfachuu Eelaa lapheen dagalfachuu… Dirqameeni Miidhameeni… Malee… Hin jaallanne, an dhiphuu kee Gaarummaa hamiin hirphuu kee Nan tiradha jilba cabsee Sansakkaa kee molqee, sin hammeessu jibba labsee Erga mana koof hormoomtee Saakumee keetiif warroomtee Qaamaan as jiraachaa fagaachuun kee, maal bu’aansaa Gaa’ela koo keessatti ilmoo hormaa guddisuun anaaf abaarsaa! Kanaaf… An hin fedhu gudeeda kee shaagidda’aa Nagaan sokki naan na ga’aa Maalin godha dhangagga’aa.. Ee… Deemi isuma wajjin miriixami Narraa citi isatti gami Goolaba: hiika jechoota muraasaa👇🏾 Saakumee - Miinjee (misirrittiif akka obboleessaatti kan oolu) Galbii - Fincoo ykn Mana Jala Yeelloo - Salphina ykn qaanii Shaagidda’aa- Daalachaa’aa Sansakkaa - Personality (tarii eenyummaa jedhamee hiikamuu danda’aa ta’innaa?) an akkamittin hiikkaadhe. Walalichi ifa-galaadha. Haadha manaa Jaarsa ishee biratti miinjee mi’eeffatte. Or shamarree osoo hiriyaa dhiiraa (kaadhimaa qabduu) best friend isa jedhan baafattee wajjin utaalaa ooltuuf🤭🙄 Bulaa egaa Keenboon Abrahaam

Open in Telegram
Views4,050+34%vs avg
Forwards—
Reactions13
Comments—
#6433Text
Views3,790+25%vs avg
Forwards—
Reactions11
Comments—