Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo jijjiiruu dadhabde akkaataa itti yaaddu jijjiiri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo jijjiiruu dadhabde akkaataa itti yaaddu jijjiiri. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Waan hamaa keessa waan gaarii barbaadi; gadda kee keessa gammachuu argadhu; dhukkubbii kee keessa bu’aa argadhu; waan si aarsu osoo hin taane, waan akka galata galchitu si taasisu irratti xiyyeeffadhu.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Aduun guyyaa hundumaa dukkana keessaa deebi’anii ka’uun akka danda’amu nu yaadachiisa. Nutis ifa mataa keenyaa ifsuun addunyaa keenyaaf ifa ta’uu ni dandeenya.” ✨ — S. Ajna ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Wanti jireenya kee keessatti si mudatu hundi sababaa fi kaayyoo mataa isaa qaba.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Jireenya kee keessatti wantoota sadii qofa to’achuu dandeessa: yaada ati yaaddu, suuraa sammuu kee keessatti uumtu, fi tarkaanfiiwwan ati fudhattu.” — Jack Canfield ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoota amanamummaan isaanii shakkii keessa na hin galchine qofaaf amanamaa ta’uuf dirqama qaba.” ❤️🔥 ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Yoo gaaddidduu tokkollee hin qabaanne, ati ifa keessa hin jirtu jechuudha.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Urjiilee samii keessa jiran ni dinqisiifanna; garuu dukkana isaan akka mul’atan taasise sana ni daganna. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
🚶 YAADANNOO ISANIIF HAA TA’U Namni jireenya kee keessa seenu hundi bara baraan si wajjin jiraachuuf hin dhufu. Namoonni tokko tokko barumsa jireenyaa si barsiisuuf qofa dhufu; barumsa yeroo baay’ee nama dhukkubsu, garuu si cimsu. Namoonni tokko tokko yaadannoo ta’uuf malee, ba’aa jireenyaa kee ta’anii si wajjin turuuf hin uumamne. Kanaaf, akka isaan yaadannoo ta’an hayyami. Nagaa sammuu kee filadhu; waan darbe sanaan osoo hin hidhamin fuulduratti tarkaanfadhu. Namni hundi jireenya kee keessatti bakka dhaabbataa qabaachuu hin qabu. Namoota tokko tokkoof galata galchi, barumsa isaanii fudhadhu, achiis nagaan geggeessi. Yeroo tokko tokko namoota dhiisuun kufaatii miti; of kabajuu fi nagaa kee eeguu dha. ❤️ ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
Open in TelegramForwarded from Waa'ee Jaalalaa
Jaalalli hamma gadi fagaatu namni tokko sirriitti kan hubatu yeroo addaan ba’iinsi ga’u qofa.” — Khalil Gibran 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️ 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Osoo hin du'in dura hin du'in. —Rachel Wolchin ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Guutuu IsaatiifLINK👇👇 https://youtu.be/5nC-bm50jPQ https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Wantoonni namni ofittillee himuu sodaatu ni jira. —Fyodor Dostoevsky ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
“Waan keessa dabarre irraa guddanna.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Guyyaa guyyaadhaan wantoota hedduu kanneen nu aarsan, nu dhiphisan ykn nu mufachiisan ni mudatu. Garuu yeroo miira badaa akkanaa keessatti of galchitu, wantoota ofiin alaa jiran akka gammachuu kee to'atan carraa kennuu kee ti. Wantoonni xixiqqoon nagaa sammuu kee akka si hin dhabsiisne filachuu ni dandeessa. Waan hundumaaf hin aarin; wantoota xixiqqoodhaaf gammachuu kee hin kennin. 👍 — Joel Osteen ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Namoota abjuu, hawwii fi galma jireenyaa qaban ofitti dhiheessi. Isaan abjuu kee akka argattu si gargaaru; akkasumas galma kee bira akka geessu si jajjabeessu, si kakaasu. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTAA
Wanta sirrii ta’eef dhaabbadhu, yoo kophaa kee taate illee. Dhugaa cimsii dubbadhu; eenyu iyyuu dhugaa sana miidhuuf yoo yaale, dhugaa irraa hin deebi'in. ✨ — Suzy Kassem ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️
Open in Telegram