Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Open in Telegram
"Gara karaatti as ba'aatii ilaalaa! Daandiin (Ortoodoksii) durii, karaan inni ba'eessi sun amma eessa jira?' jedhaatii gaafadhaa! Boqonnaa akka argattanitti karicha irra adeemaa!" Er.6:16 👉 Join telegram channel https://t.me/+UE8OsP4gdv93PxwT
By publication day
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 6, 2026 | 1,650 |
| Nov 23, 2026 | 245 |
| Nov 25, 2026 | 29 |
| Nov 26, 2026 | 10 |
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Open in TelegramForwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???
Open in TelegramForwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
💁 Channel Afuurawaa Akkami Argachuu Barbaaddu 👇👇👇
Open in TelegramForwarded from Quality Button Bot
🙏Ijoollen ortodoksi qofa✅ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽 As Tuqaa 👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
Open in TelegramForwarded from Quality Button Bot
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
Open in TelegramForwarded from Quality Button Bot
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Open in TelegramForwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Open in TelegramForwarded from Promotion
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Open in TelegramSababuma kanaaf Phaaphaasiin kun guyyoonni kun sadan sooma raajotaa irratti dabalamanii akka soomamaniif ajaje. ✍️ #Gaadiin immoo gannaan ykn guyyaan dhaloota gooftaa roobii ykn jimaata irra yoo bu'e/oolee guyyaan sun ni nyaatama, bakka isaa immoo kibxata ykn kamisatu dachaa ta'ee sa'aa 18'f soomama jechuudha. Bu'uuruma kanaan manni kiristaanaa guyyoota 44/43 akka soomnu kan ajajje yoo ta'u, kunis seensi soomii kanaa yeroo hunda walakkaa ji'a sadaasaa ykn sadaasa 15 yoo ta'u, kan inni xumuramu immoo baroota sadan muddee 29, bara Yohaannis garuu mudde 28 dha. Akka barsiisa mana kiristaana Ortodoksii Tawaahidootti, baatiin sooma Raajotaa kutaalee adda addaa ni qaba. Keessumaayyuu, torbeewwan sadan guyyaa Dhalootaa dura jiran moggaasa adda addaa ni qabu:- • #Lallaba (ስብከት) 𝔽𝕒𝕒𝕣 143፥7 • #Ifa (ብርሃን) • #Tiksee (ኖላዊ) 𝔽𝕒𝕒𝕣 79/80፥1 Jechi "ኖላዊ/Noolaawii" jedhu jecha afaan gi’iizii yoo ta'u, hiikni isaa immoo tikee/eegduu jechuu dha. Kunis Gooftaan keenya halkaniifi guyyaa osoo hin mugiin hamaa hunda irraa kan nu tiksu ta’uu isaa kan itti lallabamuudha. 🤲 Akkuma Raajonni waan gaarii barbaachaaf soomanii Waaqayyo fuulduratti eebba argatan sana, nutis sooma dhugaa soomnee akka eebba Gooftaa keenyaa argannu inni nuhaa gargaaru. Sugnii fi Eebbi Raajotaa hunduma keenya irra haa bulu. Waaqayyoo sooma fayyinaa nuuf haa taasisu Ameen! 𝑺𝒐𝒐𝒎𝒂 𝑮𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊🥀 𝗚𝗮𝗹𝗮𝗻𝗻𝗶 𝘄𝗮𝗮𝗾𝗮𝘆𝘆𝗼 𝘂𝘂𝗺𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗳 𝗗𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂𝘂 𝗵𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗳 𝗨𝗹𝗳𝗮𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗳 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗳 𝘄𝗮𝗿𝗲𝗲𝗴𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗳 𝗛𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗮𝗻 𝗔𝗺𝗲𝗻 🙏 ==============//==============
Open in TelegramWaan gaarii hawwuun, foon isaanii abboomaa badhaasa afuuraa bor argachuu danda’aniif of qopheessaa turan jechuudha. Nyaata foonii beela’uun dhalachuu fi nama ta’uu fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoos arguuf ija afuuraan ilaalaa turan; booda irra isaan du’aan daangeffamanillee dhalachuun isaa dhugaa ta’eera. Kan isaan daawwitii raajiitiin gaaddidduu isaa arganii dubbatan sun qaama godhatee ifa bahee mul’ate; dirreen Beeteliheemis ilillee fi gammaachuudhaan guutamte. 3✍️ 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐢𝐩𝐡𝐨𝐨𝐬:- Bartuu gooftaa keessaa tokko kan ta’e Filiiphoos gara Afrikaa deemee barsiisaa ture. Ardii kana keessattis warreen hin amanneen ajjeefame. Barattoonni isaa reeffaa isaa awwaallachuuf yoo ka'an reeffi isaa waan isaan jalaa dhokateef sadaasa 15 irraa eegalanii soomanii Waaqayyoon kadhachuu eegalan. Guyyaa sadii booda reeffa isaa argatanii erga awwaallatanii booda hanga guyyaa yaadannoo dhaloota gooftaa keenyaatti itti fufanii waan soomaniif sooma Filiiphoos jedhame jechuudha. 4✍️ 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐃𝐮𝐮𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚:- Kunis immoo duuka bu’oonni “Guyyaa du'aa ka'umsa Gooftaa sooma faasikaa soomnee kabajna, guyyaa dhaloota isaawoo maaliif osoo hin soomiin kabajna?" jedhanii akkuma raajotaatti soomuu waan eegalaniif sooma duuka bu’ootaas ni jedhama. 5✍️ 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐋𝐚𝐥𝐥𝐚𝐛𝐚𝐚:- Waa'een nama ta'uu Waaqayyoo bal'inaan kan keessatti lallabamee fi lallabamu ta'uu isaatiin sooma lallabaa jedhamees ni beekama. 6✍️ 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚/𝐠𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚:- Xumura sooma kanaa irratti ayyaanni dhaloota Gooftaa kan kabajamu ta'uu isaatiin immoo sooma dhalootaa/gannaa jedhamee ni beekama. 7✍️ 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚𝐦:- Kun immoo qulqulluun ergamaa Gabri’eeliin, Afuura Qulqulluun gara durboo Maariyaamiitti ergamuun akka isheen Waaqa deessu yemmuu misiraachoo itti dubbatu, "Waaqa samii fi lafaa akkamittiinan da'aa?" jechuun gooftaa keenya da’uun dura soomaa waan turteef sooma Maariyaamii jedhamee waamama jechuudha. ✅ Egaan kanneen armaan oliitti caqasne kun sababa soomaniif kan mataa mataa isaanii qabu, nuti immoo maaliif soomna? yoo jedhame; nuti kan soomnuuf akka raajotaa "Gooftaan ni bu'a, ni dhalata......." jennee osoo hin taane, sooma kanaan eebbaa fi suga foonii fi lubbuu argachuuf, fayyina foonii fi lubbuu argachuuf,... dhalachuu gooftaa keenyaa yaadachaa abdii keenya kan taasifannee mootummaa Waaqayyoo akka dhaalluuf fayyina foonii fi lubbuu ittiin argachuuf soomna jechuudha! 👉 Raajonni guyyaa 40 qofa soomanii nuti maaliif guyyaa 44/43 soomnaa? yoo jedhame; ✅ Sababbiin 44/43 soomnuuf immoo guyyaan 40 kan raajotaa, guyyaan 3 kan Abrahaam isicha Sooriyaa, guyyaan tokko immoo yoo gannaan roobii fi jimaata irra bu'eef gaadii jedhamee kan dabalameedha. ✍️ Kan Abrahaam isa Sooriyaa kan jedhamu, biyya Gibtsiitti bara Abbaan Abrahaam kun hangafa phaaphaasii turetti ormoonni warri hin amanne caqasa "Amantii hamma ija sanaaficaa geessu utuu qabaattanii gaara kanaan "Asii ka'ii achi butadhu' in jettu, gaarichis asii ka'ee achi in butata; wanti isiniif hin danda'amnes hin jiru” (𝕞𝕒𝕥 17፥20) isa jedhu caqasaniif ittiin mormanii, phaaphaasii kanas waamanii "dhuguma kana gochuu ni dandeessuu?" jedhanii gaafatan. Hangafti phaaphaasii kunis 'eeyyee' jedhee deebiseef. Innis sana booda sooma guyyaa sadiif labsee ofii isaatiis si'iilii qulqulleettii dubree Maariyaam fuulduratti kufee sagaduun soomee yoo kadhatu, isheenis "Kana kan gochuu danda'u Simi'oon isa gogaa duugu/isa kophee hodhu isa ija tokkooti" jetteen. (#Hub Simi'oon kun isa sagalee 𝕄𝕒𝕥 5፥29) irra jiru hojiitti kan hiikedha jechuudha. ✅ Abbaan Abrahaamis akkuma isheen jettetti Simi'oon kana waamsisee yoo gaafatu, Simi'oonis kasoominaan "Yaa Abbaa eeyyee ni danda'ama, garuu ati labsii labsiitii saboota hundumaa waami, ormoonni warri si gaafatanis haa dhufanii, ati immoo isaan fuulduratti ba'iitii kadhannaa godhi, ani immoo uummata keessa taa'een kadhadhaa yeroos tulluun ni buqqa'aa" jedheen. Phaaphaasichis akkuma Simi'oon jedhe yoo godhu, tullichis ni buqqa'e, ormoonni hedduunis guyyicha sana amananii ni cuuphaman.
Open in Telegram
የጥያቄዎቻችሁ መልስ@apostolicsuccessionReligion18K
Finote Hiwot የቀጨኔ ደብረ ሰላም መድኀኔ ዓለምና ደብረ ትጉሃን ቅዱስ ገብርኤል ቤተ ክርስቲያን ፍኖተ ሕይወት ሰንበት ትምህርት ቤት@finotehiwottReligion16.3K
Mahibere Kidusan@eotcmkReligion16.1K
መዝገበ ሃይማኖት@mezgebehaymanotReligion19.4K
𝙞𝙗𝙧𝙖𝙝𝙞𝙢 𝙝𝙚𝙮𝙧𝙚𝙙𝙞𝙣 𝙘𝙝𝙖𝙣𝙣𝙚𝙡@ibrahim_furiiReligion15.1K
የባህር ዳር አህለሱና መሻይኾች ገፅ@alateriqilhaqReligion20.6K
ኢስላሚክ ጥያቄዎች እና ሐዲሶች 📚@islamic_picture_wallpaperReligion20.6K
EQUIP Media/Mamusha Fenta@mamusha_fentaReligion14.4K