HIV ittisuuf qorichi waggaatti yeroo lama qofa bifa waraansaan fudhatamu "Lenacapavir" jedhamu qorannoon mirkanaa'ee gara hojiitti seene. HIV ittisuuf qorichi kun argamuun isaa saayinsii fayyaa gara boqonnaa haaraatti kan ceessisuu fi ittisa HIV irratti filannoo haaraa fi abdachiisaa ta'ee argameera. Qorichi kun kan kennamu nama maraaf osoo hin taane kanneen haala adda ta’een HIV'f saaxilamoo ta'uun isaanii itti amanameefi dha. Bu'a qabeessummaa isaa irratti qorannoowwan lama PURPOSE 1 fi PURPOSE 2 jedhaman geggeeffamanii, dandeettiin dhibee HIV ittisuu qoricha kanaa 100% fi 96% ta'uu agarsiisaniiru. Ta'us qorichi kun HIV qofa malee dhibeewwaan saalqunnamtiin daddarban akka cophxoo, fanxoo, vayiirasii tiruu (B fi C) fi biroo hin ittisuu. Maddi: OHB @MIIRA_JECHOOTA
Open in TelegramPosts of MIIRA JECHOOTA
Forwarded from Odeeffannoo Harawaa
Tiktok Bitachuuf fedhii qabdaa gaatin isaa 3,000 birr Amma na qunnami 👉 @Naatfik1
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 3 h | 115 |
| 14 h | 204 |
- Total to date204
💡 Not a single person would do what I'd do for them... 🛑 Namni anaaf godhu baatus, ani garuu gaarummaa koo nan agarsiisa kunumti kaayyoo kooti! 🤝
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 3 h | 175 |
| 15 h | 266 |
- Total to date266
🛡Yeroo kee ammuma gara maallaqatti jijjiri 🔹️Gama keenyaan yeroo galmooftan qarshii 100 argattu 💪Namni tokko gama keetiin yoo galmaa'e qarshii 100 argattu 🔗Link kanaan app download godha👇 https://i.mec.me/?c=ed7urt19 🤝Itti aansuun sign up gochuun Invitation code kana itti galchaa ➡️ ed7urt19 Verification xumuruun yoo isiniif hin galin Video ilaalaa Namni fedhii qabuu asiin na dubbisaa 💬@Naatfik1✔️
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 4 h | 230 |
| 15 h | 312 |
- Total to date312
Views growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 5 h | 295 |
| 17 h | 360 |
| 25 h | 459 |
- After 6 hours295
- After 24 hours459
- Total to date459
Facebook Followers 123k fi kan 32k qabu kan active tahee bituu namnii barbadu Asin na qunnamaa👉 @faru99
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 5 h | 297 |
| 17 h | 362 |
| 25 h | 462 |
- After 6 hours297
- After 24 hours462
- Total to date462
🖤Ani nama salphaa jireenya salphaa jiraatudha! Garuu wanti ani barbaadu inni xiqqaan hin jiru ani waan hunda nan barbaada! 🎈Fedhiin onnee kootii fi kaayyoon koo daangaa hin qabu. 💎
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 55 h | 843 |
| 67 h | 862 |
- Total to date862
Views growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 55 h | 839 |
| 67 h | 860 |
- Total to date860
Namni Ganna 90 Toshisuke Kanazawa Seenaa Haaraa Hojjete! Dorgommii ijaarsa qaama (bodybuilder) biyya Jaapani dhiyeenya kana dorgommii guddaa 2026 IFBB World Fitness and Bodybuilding Championships magalaa Santa Susanna, Ispeen irratti geggeeffame irratti hirmaachuun addunyaa dinqisiisee jira. Umriin mul'ataa fi kutannoo namaa akka hin daangessine mirkaneessee dhaloota haaraaf fakkeenya ta'eera. Age is just a number
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 55 h | 709 |
| 67 h | 725 |
- Total to date725
Namni nu bira jiraachuu baatus... ✨ 🔹️Hojiin keenya, abjuun keenya fi galmi keenya ni jiru! 🔰Kaayyoo guddaa fi galma fagoo qabda. jireenyaaf sababni ati itti injifattu baay'eedha. Injifannoon kan keeti – Ol ka'i!
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 62 h | 771 |
| 73 h | 783 |
- Total to date783
🔺️Siif jedheen addunyaa guutuu dagadhe. ati garuu akka nama salphatti na dhiifte! 💔 🔰Gatiin jaalala kootii salphina ta'e! ⁉️Kabaja siif kenneen, salphina maaliif naaf deebiste? ⭕️@MIIRA_JECHOOTA
Open in TelegramHojii Ajaa'iba nama tokko yeroo invite goote qarshii 100 kafala namni hojjachu fedhuu Nama tokko yo invite gootan 100 anatu isiniif ergaa hallan kafala jira Asin bufadha duraa👇👇 https://i.mec.me/?c=ed7urt19 verify godha fulaa kessan Invitation Code 👉 ed7urt19 asin na dubbisaa 👉 @faru99
Open in TelegramAbjuun kee si qofaaf osoo hin taane namoota biroofis gaaddisa akka ta’uuf carraaqi.💡 🟡@MIIRA_JECHOOTA
Open in Telegram🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote. CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi jedhame. 😱Seenaa kirpitoo keessatti saamicha isa guddaa🤯 @MIIRA_JECHOOTA
Open in Telegram💥Gaaf tokko kolfitee akkana jatta:✨ "Yaa Rabbi, kun waan ani si kadhadhe caalaa baay'eedha!" 🤲🤍 🟢Rabbiirraa abdii hin kutatin inni deebii ajaa'ibaa qaba. 🔔@MIIRA_JECHOOTA 🥰
Open in Telegram💡 Remember bro... ⚠️ 📉 Ishee - Filannoo kuma qabdi. 📈 Maatii - Si qofa qabu! Kanaafuu, gatii jaalala keetii bakka sirriitiif oolchi bro! 🎯🔥 Jireenya kee qajeelchii maatii keef jiraadhu.💖 yoo waliigalta ta'e ❤️ ykn 👍 tuqi! 🔈@MIIRA_JECHOOTA
Open in Telegram