HIV ittisuuf qorichi waggaatti yeroo lama qofa bifa waraansaan fudhatamu "Lenacapavir" jedhamu qorannoon mirkanaa'ee gara hojiitti seene. HIV ittisuuf qorichi kun argamuun isaa saayinsii fayyaa gara boqonnaa haaraatti kan ceessisuu fi ittisa HIV irratti filannoo haaraa fi abdachiisaa ta'ee argameera. Qorichi kun kan kennamu nama maraaf osoo hin taane kanneen haala adda ta’een HIV'f saaxilamoo ta'uun isaanii itti amanameefi dha. Bu'a qabeessummaa isaa irratti qorannoowwan lama PURPOSE 1 fi PURPOSE 2 jedhaman geggeeffamanii, dandeettiin dhibee HIV ittisuu qoricha kanaa 100% fi 96% ta'uu agarsiisaniiru. Ta'us qorichi kun HIV qofa malee dhibeewwaan saalqunnamtiin daddarban akka cophxoo, fanxoo, vayiirasii tiruu (B fi C) fi biroo hin ittisuu. Maddi: OHB @MIIRA_JECHOOTA
Открыть в TelegramПосты канала MIIRA JECHOOTA
Переслано из Odeeffannoo Harawaa
Tiktok Bitachuuf fedhii qabdaa gaatin isaa 3,000 birr Amma na qunnami 👉 @Naatfik1
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 3 ч | 115 |
| 14 ч | 204 |
- Всего сейчас204
💡 Not a single person would do what I'd do for them... 🛑 Namni anaaf godhu baatus, ani garuu gaarummaa koo nan agarsiisa kunumti kaayyoo kooti! 🤝
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 3 ч | 175 |
| 15 ч | 266 |
- Всего сейчас266
🛡Yeroo kee ammuma gara maallaqatti jijjiri 🔹️Gama keenyaan yeroo galmooftan qarshii 100 argattu 💪Namni tokko gama keetiin yoo galmaa'e qarshii 100 argattu 🔗Link kanaan app download godha👇 https://i.mec.me/?c=ed7urt19 🤝Itti aansuun sign up gochuun Invitation code kana itti galchaa ➡️ ed7urt19 Verification xumuruun yoo isiniif hin galin Video ilaalaa Namni fedhii qabuu asiin na dubbisaa 💬@Naatfik1✔️
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 4 ч | 230 |
| 15 ч | 312 |
- Всего сейчас312
Динамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 5 ч | 295 |
| 17 ч | 360 |
| 25 ч | 459 |
- Через 6 часов295
- Через 24 часа459
- Всего сейчас459
Facebook Followers 123k fi kan 32k qabu kan active tahee bituu namnii barbadu Asin na qunnamaa👉 @faru99
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 5 ч | 297 |
| 17 ч | 362 |
| 25 ч | 462 |
- Через 6 часов297
- Через 24 часа462
- Всего сейчас462
🖤Ani nama salphaa jireenya salphaa jiraatudha! Garuu wanti ani barbaadu inni xiqqaan hin jiru ani waan hunda nan barbaada! 🎈Fedhiin onnee kootii fi kaayyoon koo daangaa hin qabu. 💎
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 55 ч | 843 |
| 67 ч | 862 |
- Всего сейчас862
Динамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 55 ч | 839 |
| 67 ч | 860 |
- Всего сейчас860
Namni Ganna 90 Toshisuke Kanazawa Seenaa Haaraa Hojjete! Dorgommii ijaarsa qaama (bodybuilder) biyya Jaapani dhiyeenya kana dorgommii guddaa 2026 IFBB World Fitness and Bodybuilding Championships magalaa Santa Susanna, Ispeen irratti geggeeffame irratti hirmaachuun addunyaa dinqisiisee jira. Umriin mul'ataa fi kutannoo namaa akka hin daangessine mirkaneessee dhaloota haaraaf fakkeenya ta'eera. Age is just a number
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 55 ч | 709 |
| 67 ч | 725 |
- Всего сейчас725
Namni nu bira jiraachuu baatus... ✨ 🔹️Hojiin keenya, abjuun keenya fi galmi keenya ni jiru! 🔰Kaayyoo guddaa fi galma fagoo qabda. jireenyaaf sababni ati itti injifattu baay'eedha. Injifannoon kan keeti – Ol ka'i!
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 62 ч | 771 |
| 73 ч | 783 |
- Всего сейчас783
🔺️Siif jedheen addunyaa guutuu dagadhe. ati garuu akka nama salphatti na dhiifte! 💔 🔰Gatiin jaalala kootii salphina ta'e! ⁉️Kabaja siif kenneen, salphina maaliif naaf deebiste? ⭕️@MIIRA_JECHOOTA
Открыть в TelegramHojii Ajaa'iba nama tokko yeroo invite goote qarshii 100 kafala namni hojjachu fedhuu Nama tokko yo invite gootan 100 anatu isiniif ergaa hallan kafala jira Asin bufadha duraa👇👇 https://i.mec.me/?c=ed7urt19 verify godha fulaa kessan Invitation Code 👉 ed7urt19 asin na dubbisaa 👉 @faru99
Открыть в TelegramAbjuun kee si qofaaf osoo hin taane namoota biroofis gaaddisa akka ta’uuf carraaqi.💡 🟡@MIIRA_JECHOOTA
Открыть в Telegram🚨 koriyaan Kaabaa Binance hack Goote. CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi jedhame. 😱Seenaa kirpitoo keessatti saamicha isa guddaa🤯 @MIIRA_JECHOOTA
Открыть в Telegram💥Gaaf tokko kolfitee akkana jatta:✨ "Yaa Rabbi, kun waan ani si kadhadhe caalaa baay'eedha!" 🤲🤍 🟢Rabbiirraa abdii hin kutatin inni deebii ajaa'ibaa qaba. 🔔@MIIRA_JECHOOTA 🥰
Открыть в Telegram💡 Remember bro... ⚠️ 📉 Ishee - Filannoo kuma qabdi. 📈 Maatii - Si qofa qabu! Kanaafuu, gatii jaalala keetii bakka sirriitiif oolchi bro! 🎯🔥 Jireenya kee qajeelchii maatii keef jiraadhu.💖 yoo waliigalta ta'e ❤️ ykn 👍 tuqi! 🔈@MIIRA_JECHOOTA
Открыть в Telegram