Google Play System Update haaraa baaseera. Bilbila keessan Check godhaa! Update kana argachuuf: 1. Jalqaba Settings seenaa. 2. Sana booda Security and Privacy keessa seenaa. 3. Updates jedhu tuqaa. 4. Google Play System Update jedhu filadhaa. 5. Update jiru yoo argitan Download godhaatii Install godhaa. Update kun nageenya bilbila keessaniif barbaachisaa waan ta'eef, Update gochuu hin dagatinaa. 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in TelegramPosts of Kiyyaa Tech
Namoonni tokko tokko Unlimited Data erga gaafatanii booda GB Meeqadha jedhanii gaafatu Anatu dogongoremoo akkamii silaa?😳😳😳
Open in Telegram✔️ Livo Live jedhama task garaagaraa hojjechuufi live irra taa'uun isiniif kaffala ✅ App kun haaraa waan ta'eef dafaa eegalaa 🏦 Kaffaltii kraa Baankii fi Telebirr keessanii fudhachuu dandeessu 🎥 Akkaataa itti hojjettan Video guutuu isiniif hojjedha Hagasitti link gadiitiin eegaluu dandeessu ✔️ Eegaluuf 👉 https://h5.livolive.net/h5/#/invite-user?info=%7B%22avatar%22%3A%22https%3A%2F%2Flh3.googleusercontent.com%2Fa%2FACg8ocKVaGZI0EogJtjVknANun_Jtw2phS7W--MqTErfuKZQY0i2O1f1%3Ds96-c%22%2C%22name%22%3A%22Abdurahman%20Aliyi%22%2C%22id%22%3A%2252059472%22%2C%22type%22%3A0%7D 🔗 Invite Code 👉 52059472 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in TelegramTelegram fayyadamtoota iPhone akeekkachiisa ergaa jira! Namoonni bilbila iPhone qabdan amma battalumatti Software Update akka gootan Telegram isin akeekkachiiseera. Fayyadamtoota iPhone hedduun Website banuu qofaatiin odeeffannoon isaanii Hack ta'aa akka jiru Telegram ibseera. Kanaafuu, iPhone keessan irratti Software Update jiru yoo jiraate, dafaa Update godhaa. 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram✔️ Data Ethio Telecom Unlimited kan ji'a 1 birrii 1800 qofaan ana biraa argachuu dandeessu ✔️ Hubachiisa namni na amantan qofaan na dubbisaa ✔️ Namoonni akkamitti si amana jettan gaafuma na amantan qofaa koottaa 🔗 Bitachuuf 👉 Unlimited Data 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in TelegramViews growthHide views growth
Views growth
Hours after publication
Show as table
| Hours after publication | Views |
|---|---|
| 0 h | 0 |
| 22 h | 364 |
| 28 h | 443 |
- After 24 hours364
- Total to date443
WhatsApp amma ergaawwan dursee yeroo murtaa'eef Schedule gochuun akka danda'amu taasiseera. 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram✔️ Livo Live jedhama task garaagaraa hojjechuufi live irra taa'uun isiniif kaffala ✅ App kun haaraa waan ta'eef dafaa eegalaa 🏦 Kaffaltii kraa Baankii fi Telebirr keessanii fudhachuu dandeessu 🎥 Akkaataa itti hojjettan Video guutuu isiniif hojjedha Hagasitti link gadiitiin eegaluu dandeessu ✔️ Eegaluuf 👉 https://h5.livolive.net/h5/#/invite-user?info=%7B%22avatar%22%3A%22https%3A%2F%2Flh3.googleusercontent.com%2Fa%2FACg8ocKVaGZI0EogJtjVknANun_Jtw2phS7W--MqTErfuKZQY0i2O1f1%3Ds96-c%22%2C%22name%22%3A%22Abdurahman%20Aliyi%22%2C%22id%22%3A%2252059472%22%2C%22type%22%3A0%7D 🔗 Invite Code 👉 52059472 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in TelegramSamsung akka beeksisetti, One UI 9.5 rakkoolee Battery Health kan One UI 9.0 irraa dhufan ni sirreessa. Kana jechuun One UI 9.0 booda rakkoon fayyaa Battery irratti mul'ate, Update One UI 9.5 keessatti sirreeffamuu danda'a. 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in TelegramSamsung One UI 9.5 keessatti AI Zoom Enhancer feature haaraa beeksisuuf jira! Samsung App Gallery keessatti AI Zoom Enhancer kan jedhamu feature haaraa dhoksaadhaan hojjechaa akka jiru gabaafameera. Feature kun suuraawwan Zoom guddaadhaan kaafaman iftoomina isaanii fi Details adda addaa AI gargaarsa fayyadamuun akka fooyya'an kan taasisudha. Kana jechuun suuraawwan yeroo Zoom guddaadhaan kaafaman qulqullina gaarii akka qabaatan gargaaru jechuudha. One UI 9.5 / 2027 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram✔️ Livo Live jedhama task garaagaraa hojjechuufi live irra taa'uun isiniif kaffala ✅ App kun haaraa waan ta'eef dafaa eegalaa 🏦 Kaffaltii kraa Baankii fi Telebirr keessanii fudhachuu dandeessu 🎥 Akkaataa itti hojjettan Video guutuu isiniif hojjedha Hagasitti link gadiitiin eegaluu dandeessu ✔️ Eegaluuf 👉 https://h5.livolive.net/h5/#/invite-user?info=%7B%22avatar%22%3A%22https%3A%2F%2Flh3.googleusercontent.com%2Fa%2FACg8ocKVaGZI0EogJtjVknANun_Jtw2phS7W--MqTErfuKZQY0i2O1f1%3Ds96-c%22%2C%22name%22%3A%22Abdurahman%20Aliyi%22%2C%22id%22%3A%2252059472%22%2C%22type%22%3A0%7D 🔗 Invite Code 👉 52059472 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram✔️ Bilbiloota Samsung One UI 9.5 Argatan 👇 Galaxy A Series * Galaxy A57 5G * Galaxy A56 5G * Galaxy A55 5G * Galaxy A37 5G * Galaxy A36 5G * Galaxy A35 5G * Galaxy A27 5G * Galaxy A26 5G * Galaxy A25 5G * Galaxy A18 4G * Galaxy A17 5G * Galaxy A17 4G * Galaxy A16 5G * Galaxy A16 4G * Galaxy A15 5G * Galaxy A15 4G * Galaxy A08 * Galaxy A07 5G * Galaxy A07 4G * Galaxy A06 5G Galaxy M Series * Galaxy M56 5G * Galaxy M55s 5G * Galaxy M55 5G * Galaxy M47 5G * Galaxy M36 5G * Galaxy M35 5G * Galaxy M17 5G * Galaxy M17e 5G * Galaxy M16 5G * Galaxy M15 5G * Galaxy M08 * Galaxy M07 * Galaxy M06 5G Galaxy F Series * Galaxy F70 Pro * Galaxy F70 5G * Galaxy F70e 5G * Galaxy F56 5G * Galaxy F55 5G * Galaxy F36 5G * Galaxy F17 5G * Galaxy F16 5G * Galaxy F15 5G * Galaxy F08 * Galaxy F07 * Galaxy F06 5G 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram✔️ Kaleessa irraa baasee naaf ergamee ture ani garuu sms eegaa waan tureef akka ergameeru hin barre ✔️ Har'a mobile banking seeneen arge😅 🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=218074
Open in Telegram✔️ Nama 1 affeeruun Birrii 50 argattu ✔️ Akkuma Tanvexo WhatsApp dhaan kaffala ✅ Garuu task irratti Tanvexo caalaa kaffaluu danda'a ☕️ Osoo namni hin baayyatiin dafaa eegalaa 🔗 Eegaluuf 👉 https://www.mubgoo.com/home?invite_code=218074 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram➡️ Namoonni Telegram Bot fayyadamuun akkamitti Telegram Account namaa saamuuf yaalu? 🟡 Jalqaba @BotFather bira deemuun maqaa gowwoomsaa itti fayyadaman filatanii Telegram Bot uumu. Fakkeenyaaf: Telegram Giveaway, Free Gift, Premium ykn maqaa dhaabbata beekamaa yookaan nama beekamaa kamiyyuu fayyadamu. Sana booda Profile fi Username isaa qindeessu. 🟡 Boticha irratti Start yeroo jettan, Button gowwoomsaa kan akka “Get Telegram Premium” ykn “Get 1000 Birr Bonus” jedhu qopheessu. 🟡 Button “Get Gift” ykn “Get Premium” jedhu yeroo tuqdan, lakkoofsa bilbilaa keessan akka galchitan isin gaafata. Lakkoofsa bilbilaa keessan yeroo ergitan, namni Boticha uume lakkoofsa keessan argate jechuudha. 🟡 Itti aansuudhaan, namoonni gowwoomsaa kun lakkoofsa bilbilaa keessan fayyadamuun “Add Account” jedhuun Telegram Account keessan keessa seenuuf yaalu. Sana booda Verification Code gara bilbila keessaniitti akka ergamu godhu. Yeroo Code isinitti ergamu, karaa Botichaa ergaa gowwoomsaa, “Kennaa keessan argachuuf amma Verification Code isinitti ergine nuuf ergaa” jedhu isiniif ergu. Isinis yoo gowwoomtanii Code sana isaaniif ergitan, isaanis dafanii Account keessan keessa seenuun lakkoofsa bilbilaa keessan jijjiiruu danda'u. (Hojii kana namni gowwoomsaa sun harkaan raawwata. Botichi garuu meeshaa ittiin isin gowwoomsan qofa.) 🟡 Sana booda Account keessan fayyadamuun namoota isin waliin haasa'aa turtan irraa maallaqa kadhachuu ykn karaa adda addaatiin isaan gowwoomsuu danda'u. ⚠️ Conclusion: Gowwoomsaa akkasii irraa of eeggadhaa! Telegram irratti maallaqa ykn Gift bilisaan isiniif kennina jedhanii isin gowwoomsuu danda'u. ❌ Verification Code Telegram keessan nama kamiifuu hin kenninaa. Namni Code sana argate Account keessan saamuu danda'a. 👍 Of eeggannoo godhaa! 🤩 @kiyyaa_tech ✅
Open in Telegram