Кабинет

Посты канала Kiyyaa Tech

сначала новые

#2474Фото
Просмотры133−81%к среднему
Пересылки—
Реакции5
Комментарии—
#2471Фото
Просмотры263−62%к среднему
Пересылки—
Реакции2
Комментарии—
#2470Фото
Просмотры197−72%к среднему
Пересылки—
Реакции3
Комментарии—
#2468Текст
Просмотры443−36%к среднему
Пересылки—
Реакции6
Комментарии—
Динамика просмотровСкрыть динамику

Рост просмотров

Часов после публикации

Показать таблицей
Часов после публикацииПросмотры
0 ч0
22 ч364
28 ч443
  1. Через 24 часа364
  2. Всего сейчас443
#2465Фото
Просмотры595−14%к среднему
Пересылки—
Реакции7
Комментарии—
#2461Фото
Просмотры537−22%к среднему
Пересылки—
Реакции6
Комментарии—
#2459Фото
Просмотры594−14%к среднему
Пересылки—
Реакции5
Комментарии—
#2455Текст
Просмотры1 130+63%к среднему
Пересылки—
Реакции4
Комментарии—
#2449Фото

➡️ Namoonni Telegram Bot fayyadamuun akkamitti Telegram Account namaa saamuuf yaalu? 🟡 Jalqaba @BotFather bira deemuun maqaa gowwoomsaa itti fayyadaman filatanii Telegram Bot uumu. Fakkeenyaaf: Telegram Giveaway, Free Gift, Premium ykn maqaa dhaabbata beekamaa yookaan nama beekamaa kamiyyuu fayyadamu. Sana booda Profile fi Username isaa qindeessu. 🟡 Boticha irratti Start yeroo jettan, Button gowwoomsaa kan akka “Get Telegram Premium” ykn “Get 1000 Birr Bonus” jedhu qopheessu. 🟡 Button “Get Gift” ykn “Get Premium” jedhu yeroo tuqdan, lakkoofsa bilbilaa keessan akka galchitan isin gaafata. Lakkoofsa bilbilaa keessan yeroo ergitan, namni Boticha uume lakkoofsa keessan argate jechuudha. 🟡 Itti aansuudhaan, namoonni gowwoomsaa kun lakkoofsa bilbilaa keessan fayyadamuun “Add Account” jedhuun Telegram Account keessan keessa seenuuf yaalu. Sana booda Verification Code gara bilbila keessaniitti akka ergamu godhu. Yeroo Code isinitti ergamu, karaa Botichaa ergaa gowwoomsaa, “Kennaa keessan argachuuf amma Verification Code isinitti ergine nuuf ergaa” jedhu isiniif ergu. Isinis yoo gowwoomtanii Code sana isaaniif ergitan, isaanis dafanii Account keessan keessa seenuun lakkoofsa bilbilaa keessan jijjiiruu danda'u. (Hojii kana namni gowwoomsaa sun harkaan raawwata. Botichi garuu meeshaa ittiin isin gowwoomsan qofa.) 🟡 Sana booda Account keessan fayyadamuun namoota isin waliin haasa'aa turtan irraa maallaqa kadhachuu ykn karaa adda addaatiin isaan gowwoomsuu danda'u. ⚠️ Conclusion: Gowwoomsaa akkasii irraa of eeggadhaa! Telegram irratti maallaqa ykn Gift bilisaan isiniif kennina jedhanii isin gowwoomsuu danda'u. ❌ Verification Code Telegram keessan nama kamiifuu hin kenninaa. Namni Code sana argate Account keessan saamuu danda'a. 👍 Of eeggannoo godhaa! 🤩 @kiyyaa_tech ✅

Открыть в Telegram
Просмотры1 430+107%к среднему
Пересылки—
Реакции13
Комментарии—