Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Yeroo dhiibbaan si mudatu tasgabbaa'uu barachuun, yeroo murteessaa ta'etti murtoo sirrii fi ogummaa irratti hundaa'e akka gootu si gargaara. âââââââââââ @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Yeroo dhiibbaan si mudatu tasgabbaa'uu barachuun, yeroo murteessaa ta'etti murtoo sirrii fi ogummaa irratti hundaa'e akka gootu si gargaara. âââââââââââ @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
đŹđ˛đżđźđźđť đŚđŽđąđśđś, đđŽđżđťđźđźđđŽ đđŽđšđ˛đ˛đđđŽđŽ, đđźđˇđśđś đđŽđżâđŽđŽ đłđś đđŽđżđźđźđżđŽ đđźđżđđ đ. đŹđ˛đżđźđź đąđŽđżđŻđ˛ đśđżđżđŽđŽ đŻđŽđżđŽđ°đľđđ: đĄđŽđşđťđś đźđ´đđşđşđŽđŽ đłđś đşđđđ đŽđťđťđźđź đ´đđąđąđŽđŽ đ¸đŽđť đŽđżđ´đŽđđ, đđŽđťđđźđźđđŽ đąđŽđżđŻđŽđť đśđżđżđŽđŽ đŻđŽđżđŽđ°đľđđđťđśđąđľđŽ. đđźđ´đźđ´đ´đźđżđżđś đ¸đŽđšđ˛đ˛đđđŽ đżđŽđŽđđđŽđđŽđşđ˛ đŽđ¸đ¸đŽ đśđżđżđŽ đąđ˛đ˛đŻđśâđŽđşđ˛đ˛ đľđśđť đľđźđˇđˇđ˛đđŽđşđťđ˛đ˛đł, đśđđđś đđŽđŽđąđđđť đłđś đśđżđżđŽđŽ đŻđŽđżđŽđ°đľđđđť đşđđżđđ˛đ˛đđđŽđŽđąđľđŽ. đđ¸đ¸đŽđđđşđŽđ, đđŽđťđđźđźđđŽ đ´đŽđŽđżđśđś đąđŽđżđŻđŽđť đ¸đ˛đ˛đđđŽđđđś đżđŽđŽđđđŽđđŽđşđŽđť đđŽđŽđąđŽđ°đľđđđť, đźđłđśđđđś đŽđşđŽđťđŽđşđđşđşđŽđŽ đąđŽđŻđŽđšđđđł đ´đŽđżđ´đŽđŽđżđŽ. đđŽđťđŽđŽđłđđ, đđ˛đżđźđź đąđŽđżđŻđ˛ đŽđ¸đ¸đŽ đŻđŽđżđťđźđźđđŽđŽđđđś đłđđąđľđŽđ°đľđđđť đ´đŽđżđŽ đłđđđšđąđđżđŽđŽđđđś đťđŽđşđŽ đžđŽđˇđ˛đ˛đšđ°đľđŽ. đŽ. đđŽđżâđŽ đđśđżđżđśđđđś đľđźđˇđˇđŽđ°đľđđ: đŹđ˛đżđźđźđť đŽđşđşđŽ đˇđśđżđżđ đ¸đđť đśđąđąđźđź đşđđżđđ˛đ˛đđđŽđŽđąđľđŽ. đ đśđšđ¸đŽđŽâđśđťđťđś đŻđźđżđđ đ¸đŽđť đşđđżđđŽđŽâđ đľđźđˇđśđś đľđŽđżâđŽđŽ đśđżđżđŽđđđś đľđđťđąđŽđŽâđŽ. đĄđŽđşđťđś đđźđ¸đ¸đź đľđźđˇđśđś đśđđŽđŽ đđśđżđťđŽđŽđť, đźđł đ˛đ˛đ´đ´đŽđťđťđźđźđť đłđś đ đśđđđ˛đ˛đłđłđŽđťđťđźđź đ´đđđđđđť đđźđź đżđŽđŽđđđŽđđ˛, đŻđâđŽđŽ đ´đŽđŽđżđśđś đŽđżđ´đŽđđŽ. đđŽđżâđŽ đľđźđˇđśđś đąđľđśđśđđđđť đđ¸đť đđđłđłđŽđ°đľđđđť, đ°đŽđżđżđŽđŽ đŻđźđżđđ đŻđŽđšđšđ˛đ˛đđđŽ. đđŽđťđŽđŽđłđđ, đđ˛đżđźđź đŽđşđşđŽ đˇđśđżđ đŽđ¸đ¸đŽ đ°đŽđżđżđŽđŽ đžđŽđŽđšđśđś đđźđ¸đ¸đźđźđđđś đśđšđŽđŽđšđđ đłđś đśđđđś đłđŽđđđŽđąđŽđşđđđť đŻđŽđżđŻđŽđŽđ°đľđśđđŽđŽđąđľđŽ. đŻ. đđźđżđđđł đ¸đŽđżđźđźđżđŽ đśđˇđŽđŽđżđđ: đđŽđżđźđźđżđŽ đşđŽđšđ˛đ˛ đˇđśđżđ˛đ˛đťđđś đ¸đŽđšđšđŽđđđśđś đľđśđť đžđŽđŻđŽđŽđđ. đĄđŽđşđťđś đŻđźđżđ đśđđŽđŽ đŻđŽđżđ˛đ˛ đ¸đŽđżđźđźđżđŽ đśđˇđŽđŽđżđ˛, đ´đŽđšđşđŽ đśđđŽđŽ đŻđśđżđŽ đ´đŽâđđđł đ°đŽđżđżđŽđŽ đ´đđąđąđŽđŽ đžđŽđŻđŽ. đđŽđżđźđźđżđŽ đˇđ˛đ°đľđđđť đđŽđťđđŽ đľđźđˇđˇđŽđ°đľđđ đŻđŽđżđŻđŽđŽđťđťđ đąđđżđđśđťđ˛đ˛ đđŽđŽđąđđ đłđś đđŽđżđđśđśđŻđŽđŽđť đžđźđ˝đľđ˛đ˛đđđđđąđľđŽ. đđđťđśđ đđ˛đżđźđź, đľđđşđťđŽ, đłđś đžđŽđŻđ˛đ˛đťđđŽ đ¸đ˛đ˛đťđđŽ đđśđżđťđŽđŽđť đŽđ¸đ¸đŽ đłđŽđđđŽđąđŽđşđťđ đťđ đ´đŽđżđ´đŽđŽđżđŽ. đđŽđťđŽđŽđłđđ, đŻđźđżđ đ¸đ˛đ˛đťđđŽ đśđłđŽ đ´đźđ°đľđđđł, đ¸đŽđżđźđźđżđŽ đđśđżđżđśđś đśđˇđŽđŽđżđđđť đŻđŽđŽđâđ˛đ˛ đŻđŽđżđŻđŽđŽđ°đľđśđđŽđŽđąđľđŽ. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
ILAALCHAA ( ATTITUDE) ################# Ilaalchii riqicha milkaa'inati Jireenyaa gaarii qabachuurraa ilaalchaa gaarii qabachuu wayya. Ilaalchaa jechuun waan alaa nutti dhufuu osoo hin taane waan keessaa keenyaa maddudha. Ilaalcha namni siif qaburra ilaalchaa ati ofii keetif qabduttu sii milkeessaa kanaaf jecha namaaf iddoo itti hin laatin Amma yeroo bara haaraa kabajnu, barri kun kan nagaa, jalaala, milkaa'ina isinif haa ta'u jedhama garuu akkas miti yoo ilaalchaa nagaa, ilaalchaa jalaala, ilaalchaa milkaa'ina qabannee Malee barri haaraan deebi'e isuma kalessa ta'a â moofaa Kanaaf ilaalchaa keenyaa har'a kanaa haa dhaggeeffannu, ilaalchaa boodatti hafaa of keessaa baasnee isaa gaariin bakka haa buusnuu "KALEEESSI DU'EERA, BOR HIN DHALANNE; JIRAACHUUF GUYYAAN NUTTI QABNU HAR'A DUWWAADHA" Jechan baayyee jaalladhuu Forward gochu hin dagatiin JOIN đ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA GALATOOMAđđ
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
oromoof waan baayyee taateetaa oromoof jiratee darbiteetaa seenaan sin-dagatuu ilfeekoo. nagaan boqadhuu𼲠@JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
đ Bu'aa Qormaataa Keessan Ilaalchisee Ergaa Barattootni tokko tokko bu'aa olaanaa galmeessitanii jirtu đđĽł. Kaan immoo milkaa'ina gaarii irra geessanii jirtu đâ¤ď¸. .. Kaan keessan garuu... bu'aan isin argattan akka isin yaaddan hin taane ta'uu danda'a đ. Garuu maaloo, Sammuun keessan akka isin miidhuuf hin hayyaminaa ! 𫶠Of fooyyeessuuf carraan lammaffaan ammallee jira - Remedial đâ¨. đ Yaadadhaa: Bu'aan qormaata kanaa dhuma jireenya keessanii miti. Imalli keessan ammallee dheeraa dha. Abjuun keessan ammallee jiraataa dha, akkasumas gatiin keessan lakkoofsa waraqaa irratti barreeffame caalaa baay'ee guddaa dha đŤśâ¤ď¸. đ Sababni isaas, gara fuulduraatti balbaloonni haaraan hedduun isin eeggatu đŞâ¨. Boqonnaawwan jireenyaa keessan keessaa kanneen hundarra bareedoon ammallee hin barreeffamne đŤ´âď¸đŹ. đ Dhumarrattis, Ministeerri Barnootaa qabxii seensa Remedial fi ramaddii Yunivarsiitii yeroo beeksisu, odeeffannoo barbaachisaa ta'e hordofnee isin biraan ni geenya đ¤đ˘. â¤ď¸ Hunda keessaniif milkaa'ina guddaa hawwina! Har'a bu'aan keessan maaliyyuu haa ta'u, boruuf abdii hin kutatinaa! đŞđĽ Join đ đ đ đ đ đ đ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
đ˘ DHIBEE KINTAAROTII (Hemorrhoids) â ď¸ Mallattoolee Kintaarotii đ¤ Dhukkubbii yeroo baay'ee đĽ Hooksisuu fi gubuu đľ Naannoo munnee dhiitaâuu 𩸠Dhiiguu dandaâa đ Sadarkaa Dhiitoo 1ď¸âŁ Sadarkaa 1: Meeshadhaan malee hin mulâatu. 2ď¸âŁ Sadarkaa 2: Yeroo hagan ykn ittanuu gadi baha, ofumaan ol deebiâa. 3ď¸âŁ Sadarkaa 3: Yeroo harkaan ol deebisan ni deebiâa. 4ď¸âŁ Sadarkaa 4: Ol hin deebiâu, gadi baheetuma hafu. đŻ Sababoota Nama Saaxilan đľ Umuriin ol siquu đ˝ Yeroo baayâee ittanuu đş Yeroo Dheera mana fincaanii irra turuu đ Furdinaa Dabaalu đ§ł Baâaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu đ§ź Hudduu akka malee riguu đ§ââď¸ Dhaabbannaa fi taaâumsa yeroo dheeraa 𤰠Ulfa đ¨ Rakkoolee Hordofsiisuu Dandaâu 𩸠Hirâina dhiigaa đ§ą Dhiigni dhiita keessatti itituu đŚ Dhiitan 'infection' taâuu 𩹠Madaaâuu â Sagaara qabachuu dadhabuu â Maloota Ittisa Kintaarotii đ§ Bishaan gahaa dhuguu đĽ Soorata faayibarii (fiber) qaban fayyadamuu đ˝ sagaran yoo si qabee yeroo dhufu, tursisuu dhisuu âď¸ Ulfaatina hirâisuuf yaali đââď¸ Sochii qaamaa gochuu đŚ Baâaa ulfaataa yeroo dheeraa ol fuudhuu dhiisuu 𩺠YAALA KINTAAROTII 𼌠Soorata gogiinsa garaa ittisan fayyadamuu đ§ Bishaan sirritti dhuguu đ˝ Yeroo baayâee ittanuu dhiisuu đ Bishaan hooâaa keessa taaâuun madaa tasgabbeessuu đ§ź Hagan booda bishaan hoâaan dhiqachuu đŤ Gogaan hudduu akka hin haqamne eeggachuu đ Qoricha dhukkubbii hanbisu â ajaja ogeessa fayyaa irratti đ Qoricha buubbu keessatti kaaâamu đż Qoricha naannoo buubbu dibamu đĽ Yeroo barbaachisaa taâee yaala baqaqsaa (surgery) gochuu â ogeessa waliin mariâachuun gaariidha! Dr. Mohammed Kedir ~~ #share #Subscribe #YouTube đđđ @JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
#DHUKKUBA_NERVII âââââ Dhukkubni narvii gosoota hedduu fi bal'aa of keessa qaba. Kana keessaa garuu kan yeroo baay'ee nama dhibuu fi kanan har'a kaasuu barbaade dhukkuba narvii kan gara alaa (peripheral neuropathy) kan jedhamudha. Dhukkubni kun erga nama qabatee mallattoo akkamii argisiisaa? âQaama keenya keessumaa miilaa fi harka keenya gubuu âMiira gara garaa kan akka dhukkubbii qaamni keenya dabarsuu dadhabuu ykn hadooduu. âDhukkubbiin akka waraansa miila fi harka keessaa nama dhukkubuu âQaamni keenya keessumaa miilaa fi harki keenya humna guutuun socho'uu dadhabuu ykn nuuf abboomamuu diduu. âDhukkuboota kana yeroo hedduu maaltu nutti fidaa? âDhukkuboota biroo keesumaa dhukkuba sukkaaraa âHir'ina nyaataa keessumaa vitaaminoota B1 B6 B12 âSanyiidhaan ykn genetics âAlkoolii hedduu dhuguu âMiidhama qaamaa kanneen akka kufaatii, caba fi kkf kan narvii qaama keessaa kutuu cafaquu fi miidhuu danda'an. âCafaqamuu (compression) narvii qaama keessaa kan sababa gara garaa akka dhukkuba dhiitaa qaama keessaa fi miidhama alaan nurra ga'urraa dhufu âQorichoota dhukkuba biraaf fudhataman kan akka kaanserii; HIV fi kanneen biroo #Akkamiin ofirraa ittisuu ykn gargaaruu dandeenyaa? đBoqonnaa ga'aa fi sochii qaamaa ga'aa walitti fufaa ta'e gochuudhaan đNyaata madaalamaa ta'e haga dandeenye keessumaa kuduraaf muduraa nyaachuu qabna. đAlkoolii kan dhugnu yoo ta'e xiqqeessuu ykn dhaabuu -đDhukkubsataa/ttuu sukkaaraa yoo taane qoricha nuuf kennamu seeraan fudhachuun giluukoosii qaama keenya keessaa bakka barbaadametti eeguu đDhangala'aa ga'aa dhuguudhaan hirriba ga'aa rafuu đYoo kana hundaan nutti fooyya'uu baate gara mana yaalaa deemuun qoricha fudhachuu qabna. âď¸ Dr. Mohammed Kedir ~~~~ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
#Wantoota_6_har'a_ofitti_himi! *** 1.Ani qaaliidha. 2.Haala har'aa keessaa boru nan baha. 3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha. 4.Jaalatamuun naaf mala. 5.Nagaafi gammachuun barbaada. 6.Ani dandeettii gahaa nan qaba. âââââ Š Dr. Bulti Likisa (Bultoo),2023 #JOIN & #SHAREđ đđđ @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namicha tokkotu osoo karaa deemuu ibidda haalaan boba'aa jiru tokkotti dhufa. Akkuma ibidda boba'aa jiru kanatti dhiyaateen, bofa ibidda sana keessatti gubachaa, lubbuuf watwaachaa jiru argee, bofa kana ibidda kana keessaa baasuun qaba jedhee murteesse. Osoo baasuuf yaaluu bofni sun harkasaa iddee dhiigsee, deebi'ee ibidda sana keessa of buuse. Ammas namichi kun, sibiila ittiin lubbuu bofa kanaa oolchu barbaadee baaseen. Namni biroon namicha kanatti dhufee, ''bofni kun osoo si iddee jiruu maaliif lubbuusaa oolchitee?'' jedhee gaafate. Namichis, ''bofti nama idduun amalumasaati, waan na iddeef, kennaakoo ganamaa ilaalcha gaarii sana na jijjiirsisuu hin danda'u!''jedhee deebiseef. đIlaalcha gaarii Uumaan ganama siif kenne, sababa miidhaa sirra gaheef hin jijjiiriin. Onneekee gaarii sana akka si jalaa hin banneef, of eeggannoo gaarii taasisi. ~~~~~~~ Š Bulti Likisa Muleta, 2025 đKanan dubbiserraa, gara Afaan Oromoottin hiike! #Share đđđ @JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramSAMMUU KEESSAA JALQABAA. Wanti namni sirraa fudhachuu hin dandeenye tokko bilisummaa sammuu keetii ti. Sammuu kee jabeessi, dursa sammuu kee cimsi...sana booda wanti kamiyyuu ni danda'ama. âââââââââââ @JECHOOTAHAYYOOTA
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
QULLUBBII ADII FI FAYYAA Faayidaawwan qullubbii adii kan qorannoon mirkanaa'e keessaa muraasa; âś.Ol ka'insa dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf âˇ.Hamma koolestiroolii(cooma) qaama keessa to'achuuf â¸.Kaansarii tokko tokkoon carraa qabamuu ni hir'isa âš.Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaamaa dabaluuf,keessattu atileetotaaf âş.Madda viitaminii C,B,manganeezii fi faayibariiti âť.Carraa dhukkuba alzimeerii fi dementia n qabamuu ni hir'isa âź.Xura'aa qaama keessaa qulqulleessuf â˝.Fayyaa lafeetiif âž.Ga'umsa qaama dabaluuf keessattu atileetotaaf âż.Mi'eessituu nyaatati Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
#Itoophiyaa_irraa_yeroo_jalqabaaf:- ============================== 1.Xiyyaara kan balaliise =>Asfawuu Alii 2.Dubartiin Jeettii waraanaa Su-27 balaliiste =>#Asteer_Tolasaa 3.Dubartiin Jeettii balaliisuun jeetti diinaa qilleensa irraa buuste=>Asteer Tolasaa(Addunyaa irraayyis dubartii jalqabaati) 4.Ogeessa fayyaa kan ture =>Warqinaa Isheetee 5.Raadiyoodhaan oduu kan dhiyeesse =>Kabbadaa Mikaa'eel 6.Dubartiin karaa fooddaa Tv oduu dhiyeessite =>Illeenii Makuraa 7.Baankiin dubartootaan huddeeffame =>Baankii Innaat 8.Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa kan ture =>Habta Giyoorgis Dinagdeeti. 9.Abbaa Waraana Ammayyaa =>Meejar J/Mulugeetaa Bulii 10.Mana barumsaa Ammayyaa jalqabaa =>M/B Minilik II 11.Daandiin Asphaaltii jalqabaa =>Finfinnee-Amboo 12.Fiilmiin jalqabaa =>Hiruut,Abbaan ishee eenyu? 13.Fonqolcha mootummaa kan qindeesaan =>Mangistuu Niwaayi fi Girmaamee Niwaayi 14.Abbaa Tiyaatira Ammayyaa kan ture =>Looret Tsaggayee G/Madiin 15.Abbaa ogummaa aartii =>aartist Afawarqi Taklee 16.Dubartiin Hoggaantuu paartii siyaasaa turte =>Burtukaan Miidhaksaa 17.Dubartiin Hoggaantuu Ministeera Barnootaa turte =>Gannat Zawudee 18.Ministiriin kutaa 6 barri eegale =>1938 19.Ministiriin kutaa 8 barri eegale =>1940 20.Qormaanni Maatirikii barri eegale =>1944 21.Muummicha Ministeera kan ture =>Akliiluu Habta Waldi 22.Kantiibaa jalqabaa kan ture =>Bitwaddad W/Tsaadiq 23.Dubartiin xiyyaara balaliiste:Mulu-immabeet Immirruuti(Afrikaa irraas dubartii jalqabaati) 24.Gaazexaan jalqabaa =>A'imiroo(Aimiro) dha. Like,share follow ,waan dabalaata argachuf @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Nama tokko of dagachiisuudhaaf "busy" tahuun gahaadha, garuu "feeling" kee araada jalatti yoo dhokachuuf yaalte akka nama bishaan sogiddaa dhuguuti. Dandamataa jirta ofi fakkaatta malee bakkaa of haqaa jirta. Araadaafii filmiilee dhuma hin qabne jalatti feeling kee of dagachiisuuf hin yaalin yoo dandamachuu feete ! đ>đ @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namni tokko dachaa 10n kan nama hawwatu bifa isaatiin osoo hin taane gocha gaarummaa, jaalala, kabaja, fi amanamummaa agarsiisaniin. âââââââââââ @Jechootahayyoota
Open in TelegramForwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Namoota jaallattu fi warra si jaallatan waliin jireenya kee iddoo gammachiisaa taasisi. ~Sangeetaa Rana âââââââââââ @Jechootahayyoota
Open in Telegram