Dargaggoonni Magaalaa dheeraa t-shirt kana ajajjaachuu barbaadan bilbila 0931441285 kanaan nu dubbisaa
Open in Telegram
Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot
Average views per post by day
By publication day
Show as table
| Date | Avg views per post |
|---|---|
| Nov 15, 2026 | 778 |
| Nov 22, 2026 | 494 |
| Nov 23, 2026 | 420 |
| Nov 25, 2026 | 254 |
| Nov 26, 2026 | 52 |
Most viewed this month
- 01Views934Forwards—Reactions—Comments—
- 02Views623Forwards—Reactions—Comments—
- 03Views513Forwards—Reactions—Comments—
- 04Views474Forwards—Reactions—Comments—
Latest posts
Koreen qindeessituu SHaanpiiyoonnaa kubbaa miilaa kaawunsillii dargaggoota musliima Magaalaa Dheeraa taphaa marsaa 1ffaa akkuma xumureen Gamaaggama fi Rawwii taphichaa gaggeesse. Haaluma kanaan taphaa marsaa jalqaba irratti cimna fi hanqina jiruu sirritti kaasuun irratti mari'aattee jira. Itti Aansuudhaan taphaa marsaa 2ffaa irratti ciminni marsaa duraa irratti jiruu daraan cimee Itti fufee hanqinni taphaa marsaa jalqaba irratti mul'atee immoo guutummaatti akka furamu kallaattii kahee jira. Dhumarratti Namoonni dhuunfaas ta'ee Gareewwan masjiidaa taphaa marsaa 1ffaa irratti Naamusa gaarii hin taane agarsiisaniifi Seeraa ykn dambii ittiin bulmaata Kaawunsilliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa taphaa kanaaf qopheessee cabsaa Gochaa isaanii kana irraa akka of qusaatan sirritti hubaachiisee jira.
Open in TelegramKoreen Fatwaa Godina Kibba Bahaa Oromiyaa Hundeeffame. *** KDMMDH| Sadaasa 14/2019 *** Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Godina Kibba Baha Oromiyaa hojii qorannoo, qajeelfama amantii fi deebii gaaffilee hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffatuuf Koreen Fatwaa Godinaa hundeesse. *** Koreen Fatwaa Godinaa kun Ulmaa'ota Gurguddaa Miseensa 11 kan of keessatti hammatuudha. Miseensota Koree Fatwaa Godinaa 1. Sheekh Abduljaliil H. Aliyyii. 2. Sheekh A/Hakiim Bashiir. 3. Sheekh Mahmud Abdaa Baraartii 4. Sheekh Siraaj Roobaa. 5. Sheekh Abdullaahii Biiftuu 6. Sheekh Muhiddiin H. Nashaa 7. Sheekh Muhammad Nuur Gammachuu 8. Sheekh Abdurrahmaan Abdallaa 9. Dr. Muhammad Amiin Qaasim 10. Sheekh Hasan Qamar. 11. Sheekh Muhammad Suruur Aadam. Hundeeffamni Koree Fatwaa Godinaa kun hojii da'awaa, qorannoo fi tajaajila hawaasa Muslimaa sadarkaa godinaatti cimsuuf shoora olaanaa qaba jedhamee eegama. Nuhordofaa 👇👇👇 Facebook. To connect with Facebook 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1DBQghpwXW/ YouTube ??👇👇 https://youtube.com/@deramuslimyouthcouncil?si=Jsl5fgQuSH_PgCA8 Telegram 👇👇👇 https://t.me/derajemea TikTok 👇👇👇 https://www.tiktok.com/@dera_muslim_youthcouncil?_r=1&_t=ZS-9A7NVye8ngb WhatsApp 👇👇👇 https://chat.whatsapp.com/FwYNG7gcNeZFq26jaVwwX3?s=cl&p=a&ilr=4&iam=0 Telegram group 👇👇👇👇 https://t.me/Dera_Muslim https://t.me/DMJ_for_all_muslim
Open in TelegramKoreen Fatwaa Godina Kibba Bahaa Oromiyaa Hundeeffame. *** KDMMDH| Sadaasa 14/2019 *** Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Godina Kibba Baha Oromiyaa hojii qorannoo, qajeelfama amantii fi deebii gaaffilee hawaasa Muslimaa irratti xiyyeeffatuuf Koreen Fatwaa Godinaa hundeesse
Open in TelegramObboleessa keenya Ustaaz “YAASIN NUURUU” ulfaadhu galatoomi Yoo dubbatan Akkana Wanni dubbatamus isa kana Akki itti dubbatamus akkana Rabbi sii haa gammachiisu Nuhordofaa 👇👇👇 Facebook. To connect with Facebook 👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1DBQghpwXW/ YouTube ??👇👇 https://youtube.com/@deramuslimyouthcouncil?si=Jsl5fgQuSH_PgCA8 Telegram 👇👇👇 https://t.me/derajemea TikTok 👇👇👇 https://www.tiktok.com/@dera_muslim_youthcouncil?_r=1&_t=ZS-9A7NVye8ngb WhatsApp 👇👇👇 https://chat.whatsapp.com/FwYNG7gcNeZFq26jaVwwX3?s=cl&p=a&ilr=4&iam=0 Telegram group 👇👇👇👇 https://t.me/Dera_Muslim https://t.me/DMJ_for_all_muslim
Open in TelegramTaphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 11/03/2019 waaree booda Sa'aatii 8:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Hamzaa fi Masjiidaa umar alfaruq yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidoonni lamaanu golii lama lamaa galchuudhaan wal qixaa xumuramee.
Open in TelegramTaphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 11/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Aqsaa fi Masjiidaa Ansaar yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidnni Aqsaa 2 fi 1 Injifaachuudhan xumuramee.
Open in TelegramTaphaa shanpiiyoonaa kubbaa miilaa marsaa 1ffaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 06/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee hanga galgala Sa'aatii 12 taphoonni afur taphatamanii jiruu. Taphoonni kunis kan taphatamee gareewwan masjiidaa 8 gidduutti yoo ta'u akka armaan gadiiti 1.Garee Masjiidaa Nasrii Garee Masjiidaa Hudaa waliin. Qabxii Nasrii 5 Hudaan 0 2.Garee Masjiidaa Bilaal fi Garee Masjiidaa Rahmaa waliin Qabxii Bilaal 3 Rahmaan 2 3.Garee Masjiidaa Aa'iishaa fi Garee Masjiidaa Salaam waliin Qabxii Aa'iishaan 1 Salaam 1 4.Garee Masjiidaa Nuur fi Garee Masjiidaa Aliyyuulhadar waliin Qabxii Nuur 4 Aliyyulhadar 0 yoo ta'u walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan taphoonni guyyaa har'aa Naamusa gaariin xumuramee.
Open in TelegramTaphaa shanpiiyoonaa kaawunsiliin Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa qopheessaa jiruun guyyaa 06/03/2019 ganama Sa'aatii 2:00 irraa Eegalee kan taphaatte Masjiidaa Nasrii fi Masjiidaa Hudaa yoo ta'u Masjiidaa lamaan gidduutti walmorkiin bareeda fi hawwatta ta'ee gaggeeffamuudhaan Masjiidnni Nasrii 5 fi 0 Injifaachuudhan xumuramee.
Open in TelegramConnections
Similar channels
ዋልድባ ገዳም@waldibaReligion4.3K
Y4C@youth4christReligion4.48K
Abdul Aziz Nur@zizuqReligion4.55K
JUMJ Official Page - main campus@jumjofficialpageReligion4.55K- Adoni Gospel channel@adonigospelReligion4.58K
Nejashi Printing Press@nejashippReligion4.58K
የአረብ ገንዳ መስጂድ ወጣቶች@ne_siha_eslamikReligion4.65K
Abdu & Hasu@abduftsemierReligion3.98K