Posts of ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
● Namni Ati bakka guddaatti eegdu, HUHUYI Gaafa jedhu yeroo dhageessu.🙊 @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Rabbiin si naaf uume Anallee sumaafi Nu lachuu wal-malee Hin qabnu kanaafi . Urjii koo🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Jaalalli ijoollummaa Daftee nama mooti Jaalatanii dhabuun Raatuu nama gooti. @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Akka isa fiilmiirraa Akka isa diraamaa Ifaan jaalalakee, Qabsiisuu yoon dhaqu Na jalaatii dhaama! Tarii... Anaaf akka iftu Yoo hin barreeffamiin, Si qabsiisuuf, Gaafan si guggubu Natti hin dheekkamiin! Urjii koo 🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Jaalala kee yoon ibsu Waan hunda lafa kaa'ee Akka dhagaa bu'uuraa Onnee kiyyarra taa'e!... Urjii koo🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Dhiira Birrii hin qabneefi Dubartiin Bifa Hin qabne. Hiika jireenyaa Jaratu beeka! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramForwarded from ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
● Dhaloonni ammaa barreeffama dheeraa hin dubbisu; ergaan kee sekondii muraasa keessatti "Message" isaa dabarsuu Danda'uu qaba. @seyfal_islaam
Open in Telegram● Otuu nuuf darbaa eegnuu Tarii nuun darbaa laata? Jireenyi bara kanaa Ni fiiga, ni maraataa! @A4mulaa_jireenyaa
Open in TelegramTiradhu miila koo Harkis hojii bari Yoo maallqa hin qabne Sin jaallatu Firri. @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram● Fuula ko siif ibseen Onneetti si baadhe Olka'ee dhaabadheen Taa'umsa siif laadhe! Ati garuu... @A4mulaa_jireenyaa
Open in Telegram