Посты канала ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
● Namni Ati bakka guddaatti eegdu, HUHUYI Gaafa jedhu yeroo dhageessu.🙊 @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Rabbiin si naaf uume Anallee sumaafi Nu lachuu wal-malee Hin qabnu kanaafi . Urjii koo🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Jaalalli ijoollummaa Daftee nama mooti Jaalatanii dhabuun Raatuu nama gooti. @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Akka isa fiilmiirraa Akka isa diraamaa Ifaan jaalalakee, Qabsiisuu yoon dhaqu Na jalaatii dhaama! Tarii... Anaaf akka iftu Yoo hin barreeffamiin, Si qabsiisuuf, Gaafan si guggubu Natti hin dheekkamiin! Urjii koo 🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Jaalala kee yoon ibsu Waan hunda lafa kaa'ee Akka dhagaa bu'uuraa Onnee kiyyarra taa'e!... Urjii koo🌹 @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Dhiira Birrii hin qabneefi Dubartiin Bifa Hin qabne. Hiika jireenyaa Jaratu beeka! @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в TelegramПереслано из ✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
● Dhaloonni ammaa barreeffama dheeraa hin dubbisu; ergaan kee sekondii muraasa keessatti "Message" isaa dabarsuu Danda'uu qaba. @seyfal_islaam
Открыть в Telegram● Otuu nuuf darbaa eegnuu Tarii nuun darbaa laata? Jireenyi bara kanaa Ni fiiga, ni maraataa! @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в TelegramTiradhu miila koo Harkis hojii bari Yoo maallqa hin qabne Sin jaallatu Firri. @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram● Fuula ko siif ibseen Onneetti si baadhe Olka'ee dhaabadheen Taa'umsa siif laadhe! Ati garuu... @A4mulaa_jireenyaa
Открыть в Telegram