💥 JENAZA COURSE — 2nd Round 👉 Dhiira qofaaf Nama du’e kabajaan gaggeessuun hojii ulfinaa fi ajrii guddaa qabuudha. Akkamitti nama du’e sirnaan dhiqanii fi kafanan baradhaa; yeroo hawaasni keessan isin barbaadutti tajaajila barbaachisaa ta’e kennuuf qophaa’aa! 📚 Koorsiin kun akkaataa janaazaa itti dhiqanii fi itti kafanan irratti xiyyeeffata. 👥 Marsaa kana namoota 15 qofatu fudhatama kanaafuu dursaatii galmaa’aa! 📩 Galmaa’uuf, maqaa guutuu, department, waggaa meeqaffaa akka barattan, fi lakkoofsa bilbilaa gara bot armaan gadiitti ergaa: 👉 @JUMJSABOT 💥 የጀናዛ ሥልጠና — ሁለተኛ ዙር 👉 ለወንዶች ብቻ ሟችን በክብር መሸኘት ክቡርና ታላቅ ምንዳ ያለው ተግባር ነው። ሟችንን በትክክል ማጠብና መከፈን ይማሩ፤ ማኅበረሰባችሁ በሚፈልጋችሁ ጊዜ አስፈላጊውን ድጋፍ ለመስጠት ተዘጋጁ! 📚 ሥልጠናው በኢስላማዊ ሸሪዓ መሠረት የሟችን አስከሬን አስተጣጠብና ከፈን አደራረግ ላይ ያተኩራል። 👥 በዚህ ዙር 15 ተማሪዎችን ብቻ እንቀበላለን ስለዚህ ቀድማችሁ ተመስገቡ! 📩 ለመመዝገብ፣ ሙሉ ስምዎን፣ ዲፓርትመንትዎን፣ የትኛው ዓመት ተማሪ እንደሆኑና ስልክ ቁጥርዎን ወደዚህ bot ይላኩ፦ 👉 @JUMJSABOT JUMJ Social Affairs
Открыть в TelegramПосты канала JUMJ Official Page - main campus
إن تأثِير صلاة الفجر في تصفيةِ القلبِ وتنويره ، أكثرُ من تأثير سَائرِ الصَّلواتِ. - هنيئًا لكُم يا أهل الفجر. The impact of Fajr prayer in purifying and illuminating the heart is greater than that of all the other prayers. Congratulations, O people of Fajr!
Открыть в Telegram«Namoota keessaa inni badiin isaa irra baay'attu, nama badii namoota biroo baay'inaan dubbatuudha(Haasahuudha).» «ከሰዎች መካከል ከሁሉም በላይ በወንጀል የተጠመደው፣ የሌሎችን ወንጀሎች በብዛት የሚያነሳው(የሚያወራ) ነው።» (إن أكثر الناس خطايا، أكثرهم ذكراً لخطايا الناس) Muhammad ibn Siiriin (Rahimahullaah) 📚Ibnu Asaakir, Taariikhu Dimishq (29/120). #Start_Your_Day_by_protecting_your_tongue
Открыть в Telegram#GC_Qirat_Notice Aselamu aleykum Werahmatullahi webarakatuh Today We will Continue Our Ders With Ustaz Mukhtar Taha at Usual Place and Time! #Remind_Your_Friends
Открыть в Telegram#Qirat_Notice #Darsii_Sahiiha_Bukharii Yoo Rabbiin fedhe, boru irraa eegalee Darsiin Kitaaba Sahiiha al-Bukhaarii kan Imaama Masjida Umar, Ustaaz Sheikh Muhammad Husseiniin kennamu ni jalqaba. Kanaafuu warri sadarkaa barnoota kanaa irra geessanii fi itti hirmaachuuf fedhii qabdan hundi carraa kana akka hin dabarsine kabajaan isin gaafanna! "Ilmiin akka ifaati. Nama dukkana keessa jiru tokko ifa guddaa takkaan yoo itti ibsan, iji isaa ifa sanaan madaquun waa sirriitti arguu hin danda'u. Garuu ifni sun suuta suutaan yoo dabalaa deeme, ijji isaa ifa sanaan walbartee waan jiru sirriitti arguu jalqabdi", (A.A) Akkasuma, ilmii keessatti tarkaanfii suuta suutaatiin, obsaan barachuu fi itti hojjechuudhaan gara hubannoo gadi fagoo fi beekumsa bu'a qabeessaatti nama geessa. 📅 Guyyaa: Sanbata fi Dilbata ⏰ Yeroo: Sa'aatii 2:00 irraa eegalee 📍 Bakka: Masjida Umar @JUMJOfficialPage @JUMJQirats
Открыть в Telegram📝 Before writing your answers, you MUST include: A. Full Name B. Department C. Year of Study D. Declaration: "Wallahi, I did not use any AI (ChatGPT, Google, or other social media) to answer these questions." 👉Use this Bot for Answers @Jumjirshad1bot 1. የሶላት ዘጠኙን (9) ሸርጦች (መስፈርቶች) ዘርዝር/ሪ። 2. የውዱእ ዋጅባቶችን(ግዴታዎችን) ዘርዝር/ሪ። 3. የፊት ወሰን (ድንበር) ከየት እስከ የት ነው? በርዝመትና በስፋትስ? 4. የነፃ ሴት አውራ (መሸፈን የሚገባው የሰውነት ክፍል) ከየት እስከ የት ነው? A. ከሶላት ውጭም ሆነ በሶላት ውስጥ መላ ሰውነቷ ነው። B. በሶላት ውስጥ ከፊቷና ከሁለቱ እጆቿ መዳፍ በስተቀር መላ ሰውነቷ አውራ ነው። C. ከእምብርት እስከ ጉልበት ድረስ። D. ሁሉም። 5. የዙህር ሶላት ወቅት ከመቼ እስከ መቼ ነው? 6. የሶላት አርካን (ዋና ምሰሶዎች) ስንት ናቸው? A. 8 B. 9 C. 14 D. 10 7. ከሶላት አርካኖች ቢያንስ 9 ኝን ፃፍ/ፊ ። 8. ሆን ብሎ ከተወው ሶላትን የሚያበላሽ፣ በመርሳት ከተወው ግን በሱጁደ ሰህው ሊስተካከል የሚችለው የትኛው ነው? A. አርካን B. ዋጂባት C. ተክቢረቱል ኢሕራም D. የመጨረሻው ተሸሁድ 9. የሶላት ዋጂባቶችን (ግዴታዎችን) ዘርዝር/ሪ። 10. ................ ሆን ብሎም ይሁን በመርሳት ከተወው፣ ተመልሶ እስኪያሟላው ድረስ የሰውየው ሶላት ይበላሻል።
Открыть в Telegram📝 Before writing your answers, you MUST include: A. Full Name B. Department C. Year of Study D. Declaration: "Wallahi, I did not use any AI (ChatGPT, Google, or other social media) to answer these questions." 👉Use this Bot for Answers @Jumjirshad1bot 1. Shuruuxa salaataa 9n barreeessi 2. Waajibaata wuduu’aa barreessi 3. haddiin(daangaan) fuulaa eessarra haga eessaati? Olee fi dalgattis? 4. Awraan dubartii bilisaa eessarra haga eessaatti? A. Qaama guutuu, salaata keessas ta'ee salaataan alattis B. Qaamni isii guutuun awraadha, fuulaa fi ganaa harkaa malee(yeroo salaata keessaa). C.handhuura irraa haga jilbaatti D. Hunda. 5. Woqtiin salaata Zuhrii eessarraa haga eessaatti? 6. Arkaanni salaataa meeqa. A. 8 B. 9 C. 14 D. 10 7. Arkaana Salaataa Yoo xiqqaate 9 Barreessi 8. wonti yoo beekaa dhiisan salaanni nama jalaa baddu, yoo irraanfiin dhiisan ammoo sujuuda sahwii(irraanfii)tiin sirraa'uu danda'u isa kami. A. Arkaana B. Waajibaata C. Takbiiraa ihraamaa D. Tashahhuda boodaa 9. Waajibaata salaataa bareessi. 10. ............... yoo beekaas ta'ee irraanfiin dagatanis, haga mataa isaa argamsiisanitti salaanni namaa nama jalaa baddi.
Открыть в Telegram⏲Today @3:00 LT 🏆Winners Prizes: 🥇1st Place: FREE BM SPECIAL BREAK FAST+ TEA 🥘+🍞 + ☕️ 🥈 2nd Place- 🎁🎁FREE Breakfast 🌭 🥉 3rd Place - 🎁🎁 FREE JUICE 🍹🍹
Открыть в Telegramረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦ ﴿تُنْكَحُ المَرْأَةُ لأرْبَعٍ: لِمالِها، ولِحَسَبِها، وجَمالِها، ولِدِينِها، فاظْفَرْ بذاتِ الدِّينِ، تَرِبَتْ يَداكَ﴾ “ሴት ልጅ ለአራት ነገሮች ሲባል ትገባለች። ለገንዘቧ፣ ለዘሯ፣ ለመልኳ፣ ለዲኗ ሲባል። ዲን ያላትን ምረጥ። ይህን ካለደረክ ‘ዲን ያላትን ካልመረጥክ’ እጅህ አመድ አፋሽ ይሁን።” "Intalli Dubraa waa afuuriif jecha fuudhamti, Qabeenya isiitiif, sanyii isiitiif, Bareeduma isiitiif, Diinii isiitiif. Tan diinii qabdu filadhu, yoo kana gochuu baatte (tan diinii qabdu filachuu baatte) harki kee biyyee haa fuutuu" 📚ቡኻሪ (5090) ሙስሊም (1466) ዘግበውታል © From Today Umer Mesjid Khutbah
Открыть в Telegram🌸Special Grateful Dawa and Other Beautiful Programs for Sisters, Jointly Organized by Da’ewa and DH Structure 🌸 السلام عليكن ورحمة الله وبركاته Dear sisters, you're warmly invited to a special program on "هُوِيَّتِي فِي حَيَائِي "My Identity Lies in My Modesty." 📅 Saturday , Nov 21 🕰️ 2:30 📍 JUMJ Hall 🤍 Join us to seek beneficial knowledge and strengthen our iman. Don't miss this opportunity, and invite your fellow sisters! بارك الله فيكنّ 🌷 # Dawa & DH structure
Открыть в TelegramOur newly Joined International Nursing Brothers and Sisters, We want to say WELCOME TO MAIN CAMPUS, and WELCOME TO YOUR JUMJ FAMILY! We are delighted to have you join us and become part of this new chapter of your academic journey. As you begin this exciting journey, we want you to know that you are not alone. You have a Jama'a (JUMJ Main Jama'a) a family where you can find brotherhood and sisterhood, strengthen your faith, gain knowledge, build friendships, and grow together. JUMJ is more than just a Jama'ah; it is a community where we learn from one another, support one another, remind one another of our purpose, and create memories that shape our lives beyond university. We invite you to be an active part of this beautiful journey. Don't just pass through university; make your university years meaningful by being part of a community that helps you grow in both Deen and Dunya. Once again, WELCOME TO MAIN CAMPUS, and WELCOME TO YOUR JUMJ FAMILY! Jimma University Muslim Students Jemea(JUMJ)
Открыть в Telegramበዚህ ዘመን ወጣት በብዙ ፈተናዎች የተከበበ ነው። ወጣት የሆነ ሰው ወደ መልካም ነገር እንደሚጠራው ሁሉ፣ ወደ መጥፎ ነገርም የሚጎትቱት ብዙ ናቸው። በዚህ ሁሉ ፈተና መካከል ወደ ኸይር የሚጠራህ፣ አላህን እንድትፈራ የሚያስታውስህ፣ ከወንጀል የሚከለክልህና በመልካም ሥራ የሚያበረታታህ ጓደኛ ካገኘህ ትልቅ ዕድለኛ ነህ። እንዲህ ያለ ጓደኛ በዱንያ ውስጥ ከሚናገኝው ትላልቅ ፀጋዎች መሐል አንዱ ነው። በተቃራኒው ደግሞ፤ ወደ ሐራም የሆኑ ነገራቶች ፣ #ወደ_መጥፎ_ዕይታዎች፣ ወደ #ቁማር፣ #ወደ_አላህን_የሚያስረሱ #ፊልሞችና #በማይጠቅም ነገር ጊዜህን ወደ ማባከን የሚጠራህ ጓደኛም አለ:: እንዲህ አይነት ጓደኛ ካለህ፤ ቆም ብለህ ራስህንና ሁኔታህን መመርመር አለብህ። ምክንያቱም ጓደኛ የሚያጠፋህም ሆነ የሚያንጽህ ተጽዕኖ አለው። አንዳንድ ጓደኞች በዱንያ ያስደስቱሃል፤ በአኺራ ግን ለታላቅ ጸጸት ይዳርጉሃል። ስለዚህ ጓደኛህን ከመምረጥህ በፊት ወደ የት እንደሚመራህ አስብ! ረሱል ﷺ እንዲህ ብለዋል፦ «المرء على دين خليله، فلينظر أحدكم من يخالل» "ሰው በጓደኛው ዲንና አኗኗር ላይ ይሆናል፤ ስለዚህ ከእናንተ እያንዳንዱ ማንን እንደሚያደርግ ይመልከት።" አላህ ሱብሓነሁ ወተዓላ ደግሞ የመጥፎ ጓደኛ ውጤትን ሲገልጽ እንዲህ ይላል፦ ﴿يَا وَيْلَتَىٰ لَيْتَنِي لَمْ أَتَّخِذْ فُلَانًا خَلِيلًا﴾ [الفرقان: 28] "ወዮልኝ! እገሌን የቅርብ ወዳጅ ባላደርግ ኖሮ!" ከዚያም በሚቀጥለው አንቀጽ እንዲህ ይላል፦ ﴿لَقَدْ أَضَلَّنِي عَنِ الذِّكْرِ بَعْدَ إِذْ جَاءَنِي﴾ [الفرقان: 29] "ቁርኣን (አስታዋሹ መልዕክት) ወደኔ ከመጣ በኋላ ከእርሱ አሳሳተኝ።" اللهم ارزقنا الصحبة الصالحة التي تعيننا على طاعتك. አላህ ወደ ታዛዥነትህ የሚረዱንን መልካም ጓደኞች ይወፍቀን።
Открыть в Telegram📖 Qur'aana barachuun ni'imaa guddaadha! Naamusa namni qur'aana Baratu qabaachuu qabu keessaa: 1. Niyyaa ofii qulqulleessuu إِخْلَاصُ النِّيَّةِ Niyyaan bu'uura Ilmii fi ibaadaa hundaati! Namni Qur'aana baratu ykn barsiisu wanti jalqabaa inni sirreessuu qabu niyyaa isaa qulqulleessuudha. Qur'aana barachuu fi barsiisuu isaatiin kaayyoon isaa galataa fi jaalala Rabbii olta'aa argachuu qofa ta'uu qaba. Rabbiin akkana jedha: ﴿وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعْبُدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُؤْتُوا الزَّكَاةَ وَذَٰلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ﴾ «Rabbii qofaaf amantii qulqulleessanii, Karaa jallinnaa gara haqaa dabuudhaan Isa akka gabbaran, salaata akka dhaaban, zakaa akka kennan malee Waan biraatti hin ajajamne, Sunis amantii sirrii ta'eedha.» 📚 Suuratu Al-Bayyinah: 5 Nabiyyiin ﷺ akkana jedhan: «إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ، وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى» «Dhugumatti, hojiiwwan kan madaalaman niyyaawanini. Nama hundumaafis waan inni niyyate qofatu jira.» 📚 Bukhaarii fi Muslim Hadiisni kun niyyaan hojiiwwan ibaadaa hunda keessatti iddoo guddaa akka qabu nu agarsiisa. Kanaafuu, namni Qur'aana baratu tokko niyyaa isaa sirreeffatuu qaba. Qur'aana barachuun maal argachuuf ta'uu qaba? Namni Qur'aana baratu qur'aana Baratu sanatti wantoota armaan gadii kana niyyatuu qaba: 1. Fuula Rabbii fi jaalala Isaa barbaaduu. 2. Qur'aana keessatti waan ajajame hojiirra oolchuun jireenya isaa sirreessuu. 3. Rahmata, gammachuu fi mindaa guddaa Rabbiin warra Qur'aanaatiif qopheesse argachuu. Garuu Qur'aana barachuu yookaan barsiisuu keessatti faayidaa addunyaa akka kaayyoo isa jalqabaatti godhachuun sirrii miti. Fakkeenyaaf: 1. Qarshii fi faayidaa addunyaa argachuuf. 2. Maqaa, beekamtii fi aangoo argachuuf. 3. Namoota biroo caalaa of mul'isuuf fi ittiin boonuuf. 4. Faaruu fi galata namootaa argachuuf. 5. Namoonni akka isa kabajanii fi dinqisiifatan barbaaduuf. 6. Bakka namoonni walitti qabaman keessatti sadarkaa fi beekamtii argachuuf. Dhamarratti Qur'aana barachuun ni'imaa guddaadha. Garuu wanti kana caalaa barbaachisaa ta'e, barachuu, barsiisuu fi qara'uu keenya keessatti niyyaa keenya Rabbiif qofa qulqulleessuudha. Kanaafuu, yeroo hunda niyyaa keenya qorachuun; waan hojjennu hunda Rabbiif jecha hojjechuun, Namoonni nu galateeffachuu baatanis, nu dinqisiifachuu baatanis hojii keenya Rabbiif haa qulqulleessinu. اللهم ارزقنا الإخلاص في القول والعمل، واجعل القرآن ربيع قلوبنا ونور صدورنا. Yaa Rabbii! Dubbiifi hojii keenya keessatti ikhlaasa nuuf kenni. Qur'aanaas gammachuu onnee keenyaa fi ifa qoma keenyaa nuuf taasisi. 📖 آداب طالب القرآنKUTAA 01
Открыть в Telegram📜ቁርኣንን መማር ታላቅ ኒዕማ ነው:: ቁርኣንን የሚማር ሰው በራሱ ላይ ሊጠብቃቸው ከሚገቡ ታላላቅ ሥነ ምግባሮች መካከል፦ 1. ኒያን ማጥራት (إخلاص النية) ቁርኣንን የሚያስተምርም ሆነ የሚማር ሰው ከሁሉም በፊት ሊያስተካክለው የሚገባው ነገር ኒያውን ማስተካከልና ለአላህ ብቻ ማጥራት ነው። ቁርኣንን በመማሩም ሆነ በማስተማሩ ዓላማው የአላህን ውዴታ ማግኘት ብቻ መሆን አለበት። አላህ እንዲህ ይላል፦ ﴿وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعْبُدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُؤْتُوا الزَّكَاةَ وَذَٰلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ﴾ «አላህን ሃይማኖትን ለእርሱ ብቻ አጥርተው፣ ከሽርክ ወደ እውነት ያዘነበሉ ሆነው(ቀጥተኞች ኾነው ) እንዲገዙት፣ ሶላትን እንዲያቆሙና ዘካን እንዲሰጡ እንጂ ሌላ አልታዘዙም። ይህም ቀጥተኛው ሃይማኖት ነው።» 📚 [ሱረቱል በይና፡ 5] ነቢዩ ﷺ በቡኻሪና ሙስሊም በተዘገበ ሐዲስ እንዲህ ብለዋል፦ «إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ، وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى» «ሥራዎች የሚመዘኑት በኒያዎች ነው፤ ለእያንዳንዱም ሰው ያሰበው ብቻ ነው የሚኖረው።» ይህ ኒያን ማጥራት ለሁሉም የአምልኮ ሥራዎች ተቀባይነት መሠረት መሆኑን ያሳያል። አላህን ፈልጎ መሥራትን ትቶ ሌላ ዓላማ ለሚከተል ሰውም አላህ ከባድ ማስጠንቀቂያ ሰጥቷል። አላህ እንዲህ ይላል፦ ﴿مَنْ كَانَ يُرِيدُ الْحَيَاةَ الدُّنْيَا وَزِينَتَهَا نُوَفِّ إِلَيْهِمْ أَعْمَالَهُمْ فِيهَا وَهُمْ فِيهَا لَا يُبْخَسُونَ أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَيْسَ لَهُمْ فِي الْآخِرَةِ إِلَّا النَّارُ وَحَبِطَ مَا صَنَعُوا فِيهَا وَبَاطِلٌ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ﴾ «ቅርቢቱን ሕይወትና ጌጧን የሚሹ የሆኑትን ሰዎች ሥራዎቻቸውን (ምንዳዋን) በእርሷ ውስጥ ወደነሱ እንሞላላቸዋለን፡፡ እነሱም በርሷ ውስጥ ምንም አይጎድልባቸውም፤ እነዚያ እነርሱ በመጨረሻይቱ ዓለም ለእነርሱ ከእሳት በቀር የሌላቸው ናቸው፡፡ የሠሩትም ሥራ በርሷ ውስጥ ተበላሸ፡፡ (በቅርቢቱ ዓለም) ይሠሩት የነበሩትም በጎ ሥራ ብልሹ ነው፡፡ » 📚 [ሱረቱ ሁድ፡ 15-16] ስለዚህ የቁርኣን ባለቤት የሆነ ሰው ቁርኣንን በመማሩም ሆነ በማስተማሩ ኒያውን በመልካም ሁኔታ ሊያስተካክል ይገባል። ዓላማውም፦ የአላህን ፊትና ውዴታ መፈለግ። በቁርኣን የታዘዘውን በመተግበር ሕይወቱን ማስተካከል። ለቁርኣን ባለቤቶች አላህ ያዘጋጀውን ውዴታና ታላቅ ምንዳን መፈለግ። ነገር ግን ቁርኣንን በመማር ወይም በማስተማር የዱንያ ጥቅም ማግኘትን ዋና ዓላማ ማድረግ የለበትም። ለምሳሌ፦ ገንዘብ ለማግኘት። ዝናና ማዕረግ ለማግኘት። መሪነትና ሥልጣን ለመያዝ። ከሌሎች እኩዮቹ የበለጠ ለመታየትና ለመኩራራት። የሰዎችን ምስጋናና አድናቆት ለማግኘት። ሰዎች እንዲያከብሩትና እንዲያወድሱት ለማድረግ። በስብሰባዎችና በመስጂዶች የፊት ረድፍ ላይ ለመቀመጥና ለመታየት። ጃቢር رضي الله عنه ከነቢዩ ﷺ እንዳስተላለፉት፦ «اقْرَؤُوا الْقُرْآنَ، وَابْتَغُوا بِهِ اللَّهَ» «ቁርኣንን አንብቡ፤ በእርሱም አላህን ፈልጉ።» ቁርኣንን መማር ታላቅ ኒዕማ ነው፤ ነገር ግን የበለጠ ታላቁ ጉዳይ በመማራችን፣ በማስተማራችንና በማንበባችን ውስጥ ኒያችንን ለአላህ ብቻ ማጥራታችን ነው። اللهم ارزقنا الإخلاص في القول والعمل، واجعل القرآن ربيع قلوبنا ونور صدورنا. አላህ በንግግራችንና በሥራችን ኢኽላስን ይወፍቀን፤ ቁርኣንንም የልባችን ፀደይና የደረታችን ብርሃን ያድርግልን። አሚን! 📖PART 01| آداب طالب القرآن
Открыть в Telegram🏆 3RD ROUND JUMJ Irshad Q&A Competition – with a Special Prize! 🏆 📚 3RD Round Topic: Shurutussalati wa-Wajibatiha, wa-Arkaniha(شروط الصلاة وواجباتها وأركانها. get ready to compete! 🌟 Be the Winner! 🎁 Special Prize awaits the top participants. 🗓 Date: Coming friday 🕒 Time: 3:00 LT (Night) 📍 Venue: @JUMJOfficialPage Prepare yourself accordingly, and don't miss this opportunity to test your knowledge and win!
Открыть в Telegram#GC_Qirat_Notice Aselamu aleykum Werahmatullahi webarakatuh We Don't Have GC Ders today, because the Ustaz is travelling. InshaAllah, we will continue next week at usual place and time.
Открыть в Telegram🔹Place change Arabic course place has been changed from New Medresa to Medresa 3. JUMJ DH
Открыть в Telegram📮Special tilawa program. 💥Today after maghrib solat. 📌📌All of you don't miss it. وَإِذَا قُرِئَ ٱلۡقُرۡءَانُ فَٱسۡتَمِعُواْ لَهُۥ وَأَنصِتُواْ لَعَلَّكُمۡ تُرۡحَمُونَ So when the Qur’ān is recited, then listen to it and pay attention that you may receive mercy (A'araf 204)
Открыть в Telegramበዩኒቨርሲቲ ሕይወት ውስጥ በየጊዜው እንደ ልማድ የሚዘጋጁ የተለያዩ ፕሮግራሞች አሉ። ከእነዚህም መካከል #GC_Birthday፣ #Culture_Day፣ #Half_Life, #White_Coat እና የመሳሰሉት ይገኙበታል። እነዚህ ፕሮግራሞች ሲዘጋጁ ብዙ ጊዜ የአላህ ትዛዝ እና ክልከላዎች ጋር የሚጋጩ ተግባራት፣ እንደ ድንበር ያለፈ የሴትና ወንድ መቀላቀል(ኢክቲላጥ)፣ ዘፈንና ሙዚቃ፣ እንዲሁም ሌሎች የአላህን ወሰን የሚጥሱ ነገሮች መካተታቸው ይታወቃል። ስለዚህ ውድ ወንድሞቻችንና እህቶቻችን፣ እንዲህ ያሉ የአላህን ወሰን የሚጥሱ ተግባራት በሚፈጸሙባቸው ቦታዎች ላይ ከመገኘት እንጠንቀቅ። ለሰዎች ልማድ ስንል የፈጣሪያችንን ትዕዛዝ እንዳንጥስ፤ የሌሎችን ማስደሰት ከአላህ ውዴታ በላይ እንዳናደርግ እንጠንቀቅ። አንድ ጥያቄ ራሳችንን እንጠይቅ፦ ነገ የቂያማ ቀን አላህ ፊት ቆመን ስለ ወጣትነታችንና ጊዜያችን ስንጠየቅ፣ ያሳለፍነውን ጊዜ ምን ብለን እናስረዳለን? «ወጣትነቴን በGC Birthday፣ Culture Day፣ Half Life እና በመሳሰሉት ፕሮግራሞች ላይ በመሳተፍ አሳለፍኩ» የሚል መልስ አላህ ፊት ስንቀርብ የሚያስደስተን መልስ ይሆናል? አላህ ሱብሓነሁ ወተዓላ እንዲህ ይላል፦ ﴿ثُمَّ لَتُسْأَلُنَّ يَوْمَئِذٍ عَنِ النَّعِيمِ﴾ «ከዚያም በዚያ ዕለት ስለ ተሰጣችሁት ጸጋ በእርግጥ ትጠየቃላችሁ።» (ሱረቱ አት-ተካሡር፡ 8) እስልምና ደስታንና ሐላል የሆነ መዝናናትን አይከለክልም፤ ነገር ግን ደስታችን የአላህን ወሰን እንዲያልፍ አይፈቅድልንም :: የሰዎችን ውዴታ ለማግኘት ስንል የአላህን ውዴታ አንጣ! አላህ ወጣትነታችንን በመልካም ሥራ የተሞላ፣ ጊዜያችንን በበረከት የተሞላ ያድርግልን። በዱንያም ሆነ በአኺራ የሚጠቅመንን እውቀትና መልካም ሥራ ይወፍቀን። አሚን! #Share_This_Message_With_Your_Friends
Открыть в TelegramJireenya Yuunivarsiitii keessatti yeroo yerootti sagantaaleen adda addaa akka aadaa baratameetti ni qophaa'u. Isaan keessaa #GC_Birthday, #Culture_Day, #Half_Life, #White_Coat fi kanneen kana fakkaatan ni argamu. Sagantaaleen akkanaa yeroo qophaa'an yeroo baay'ee gochoonni ajajaafi dhorkaalee amantaa keenyaa faallessan kan akka walitti makamiinsa dhiiraa fi dubartootaa daangaa dabre(Ikhtilaaxa), sirba, muuziqaa fi gochoonni biroo daangaa Rabbii cabsan keessatti hammatamuun waan baratameedha. Kanaafuu, obboleeyyan keenya dhiiraa fi shamarran, Sagantaalee gochoonni daangaa Rabbii darban keessatti raawwataman irratti argamuu irraa haa of eeggannu. Aadaa fi bartee namootaa hordofuuf jecha ajaja rabbii keenya akka hin faallessine, akkasumas fedhii namootaa jaalala fi gammachuu Rabbii olitti akka hin goone of haa eeggannu. Gaaffii kanas of haa gaafannu: Guyyaa Qiyaamaa Rabbii keenya dura dhaabbannee waa'ee dargaggummaa keenyaa fi yeroo keenya yeroo gaafatamnu, yeroo dabarsineef deebii akkamii kennina? «Dargaggummaa koo sagantaalee GC Birthday, Culture Day, Half Life fi kanneen kana fakkaatan irratti hirmaachuun dabarse» jechuun Rabbii keenya dura yeroo dhaabannu deebii nu gammachiisu ta'aa? Rabbiin Subhaanahuu wa Ta'aalaa akkana jedha: ﴿ثُمَّ لَتُسْأَلُنَّ يَوْمَئِذٍ عَنِ النَّعِيمِ﴾ «Ergasii guyyaa sana waa'ee qananii isiniif kennamee irraa dhugumatti ni gaafatamtu.»(Suurat At-Takaasur: 8) Islaamummaan gammachuu fi bashannana halaala ta'e hin dhorku. Garuu gammachuun keenya daangaa Rabbii akka hin darbine nu ajaja. Kanaafuu, Jaalala namootaa argachuuf jecha jaalala Rabbii hin dhabinaa! Rabbiin dargaggummaa keenya hojii gaariidhaan kan guutame, yeroo keenyas barakaa kan qabu nuuf haa godhu. Beekumsa fi hojii gaarii addunyaa fi Aakhiraatti nu fayyadu nu haa qunnamsiisu. #Share_This_Message_With_Your_Friends
Открыть в Telegram