#WerabeUniversity Barattoonni haaraan bara 2019 A.L.I. sagantaa Riimidiyaalii (Remedial Program) hordofuuf Ministeera Barnootaatiin gara Yunivarsiitii Waraabeetti ramadamtan, galmeen keessan Sadaasa 28 fi 29/2019 A.L.I. akka ta’u yunivarsiitichi beeksiseera. Barnoonni immoo Sadaasa 30/2019 A.L.I. ni jalqaba jedhameera. Waan galmee irratti barbaachisan: ~ Ragaa barnootaa kutaa 8ffaa irraa eegalee jiru, orijinaalaa fi kooppii isaa. ~ Suuraa 3×4 lama. ~ Waraqaa eenyummaa Faayidaa Biyyaalessaa (Fayda ID). ~ Uffata qorraa, uffata siree irra afatan (Bedsheet), uffata boraatii fi uffata ispoortii. 🗓 Sadaasa 16, 2019 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐 🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐 🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐
Открыть в TelegramДинамика просмотровСкрыть динамику
Рост просмотров
Часов после публикации
Показать таблицей
| Часов после публикации | Просмотры |
|---|---|
| 0 ч | 0 |
| 2 ч | 3 080 |
| 7 ч | 5 710 |
- Через 6 часов5 710
- Всего сейчас5 710